ኦሮምያ ውስጥ የተቀጣጠለውን ሕዝባዊ ተቃውሞ አስመልክቶ ከቄሮ ብልሱማ ዓለም ዓቀፍ ድጋፍ አስባሳብ ም/ቦርድ ስብሳብ ጋር የተደረግ ውይይት ==================

Aside

Hiriira Mormii Gutummaa Oromiyaa Kessattii QERROO BILISUMMAA OROMOOn Gaggefamaa jiru Ilaalchisee Gaaffif Deebii Qeerroo Taadiyoos Abdisaa Waliin . 

Akeekkachiisa Warra Mirga Hin Tuqamnee Mootummaa Wayyaanee TPLF/EPEDF Irraa argatanii Olola Afaanfaajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Ofuuf qabaa Nagadhiisa jechaa jiraniif.

Aside

Akeekkachiisa Warra Mirga Hin Tuqamnee Mootummaa Wayyaanee TPLF/EPEDF Irraa argatanii Olola Afaanfaajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Ofuuf qabaa Nagadhiisa jechaa jiraniif.

Warrii Mirga hin tuqamnee Wayyaanee irraa argattaan yeroo barbaaddanitti waan barbaaddan dubbachuuf abbaa barbaaddaan qeequufi olola afaanfajjii uumuuf marsaa mediafi social mediatti fayyaadamuun ergama keessan bahuuf naqabaa na gadhiisa jechaa jirtu. Namni uummata Oromoof qabsaa’uu icciitii qabsoo Continue reading

SQ: Sagale Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 19, 2017

Aside

SBO: Onkoloolessa 20 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO, Gabaasaa Haala Sochii FXG deemaa jiruu fi Ijoo Dubbii ABO.

Aside

SBO: Onkoloolessa 18 bara 2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasaa Haasaa Miseensi ShG ABO J. Saamiyaa Usmaan Paarlaamaa Awrooppaatti taasisan ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

“Kommee Yaa Qeerroo Koommee” Artist Yeroosaa Kumaa 2017

Aside

ONN :Special News/ gabaasa addaa oolmaa oromiyaa onkoloolessa 17/10/2017

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Onk 17, 2017

Aside

Qeerroo Bilisummaa Horroo Guduruu Magaalaa Amuruu Guyyaa Har’aa Fincila Xumura Gabrummaatti Jiru.

Aside

Video itti aanu  Continue reading

Onko 16,2017 Wallagga Ukkee Qarasaa, Diddaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside