Tokkumaa Artiistoo Dubartoota Oromoo

Aside

Sagalee QEERROO Bilisummaa (SQ) Sadaasa 2, 2015/Seenaa Haajii Adam Saaddoo.

Aside

SBO Sadaasa 04,2015. Oduu, Tumsa Bilisummaa Fi Dimookraasii Ummattootaa Ilaalchisee Gaaffii Fi Deebii Dura Ta’aa Sochii Bilisummaa Ummattoota Beenishaangul Waliin Taasifamee Fi Qophiilee Biroo Akkasumas Sagantaa Afaan Amaaraa

Aside

Wallagga Lixaa, Aanaa Hoomatti Mootummaan Wayyanee Ibsaa Uummata Irraa Kutuun Baatii Tokkoo Ol Ta’eera. Kanaafis Gaaffii fi Diddaan Uummataan Ka’ee Jira

Aside

Sadaasa 3,2015 Najjoo

Wallagga lixaa aanalee garagaraatti ummanni rakkoo ibsaa fi jireenya hawaasaaf barbaachisa tahee dhabuun rakkina keessa seenee jiruun gaaffiin
dhiyaatee jirus deebiin rukuttaa fi hidhaa tahuun Qeerroon gabaasee jira.
Yarootti torbanoota lamaan sadan darban kanatti deggertoota ABO, Qeerroo Bilisumma fi uummata diddaaf kan qindeessan jedhamuun dargaggootni reebamaa dhaanicha wayyaanee jala baduunis kan hammaate godina wallagga lixaa aanaalee Najjoo, Gorii, Manasibuu, Mandii, Gimbii fi Haaruu fi kkf keessatti wayyaanee xiyyeeffannoo guddaa kennuun soda qabuun dargaggoota irratti tarkaanfii reebichaa fudhachiisaa jirun sababa guddaan tahu isin ABOdha, hojjetoota ABO jechuunis hidhaatt guuraa jira. haaluma kanaa ammo Wallagga aanaa Hoomaatti ji’a tokkoo ol kan tahuuf ibsaa ummata irraa kutuun uummanni iyyatee dhabuu irras deebiin gaaffii uummataa reebichuma tahaa jiraachuun gabaafame. Hanga har’aattis jiruun hawaasaa dhabamuu ibsaa irran kan ka’e rakkina keessa seene ibsachaa jira. Rakkoo keenya nuuf birmadhaa, uummata isaa rakkina keessaa baasuuf kan dhaabbatee falmaa jiru ABO(WBO) nuuf waamaa jechuudhaan uummanni iyyaa jira. sababa kanatti rakkoon uummanni keessa jiruun gaaffiiwwan ka’aa jiran olka’aa dhufuun Wayyaaneen ammas hawaasicha kan rakkisu malee kan fayadu akka hin taanee jala muramee hubatamee jira.

SBO Sadaasa 01,2015. Oduu Fi Qophiilee Adda Addaa Haala Yeroo Irratti.

Aside

Sagalee QEERROO Bilisummaa (SQ)Onkoloolessa 30, 2015

Aside

Wallee Warraaqsaan Onnee Dargaggoota Oromoo Kan Booji’ee Ture Aartist Dargaggoo(Qeerroo) Beenyaa Dirbabaa Hidhaan Dararamaa Turee Miidhama Guddaan Booda Gadhiifame.

Aside

Wallee Warraaqsaa Wallisuun Roorroo Uummata Oromoo Himaa fi Gootummaa Oromoo Muldhisuun Kan Beekame Dargaggoon(Qeerroon) Beenyaa Dirbabaa Mana Hidhaa Wayyaanee Keessatti Dararama Guddaa Erga Irraan Gahamee Gadiifame.

Artist Dargaggoon kun qooda wallee warraaqsaa keessatti sadarkaa guddaan kan beekamu dhalataa Qeerroo(Qubee) dha. Walleelee isaa you tube irraa heddumminaan argachuu ni dandeessu.

 

Seife Nebelbal,Simbirtuu fi Raadiyoo Oromoo Qophii Dhuma Onkoloolessaa 2015

Aside

“Kaanee Haa Falmatnu” Wallee Haaraa Artist Dargaggoo Munir Alii ykn Ebbisaa Xiqqaa Onkoloolessa 2015

Aside

OMN: Gaaffii fi Deebii Hayyuu Duree ABO Duraanii Obbo Galaasaa Dilboo Waliin Taasifame Kutaa 1ffaa

Aside