ተማሪዎችን በ “አብዮታዊ ዴሞክራሲ” ለማጥመቅ ታቅዷል፤ ለግድብ ካልከፈላችሁ ሞዴል አትፈተኑም ተባሉ።

(ቄሮ – የኦሮሞ ወጣቶች ዜና, አዳማ, 25/05/2011) የዘረኛውና አምባገነኑ የወያኔ አገዛዝ የህዝብን የትኩረት አቅጣጫ ለማስቀየር በሚል ከቅርብ ጊዜ ወዲህ የለቀቀው የአባይ ግድብ ዜማ እያስመረረ የሚገኝ ሲሆን፣በቀጣይ የተማሪዎች የእረፍት ወቅትን ተከትሎ ለሁለተኛ ደረጃ ተማሪዎች “ስለ አብዮታዊ ዴሞክራሲ የፖለቲካ ፍልስፍና እና በኢትዮጵያ ስላስገኘው ልማት” ለተማሪዎች ሥልጠና ለመስጠት ዝግጅቱን ማጠናቀቁን አሳወቁ።

የኢህ አዴግ  መንግስት  በድንገት ትምህርት ሚንስቴር ዓመታዊ የትምህርት መርሃ- ግብሩን በአስቸኳይ እንዲያቋርጥና ወደ ፈተና ዝግጅትና ትግበራ እንዲገባ ባለፈው ሳምንት መመሪያ አስተላልፎለታል።

በዚህ ድንገተኛ ውሳኔ የተደናገጠው ትምህርት ሚኒስቴር በበኩሉ ሣይውል ሳያድር ለየመሰናዶና ሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ቤቶች ርእሰ መምህራን በጻፈው አስቸኳይ ደብዳቤ መምህራን የሚያስተምሩትን ትምህርት አቋርጠው ወደ ፈተና ዝግጅት እንዲጣደፉ በፋክስና በስልክ በአስተላለፈው መልዕክት ላይ አዟል፡፡

በዚህ መሰረት የመሰእናዶ ትምህርት (ፕሪፓራቶሪ ክላስ) ከግንቦት 20 ቀደም ብሎ እንዲገባደድ ; የሁለተኛ ደረጃ ትምህርት ደግሞ እስከ ግንቦት 30 ድረስ እንዲጠናቀቅ የሚያሳስብ አስቸኳይ መመሪያ አውርዷል።

በዚህ ውሣኔ መሠረትም ያልተጠናቀቁ ዓመታዊ የሁለተኛ መንፈቀ ዓመት የትምህርት ካሪኩለሞችን በማሟላት ላይ የነበሩ የ12ኛ ክፍል የመሰናዶ ተማሪዎች ከትላንት ሰኞ ግንቦት 15 ቀን ጀምሮ ያልተጠናቀቁ ትምህርቶቻቸው ተቋርጦ የማጠቃለያ ፈተና እንዲጀምሩ ተደርጓል።

በሌላ በኩል ደግሞ በሰሜን ሸዋ የሚገኙ የ8ኛ ክፍል ተማሪዎች ለአባይ ግድብ ማሰሪያ የሚሆን ቦንድ ካልገዘችሁ ወይም ገንዘብ ካላዋጣችሁ ሞዴል ፈተና አትፈተኑም መባላቸውን ዘጋቢያችን ከስፍራው ባስተላለፈልን ዘገባ ገልጿል።

በዘገባዉ መሰረት ተማሪዎቹ የ8ኛ ክፍልን ሞዴል ፈተና ለመውሰድ ከመቀመጣቸዉ በፊት “ለህዳሴዉ ግድብ” ማሰሪያ የሚሆን ቦንድ ግዙ ተብለዉ ሲጠየቁ “እኛ ገንዘብ የለንም ወላጆቻችንም ገንዘብ የለንም ብለውናል” ብለዉ ሲመልሱ ፈተና አትፈተኑም በመባላቸዉ በወላጆችና በትምህርት ቤቶች መሃል ትልቅ ውዝግብ ተፈጥሮ እንደነበር የደረሰን ዜና ያመለክታል።

