[SQ, amajji 18,2018] Uummata Oromoo miliyoona tokkoo ol buqqaasuun Wayyaanee akkasuma uummanni lafaaf qabeenyasaa akkasuma wabii lubbuun jireenyaa dhabe, miskiinonni ilmaan Oromoo manni irratti gubatee qe’ee isaa gatee jiru deggarsa humaatuu kan hinqabneef uummataasaan ala mootummaa gargaaru dhabuussaarran kan ka’e, wal gargaarsaaf Baalee araddaa Bidiree jedhamtuu irraa uummanni 150 ta’u gargaarsa uummataaf utuu deemaa jiranii Waraanni Wayyaanee karaatti qabuun fuuldurattis duubattis deebisuu dhorkuusaa sagalee qeerroo Bilisummaa Oromoo gabaafame. Continue reading
Buraayyuu Simatnaa Dr,Mararaa
Aside
Simannaa Dr Rufaa’eel univeersiitii wallaggaatti godhame. Dr Rufaa’eel kanneen mana hidhaa wayyaanee keessa lakkifaman keessa isa tokko
Aside
SBO Amajjii 19, 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gaaffii fi Deebii Artistoota Miseensota WBO Jaalataa Lammii, Margaa Wandimmuu fi Samiir Jihaad waliin taasifne kutaa Xumuraa
Aside
A Call to Attend a Conference to Be Conducted in London On February 24, 2018
Aside
It gives us a great pleasure to invite all stakeholders of Ethiopia and third parties, including, politicians, aca-demics, religious and community leaders as well as international and regional personalities to participate in the forthcoming conference on ‘INTERNATIONAL CONFERENCE ON A CURRENT CRISIS IN ETHIOPIA TO EXPLORE REALISTIC ALTERNATIVES’ which will take place in London, England, UK, on February 24, 2018. A draft synopsis of the conference and programs will be sent to individual participants once the confirmation of their attendances being received. Continue reading
Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo New Amajjii 2018
Aside
ONN:Oduu Olmaa Oromiyaa Amajjii 17/2018
Aside
Eessaa kaanee eessarra geenyee?
Aside
Karaan Jiru Of Duratti Deemuu Qofa!
Aside
Baarentuu Gadaatin
Waggoota hedduuf impaayeera itiyoophiyaa keessatti uummanni gaafiin mirgaa fi dimookiraasii gaafiin waliqixxummaa kaasaa ture, keessumaa uummanni Oromoo abbaa biyyummaa isaa kolaneeffattoota habashaa itti duulanii biyya isaa qabataniin dhabe deeffachuuf qabsoo hadhooftuu gaggeessaa ture. ittis jira. Gaafii uummataa kana ukkaamsuufis weeratoonni haga wayyaanee har’aatti jiran yakka danuu uummattoota irratti addatti ammoo uummata Oromoo keessumaa sabboontoota ilmaan isaa irratti raawwachaa turaniiru. Baroota dhihoo as aanan kana keessa ammoo yakki uummata Oromoo addatti ilmaan isaa irratti raawwataa jiru ammoo akka malee sukanneessaa fi kan daangaa hin qabne ajjeechaa jimulaa taa’aa dhufeera. Ilmaan Oromoo gaafii mirgtaa karaa nagahaa gaafatan hedduun hidhattoota sirnichaa naatoo namaaf hin qabneen ajjeefameenaiiru, reebamanii miidhaan qamaa qalbii irra gaheera. Kuuniis mana hidhaa sirnichi heddumminaan ijaarratte keessatti manakraarfamaa jiru. kan eessa buteen isaa dhabames amma hin qabu. Continue reading
