Nutu Sanyii Qeerraansaa/ Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa

Diddaan Oromootaa Waraana Ittisa Biyyaa Impaayera Itoophiyaa keessatti Jabaachuun Itti Fufe.

Aside

Gurandhala 19,2015 Finfinnee

diddaaDiddaan Waraana Ittisa Biyyaa Impaayera Itoophiyaa keessatti jabaachuudhaan itti fufe. Ilmaan Oromoo waraana Ittisa Biyyaa keessaa hojjetan Oromummaadhaan ajjeefamuu hin qabnu, Olaantummaan Seeraa saba hundumaa irratti hojjechuu qaba, Nuyi yeroo hundaa ajajamtuu taanee hin jiraannu jechuudhaan Guraandhala 15 Bara 2015 Ganama irraa kaasuudhaan diddaa nyaata lagachuudhaan kan eegalan gara Hojiitti bobba’uus didanii jiran. Waraana Ittisa Biyyaa Kibba bahaa naannoo Ferfer jedhamu Hojjechaa kan turee fi Yeroo ammaa kana Bakka Shillaaboo jedhamutti Hojii irratti kan argamu Koloneel Abdallaa Caalchisaa hiriyyaa isaa Tekettelaachoo jedhamu waliin mana hidhaatti darbatamuu isaaniis hoomaan waraanaa kun gaaffii nuuf haa gadhiifamanii gaafatanii jiran. Kunis Baha biyyattii keessatti jeequmsi olaanaan waraana keessatti mudachuu irraa Miseensotni waraana ittisa Biyyaa meeshaa guutuudhaan baduu irratti argamu. Haala kanaanis Miseensotni 8 waraana Bahaa keessaa miliqanii jiran. Haaluma wal fakkaatuun Waraana Ittisa Biyyaa Kaaba Biyyattii Naannoo Humaraa, Addigiraatii fi Matammaatti gaaffii abbaa biyyummaa eegalameen Ilmaan oromoo Ilmaan Oromoo akkuma baay’ina keenyaa murteessuu qabna jechuudhaan diddaa dhageessisanii jiran. Haalli kun jeequmsa kan uume yoommuu tahu Miseensota waraana ittisa biyyaa naannoo Matammaa 3 naannoo humaraa 6 walii galaan 9 kan rukkutaman yoommuu tahu miseensotni 4 ajjeefamanii jiran. Guraandhala 15 Bara 2015 galgalaa fi Guraandhala 16 bara 2015 miseensotni 13 meeshaa guutuudhaan miliqanii jiran. Diddaan waraana keessaa kan hammaate Dhiha Oromiyaa naannoo Gohaa jedhamee beekamutti xiyyaarri Shaakallii Humna qilleensaa naannoo kanatti itti dhukaafamuudhaan bakka qubachuu qabdu osoo hin dhaqqabiin qubattee jirti. Xiyyaara shaakallii kana irratti miidhaan kan dhaqqabe yoommuu tahu, Leenjiin Waraana Humna qilleensaa keessaa akka dhaabbatu dirqamni kennamee jira.

Warraaqsa Bilisummaa Gaggeessuuf Qophiitti JIrtu Sababaa Jedhuun Jimma Aanaa Goommaa Magaalaa Aggaaroo fi Aanaa Maammaa Keessatti Milishoonni Wayyaanee Ummanni Nagaa Hidhaa Jiru.

Aside

Gabaasa Qeerroo Guraandhala 19,2015 Jimmaa

Because I am OromoGuraandhala 16,2015 irraa kaasee Godina Jimmaa Aanaa Goommaa Magaalaa Aggaaroo fi aanaa Maannaa irraa Ilmaan Oromoo balleessa tokko malee warraaqsa bilisummaa qabsiisuuf qophiitti jirtu sababaa jedhuun hidhamuun doorsifama jiraachuun ibsame jira

Mootummaan abbaa irree Wayyaanee yeroon badii isaa waan dhiyaateef uummata nagaa qabee hidhaa jira. Adeemsi kun Uummata oromoo hundaa FDG keessa seenee mirga isaa kan falmachiisu ta’uu uummatni dhaamsa waliif gochaa jiruun ibsate.

Aanaa Goommaa Magaalaa aggaaroo irraa kanneen hidhamanii doorsifamanii gadhifaman keessa:

  1. Sulxan Ahimed jiraataa Magaalaa Aggaaroo
  2. Fiqaaduu Mokonoon
  3. Sulxaan Huseen
  4. Toofiq Abbaa Maccaa
  5. Jabaal abbaa Maccaa
  6. Saabir Huseen kanneen keessatti argaman badii tokkoo malee Oromummaa qofaan yakkamanii Wajjiraa poolisaa maagaalaa Aggarootti hidhamuun humna Tikaa Wayyaanee nama maqaan isaa” Abdul Waahim Kamaal” jedhamuun doorsifamuun gadi gadhiifaman.

Aanaa Maannaa Ganda Gechoo Irraa isin mankaararsiitoota Amantaa muslimati jechuun kanneen hidhaman :

  1. Mohaamed Areebi
  2. Feriid Shamsuu
  3. Zeeyinuu Abbaa Foggii
  4. Saabir abbaa maccaa
  5. Abdul Aziz Sheik Abdallaa
  6. Mohamed Kaabir Abbaa Boor
  7. Seefuu Shejamal
  8. Xaaher Sheek Aliyii
  9. Fedilaa Kaahidi dubartii.
  10. Ahemed abbaa Biyyaa

Kanneen keessatti argaman ilmasan Oromoo nagaan mirga amantaa isaanii mulqamuun Shororkeesitoota jedhamuun yakkamanii hidhamaa jiraachuu maddeen keenya gabaasan. hidhaa fi doorsifni uummata Oromoo gara FDGtti seensisee Mirga ofii falmachuuf kan onnachiisa jiru malee kan uummata rifasisaa hin jirre ta’uu uummatni gadi qabee dabballoota wayyaanee afaan qabachiisa jira.

Aside

በኦሮሞ ህዝብ ሊይ ያነጣጠረውን ኣዯጋ መመከት የኦሮሞ ተወሊጅ የዜግነት ግዳታ ነው!

(የፊንፊኔ “ማስተር ፕሊን” ኣቅዴን በተመሇከተ ከኦሮሞ ነጻነት ግንባር የተሰጠ መግሇጫ)

Aasxaa ABO-8.25.13ከኣንዴ ምዕተ-ዓመት በሊይ በኦሮሚያ ሊይ የተዘረጋው የባርነት ኣገዛዝ በሺዎች የሚቆጠር የኦሮሞ ህዝብ ከቀዬውና ከመሬት ይዞታው ኣፈናቅል መሬት-ኣሌባ ኣዴርጎታሌ። የኢምፓዬሪቱን ከተማ በኦሮሚያ እምብርት ሇማቋቋም ሲወሰዴ በነበረው ከዘር-ማጥፋት (ጄኖሳይዴ) ወንጀሌ ባሌተናነሰ ዯረጃ ሲወሰዴ በነበረው እርምጃ ኣቢቹና ገሊን የተባለ የኦሮሞ ጎሳዎች ከኣካባቢው እንዱጠፉ ተዯርገዋሌ። “ሃገር ማቅናት“ በሚሌ መርህ ሲወዯስ የነበረው ጠሊታዊ እርምጃ በወያኔ የኣገዛዝ ዘመንም “ሌማትና እዴገት“ በሚሌ ሽፋን በመቀጠለ በኣሁኑ ወቅት ከቀዬውና ከኑሮው እየተፈናቀሇ ያሇው የኦሮሞ ዜጋ ቁጥር ከበፊቱ ሲጨምር እንጂ ሲቀንስ ኣሌታየም። የወያኔ መንግስት ከቀዯሙት ጨቋኝ ገዢዎች የወረሰውን እቅዴና ፖሉሲ ሇማስቀጠሌ ሊሇፉት 23ዓመታት የኦሮሞ ኣርሶኣዯሮችን እንዯቦላ-ቡሌቡሊ፡ ሇገ-ጣፎ፡ ኣቃቂ፡ ሰበታ፡ ሱለሌታ፡ ቡራዩና ከመሳሰለት ኣካባቢዎች በማፈናቀሌ መሬቱን ሲሸጥና ሲከፋፈሇው ዛሬ መዴረሱ የተሰወረ ኣይዯሇም። የኦሮሞ ህዝብን በማይፈይዯውና ከቀዬውና ከመሬቱ ኣፈናቅል ሇዴህነትና ጉስቁሌና የሚዲርገውን የጨቋኝ ገዢዎች እቅዴ በመቃወምም በርካታ የኦሮሞ ዜጎች የህይወት መስዋዕትነት ከፍሇዋሌ። የታሰሩትና ከባዴ ዴብዯባና ሰቆቃ የተፈጸመባቸው በብዙ ሺዎች ይቆጠራለ። ሇኦሮሞ ህዝብ መብት መከበር ሲለ በጠሊት የተገዯለትና ሇእንግሌት የተዲረጉት የኦሮሞ ዜጎች መስዋዕትነት የከፈለበት ዓሊማ በከንቱ እንዲይቀርና በኦሮሞ ሊይ ያነጣጠረው ይህ የጠሊት እቅዴ እንዲይሳካ ማዴረግ ዛሬም የያንዲንደ የኦሮሞ ዜጋ ግዳታ መሆኑን መገንዘብ ያስፈሌጋሌ። የኢትዮጵያ ገዢዎች እቅዴና ፖሉሲ የኦሮሚያን ካርታ መቀየርና የኦሮሞን ህዝብ የለዓሊዊነትና የነጻነት ጥያቄ ሇማፈን መሆኑ ከማንም የተሰወረ ኣይዯሇም። ሇዚህም የኦሮሞ ህዝብ ከመጀመሪያ ኣንስቶ እስከዛሬ ዴረስ ይህንን የጠሊቶች ሴራ በጀግንነት በመጋፈጥ ሇፍትህና ሇመብቱ መስዋዕትነት ሲከፍሌ እንዯነበር የኦሮሞ ህዝብ የነጻነት ትግሌ ሂዯት ይመሰክራሌ። በኢትዮጵያ ገዢዎች በኦሮሞ ሊይ ሲፈጸም ከዛሬ የዯረሰውን ይህንን ተንኮሌና ክፋትም የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ሲታገሇውና ሲያታግሌበት እንዯነበርና ኣሁንም እየታገሇው መሆኑ ግሌጽ ነው። የፊንፊኔ ማስተር ፕሊን በማሇት የታቀዯውን ይህንን ሴራ ኣስመሌክቶ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር ሉቀመንበር ኣቶ ዲውዴ ኢብሳ ኣዱሱን ዓመት 2015ን ምክንያት በማዴረግ ባስተሊሇፉት መሌዕክት “የፊንፊኔ ማስተር ፕሊን የሚባሇው የቀዯሙት የኢትዮጵያ መንግስታት ሲያዯርጉት ከነበረው በተሇየና ዘመናዊ መሌክ በተሊበሰ መሌኩ የኦሮሞን ህዝብ ከመሬቱ በማፈናቀሌ ማንነቱን ማጥፋት ሊይ ያነጣጠረ ነው“ በማሇት ከበስተጀርባው ያሇውን ሴራ ኣጋሌጠዋሌ።

More:- Ibsa ABO 18-02-2015

OLF Press Release 18-02-2015

SBO Gurraandhala 18 Bara 2015. Oduu, Haasaa Hoggana Wayyaanee Abbay Tsahayyee irratti qophii qophaa’ee fi gabaasa hiriira nagaa hawaasa Oromoo Norway akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

FALMAA BILISUMMAA [K.1ffaa Dirree Qaanii/Hallayyaa Dukkanaa] MUST WATCH!

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa,Guraandhala 16,2015

Aside

ETHIOPIA: Political Violence Intensifies as the fifth National Election Approaches

Aside

HRLHA Fine

HRLHA Urgent Action

February 16, 2015

According to a schedule released by the National Electoral Board of Ethiopia, citizens will go to the polls to elect a new government on 24 May 2015. It will be Ethiopia’s fifth national election since EPRDF came to power in 1991.

In connection with the coming National Election of Ethiopia, the ruling EPRDF government has begun to wage a widespread campaign to secure again the 99.6% of parliamentarian seats it has controlled since 2010- the seats it acquired by electoral fraud.  As the election date of May 2015 approaches, the government of Ethiopia has unabashedly continued its systematic violence against opposition political parties’ leaders, members, and supporters.  Candidates of the opposition political parties are the major targets in all regional states in the country including the capital city, Finfinne/Addis Ababa.    For example, the information that the HRLHA has obtained through its correspondents indicates that hundreds of election candidates of the opposition OFC (Oromo Federalist Congress) party from most zones of Oromia Regional State have been arrested and sent to prisons.

In the most recent wave of arrests and imprisonments that has been going on since the first week of January, 2015 and which has touched almost all corners of Oromia, hundreds of OFC party leaders, members and supporters from all walks of life have been taken from their homes and work places and sent to prison.

More:- http://www.Ayyaantuu.com

Fiilmii “AMAANAA” Yaadatnoo Barattoota Oromoo Bara 2014 FDG Irratti Wareega Kafalanii/Gamadoo Jamaal-n

Aside

Oromo TV:AMAANAA movie in Little Oromia

Kaasi Gowwaa Rafu !! Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Sadaasa 1, 2014

Aside

Kaasi Gowwaa Rafu !!