በሌላ በኩል ደግሞ እንደተማሪዎቹ ሁሉ ቦንድ ካልገዛችሁ ተብለዉ የተጠየቁት መምህራን በአገሪቱ ባለው የኑሮ ውድነት ምክንያት ገንዘብ ለማዋጣት ፈቃደኛ አለመሆናቸውን ቢገልጹም የዘረኛው አገዛዝ ካድሬዎች አሻፈረን በማለት የማስገደድ ስራቸውን መቀጠላቸውን የደረሰን ዘገባ ያስረዳል።

የዘረኛውና አምባገነኑ የወያኔ አገዛዝ የህዝብን የትኩረት አቅጣጫ ለማስቀየር በሚል ከቅርብ ጊዜ ወዲህ የለቀቀው የአባይ ግድብ ነጠላ ዜማ እጅግ እያስመረረ የሚገኝ ሲሆን፣ የአገዛዙ ቁንጮ የሆነዉ መለስ ዜናዊ ከግብጽ መንግስት ጋር ባደረገው ስምምነት የግድብ ስራው ግንባታ ላልተወሰነ ጊዜ እንዲራዘም ማድረጉንም አይዘነጋም።

Ergamaan Wayyaanee aangoo irraa mana hidhaatte darbame.

(Qeerroo, Adaamaa, Oromiyaa, 25 Caamsaa 2011) Sirna Wayyaaneef ergamaa gaarii ta’ee barattoota hiisisaa fi ajjeechisaa kan ture, hogganaan Univarsitii Adaamaa aangoo irraa kaafamee mana hidhaatti darbame; bakka isaa immoo ergamtichi OPDO Tolaa Badhaasaa jedhamu ramadamee jira.

Qeerroon maddi oduu isaa irraa akka mirkaneeffatetti, ergamtooti mootummaa wayyaanee fi humnooti tikaa dhimma jeequmsaa fi nyaata summaa’ee irratti waldhabdee wal unkuraa jirti.

Adama Uni Students up rising

“Waan mana barumsaa sana ilaalchisee caasaan wayyaanee wal’lolaa jiru.Bulchiinsa University kan ture sana kaasanii gurbaa OPDO  Tolaa Badhaasaa jedhamu  bulchiinsa mana barumsaa sana godhanii jiru,” kan jedhe maddi qeerroo, kun immoo waan summii sana beekaa akka raawatameefi waan itti damaqamaa jiruuf jarreesana naannoo sanaa fageessuuf kan hojjatame ta’uun hubatamee jira.

Yeroo ammaa kanatti, “waanti haaraan moora keessa jiru dhimmuma barattoota dhukkubsatanii ti,” kan jedhe miseensi qeerroo tokkos, haala kana  ilaalchisee Doctooronni barattoota kana yaalan ‘garaa keessan miiccadha kana ta’uu baannan hamma wagga 5tti dhukkunbi kun isin hin gadhiisu,’ akka jedhanii ibsee jira.

Sababa kanaan barattootni kaan gara mana isaaniiti barumsa dhiisanii galanii jiru; kaan immoo mana yaalaa gurgudda ciisanii akka jiran kan ibse odeessi kun, Ijoolleen summii sana nyaatte sun hedduu akka miidhamaniifi qaamni isaanii akka kokotaa’aa jiru, keesattuu naannoo jilba ,Ciqilee fi Dugda isaanii akka miidhaman himaa jiru; dhimma kana ilaalchisees haalli falmii barattootaa itti fufa  jedhamee jira.

Sababa kanaaf piresedantii moorichaa kan ture Dr Bekele kan jedhamu,ergamaan wayyaanee aamgoo irraa kaafamee gara mana hidhaatt darbatamee jira; wayyaanotaanis akka malee kan qeeqame yoo ta’u, “dhimma barattoota kana ilaachisee to’annaan kee dadhabaa dha,” jedhamee jira.

“Nuti immoo bakka jirutti nagaadha,” kan jedhan miseensoti qeerroo,  yeroo ammaatti websiten qeerroo  barattoota mooraa guutuu biratti akka dubbifamaa jiruu ibsanii, “odeessa qeerroon dabarsaa jiru barattooti hundi dubbisaa jiru; nutis arginee jirra; baayee kan nama gammachiisudha,” jedhanii jiru.

