SBO:-Fulbaana 21,2018. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi Deebii Sabboontota Oromoo Walloo Kamisee irraa Simannaa Hooggana ABO fi WBOf dhufan Waliin taasifame.

Aside

SBO:- Fulbaana 19,2018. Oduu, Gabaasa Konfaransiin hayyoota Oromoo galma komishinii Afrikaatti geggeeffame , Haala Yeroo Irratti Ibsa Paartileen Siyaasaa Waloon kennanii fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

SBO: Fulbaana 14 bara 2018. Oduu fi Ibsa Gaazexaa Koreen Simannaa Hoggansa ABO fi WBO magaalaa Finfineetti laate.

Aside

SBO Fulbaana 09,2018. Oduu fi Gaaffii fi deebii miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO J.Atoomsaa Kumsaa waliin goone

Aside

SBO: Fulbaana 7 bara 2018. Oduu fi Qophii addaa Konfirensii Gamtaan Barattoota Oromoo Finfinneetti qopheesse ilaallatu -Kutaa 2ffaa.

Aside

SBO: Fulbaana 5 bara 2018. Oduu, Gabaasaa Gumaacha Sabboontotni WBO Jabeessuuf Taasisanii fi Qophii addaa Konfirensii Gamtaan Barattoota Oromoo Finfinneetti qopheesse ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

SBO FULBAANA 02,2018. Oduu, Ibsa Miseensi Sh.Gumii-GS-ABO J.Ibsaa Nagawoo Gaazzexeessotaaf kennanii fi gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Jeeyluu Abubakar Damboobaa waliin goone kutaa 3ffaa fi xumura

Aside

SBO Hagayya 31,2018. Oduu, Gabaasa Gumaacha Maadhelee fi Gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Jeeyluu Abubakar Damboobaa waliin goone kutaa lammaffaa

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Hagayya 30,2018

Aside

 

Gaafiif Deebii hirmaatota Kora Simanna ABO Godinaalee irraa dhufanii wajjin taasifne

Aside