Mootummaan TPLF Godina Arsii lixaa Aanaa Adaabbaa gandoota adda addaa keessaa Oromoota hedduu qabuun himannaan irratti bane.

Aside

Ebla 9,2019 /Godina Arsii lixaa gandoota Aanaa Adaabbaa keessatti loltooti TPLF Oromoota hedduu walitti qabanii hidhuun dararaa jirturratti himannaa dharaa irratti banuun,Manca’uu qabeenya qarshii Miiliyoona 3O Oliitin himattee jirti,

Maqaan Ilmaan Oromoo Godina Arsii lixaa Aanaa Adaabbaa gandoota adda addaa keessaa qabamuun himannaan dharaa murna bicaa Wayyaaneetiin irratti banamuudhaan mana murtii walii galaa Oromiyaa dhaddacha kibbaa magalaa shaashamanneetti,yakki himannaa seeraa bara 1996 bahe keewwata 32(1A,B)fi 239 darbitanii jirtu jechuun himannaan isaanirratti baname

  1. Adam Yaassin H/ Waadoo Qonnaan bulaa ganda Laajoo
  2. Wubushet Hayla Mikaa’el Qotee bulaa ganda Laajoo
  3. Ganna Hasan Waaqoo Qotee bulaa ganda Laajoo
  4. Abbuu Huseen Fatoo Qotee bulaa ganda shaayaa jibboo
  5. Huseen Jaanoo Guyyee Qotee bulaa ganda Buuchaa
  6.  Umar Abdii Kadiiroo qotee bulaa ganda Gadeedoo
  7. Awwal Qaasim Amboo daldalaa Aloolaa Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ebla 9,2017

Aside

ABO Risaa Tahuu Qaba

Aside

Damee Boruu Irraa

Image result for OromiaABO erga akka kaayyoo bilisumm ti  bu’uraa’ee gara waggaa afurtamaa tahaa jira. Akeeka kana bakkaan gahuuf qaroon ilmaan Oromoo lakkoobsa hin qabne dhiiga isaanii itti lolaasanii lafee isaanii itti tareessanii jiru. Kaayyoo bilisummaa kana irratti ilmaan Oromoo warri dammaqinsa gahaa gaban utuu Kaabaa Kiba , Bahaa Dhiha hin jennee gamtaan wareegama qaalii baasanii darbaniiru. Har’as guca bilisummaa  qabatee jiru galmaan gahuuf ilmaan Oromoo kumaataman irratti kitimaa jiru.

Utuu ilmaaan Oromoo qaroo tahan lubbuu isaanii kenanii kaayyoo Bilisummaa kana irratti hin ciccinee sabni Oromoo bakka har’a jiru kana jiraachuu danda’a jennee  hin yaadnu. Qabsoon bilisummaa bu’aa bahii guddaa qaba. Beelaa’uu,  dheebochuu, dhukkuba adda addan dararmuu, aduun gammoojii keessatti waadamu, bokkaan tumamuu , harka diina itti kufanii waxxalamuu fi isa dhumaa aarsaa tahuutu jira. Continue reading

Waajjira ABO Godina Lixa Shaggar Magaalaa Jalduu Bara 1991/ Galmee Seenaa

Aside

 Tolchaa Wagii irraa
Videeon kun Bara 1991 Waajiira ABO Jalduu keessatti qohii qopheesine
irratti Jarsoliin keenya yeroo eebbifatanii alaabaa isaanii fanifatan kan ilaaludha.

Continue reading

ONN

Aside


Ergaa torbee kana “Habtamu Lamu

Aside

Magaalaa Minneapolisitti Qophiin Dirmachuu Biyyaa Bifa Adda Ta’een Gaggeeffama Jira.

Aside

Ebla 9/2017 Sochiin ABO Qophii Addaa Dhimma Qabsoo Bilisummaa Oromoo Daran Jabeessuu irratti Kan Xiyyeeffate Sochiin ‘Dirmannaa Biyyaafi’ WBO Biyyoota Ambaa Garagaraa Keessatti Konyaaleen ABO Marii Miseensotaa, Hawaasaafi Deeggartoota Qabsoo Bilisummaa Oromoo Hirmaachisuun Gaggeessa Jiruu ABOn Daran Jabeessee Itti fufe. Halumakanaan Magaalaa Minneapolisitti bifa ajaa’ibsisaa Ta’een Gaggeeffama Jira.

Continue reading

ONN: Gaaddisa Dhugaa

Aside

DIINA UUMMATAA WALIIN TAA’ANII OLAANTUMMAA UUMMATAA MIRKANEESSUUN HIN DANDA’AMU!

Aside

DIINQA OROMOO: Kutaa 16ffaa: Garbaabaa Guddisaa Ittisaa fi Beekan Gulummaa Irranaa Ebla, 2017. Qeerroo, ABO, WBO fi Diyaaspooraan Maali? Hidhaa kana keessa seenuun dhaggeeffadha!!

Continue reading

SBO Ebla 09,2017. Oduu, Gabaasa sirna kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Jaarmayaa Tokkummaa Baqattoota Oromoo Yamani in geggeeffamee fi Gaaffii fi deebii qabsa’aa Geessisaa Kuusaa waliin kutaa 1ffaa

Aside