Dameen walqunnamtii Qeerroo gama isaatiin, hojiin qeerroo kan mandi’ee mul’ate hirmaannaa qeerrootiin ta’uu hubachiisee, dhimma kanas daran babal’isuuf yeroo ammaa kanatti website Qeerroo: https://qeerroo.wordpress.com san ol guddisuufi wayyeessuuf hojjachaa waan jiruuf miseensoti Qeerroo bakak jiran maratti dammaqinaan odeeffannoo argatan gara wiirtuu qeerrootti karaa e-mail qeerroo2011@gmail.com akka dabarsan dhaamee jira.

Gama biraatiin, magaalli Finfinnee yoomiyyuu caalaa eegumsaan cinqamtee akka jirtu hubatamee jira. Miseensoti Qeerroo marsaa walmarii hiriyootaa irratti akka waliif dhaamanitti, yeroo ammaa kana sochiin nama hundaa tuhatamaa dha; waraanni, foolisaa fi warra tikaa gamtaan eegamsa sardaatti seenanii jiru. Eeggumsi kun tarii waanuma ayyaana isaanii kana waliin wal qabatee tahuu mala kanneen jedhanis ni jiru.

Watch my videos at Vodpod

qeerroo has started a video collection on Vodpod, you should check it out. You can follow qeerroo on Vodpod to keep track of the videos qeerroo collects, recommends, and comments on at Vodpod.com.

Follow qeerroo’s videos, and collect and share your own videos with your friends. It’s free!

Qeerroo has collected 6 videos, including:

Diddaa Uni Adaamaa
Collected by 1 person · 0 views
Oromiyaa Haaraa
Collected by 1 person · 9 views
Qeerroo Bilisummaa
Collected by 1 person · 7 views
Hawwisoo Bilisumaa
Collected by 1 person · 5 views

Get started by following qeerroo here. It’s easy and free!
Follow qeerroo here

Best,
Qeerroo Video

Gaaffiilee Mirgaa fi Diddaa Qeerroo Oromiyaa

1fa- Bulchiisni Adda Bilisummaa Ummata Tigray ykn Adda Dimokirasii Warraaqsa Ummatoota Itophiyaa ofiin jedhu: Mootummaa gosummaa irratti of ijaare, kan caasaa jaarmayaa Stalinistummaan masakamu, kan bu‟ura siyaas-hawaasummaa fakkaattii tarkaanfachiisu waan taheef;

Sirni Federalummaa gartuun kun ittiin of fakkeessus sirna shiraan guutame, tokkummaa ummataa addaan diigee, qoqqoodee ittiin bituuf saganteessate waan taheef; Mootummaan kun sabootaa fi sab-lammoota kanneen akka Oromoo, Ogaaden, Sidaamaa fi Ummatoota Kibba biyyattii akka diina innikkaatti ilaalee itti duulaa hanga har‟aa waan gaheef;

Kanaaf, mootummichi dhugaa ummata biyyattii keessaa ukkaamsuuf jecha duula humna waraanaa waggaa 20f Oromia, Ogaden fi naannoo adda addaatti itti jiru, tarkaanfii waraanumaa fi lolaa, biyyattii keessaa saboota bittaa cunqursaa jalatti barootaaf kufanii jiran irraan geessisaa jiru akka irraa dhaabu jedhna.

2fa- Mallas Zenawi baroota bulchiinsa isaa, waggaa 20 guutuu, miidhaa fi cunqursaa hamtuu ummatoota biyyattii irraan geessiseen aangoo isaa jabeessataa waan deemaa jiruuf;

Bulchiisni Mallas Zenawi kunis dhiitama mirga namoomaa hammaate, kan ummata nagaa haala lammii biyyaa irra gahuu hin malleen dararkeessuu (harassment), lafa irraa buqqisuu, dararuu, guuranii hidhuu fi ajjechaa raawwataa waan yoona gahee jiruuf; Ummatni nagaan kumaatamaan manneen hidhaatti guuraman, badii takka malee manneen hidhaa keessatti hanga har‟aa dhiphachaa waan jiraniif;

Kanaaf: Hidhamtootni siyaasaa hundi haal-duree tokko malee daddaffiin akka hiikaman; Manni hidhaa Qorannaa Giddu-Galeessaa ykn ‘Maikelawi’ jedhamu kan lubbuun dhala namaa keessatti gatii dhabsiisame, kan dhala namaa keessatti dararuu, reebichaan qaamaa hir’isuu, akka beeyiladaatti keessatti gorrawuuf itti yaadamee ijaarame, akkasittis hanga har’aa lubbuu lammii biyyaa kumaatamaan keessatti galaafatamee fi galaafatamaas jiru haa cufamuu, giddu-galeessi diina lubbuu dhala namaa tahe kun daddaffiin haa diigamu jedhna.

3fa. Abbootiin taayitaa mootummaa Mallas Zenawii yeroo itti saamicha dinagdee gaggeessaniin soorumaa fi badhaadhina ofii akka guddina dinagdee biyyattiitti himataa jiran, ummatni Itoophiyaa keessaa garuu oolee buluuf iyyuu jireenya guyya guyyaa of dadhabaa waan jiruuf; 

Imaammata dinagdee dogoggoraa fi gowwoomsaa mootummichi gaggeessuun gatiin gabaa akka malee dabalaa, jireenyi ummata biyyattiitti hadhaawuutti dabalee mo‟achuun dadhabamaa waan jiruuf; Dhukkubni, beelli, hongee fi wallaalummaan mallattoo jireenya hawaasa waliigalaa Itoophiyaa keessaa tahee beekamaa waan jiruuf;

Kanaaf, Dhiheessiin mi’oota jireenya ummatichaa guyya guyyaaf barbaachisoo tattahan, kanneen akka sukkaaraa, mi’eessaa fi daabboo jarjartiidhaan ummataaf akka dhihaatan; Imaammatni dinagdee deega hamtuu ummata irraan geessisaa jiruu fi gatiin bittaa fi gurgurtaa gabaa to’annoo ala bifa saamichaan gaggeessamaa jiru akka daddaaffiin sirratu, oolee osoo hin bulin hojii irras akka oolu jedhna.

4fa- Bittaan mootummaa Mallas waa hunda keessaa harka kan qabu, keessattuu wiirtuu dinagdee biyyattii dhuunfaatti harkatti kan galchate waan taheef; Dhaabbileen dinagdee biyyattii keessaa miseensota Adda Bilisummaa Ummata Tigraayii maqaa „EFFORT‟ jedhamuun dhuunfatamuu fi haadha warraa Mallas Zenawi, Azeb Masifiniin to‟atamaa jiraachuun hiccitii ummatni biyyattii keessaa tolchee beeku waan taheef;

Kanaaf, qabeenyaan dhuunfaa maatii Mallas Zenawiin dhuunfatame akka ummataaf deebisamu, saamichi seeraan alaa maatii fi aantota isaan hanga har’aa gaggeessame, kan ifatti hin bahin dabalee haa qoratamu jedhna.

5fa – Ummatni biyyattii keessaa dhibba keessaa harki sagaltamni (90) jireenyi isaa qonnaatti hidhataa waan taheef; Dhaadannoon “Lafti kan Qotee Bulaaf Haa tahu” jedhu baroota 1960ta fi jalqaba 1970ta keessa belbelaa ture; kan bara 1974 biyya Itophiyaa keessatti ummata, siyaasa wal fakkaataa jala waliin hiriirsee, warraaqsa ummataa qabsiisuudhaan mootummaa Hayila Sillaasee aangoo irraa dhabamsiise;

Imaammata Saamicha Lafaa mootummaan Adda Bilisummaa Ummata Tigray gaggeessaa jiruun, ummatni dachee isaa dhabuun, buqqisamuu fi hoji-dhabilee taasisamuu irraa kan ka‟e, gabrummaa ammayyaa, kan aangawummaa hidhata dinagdee addunyummaan wal qabateen, har‟as naannoftuu haala fakkaattii keessa waan jiramuuf; 

Kanaaf, imaammatni deegsaan kun daddaffiin akka irraa dhaabbatamu, wal tahiinsi idil-addunyaa gurgurtaa dachee ummataa xiyyeeffate akka fashaluu fi diigamu jedhna.

6fa- Biyyi Itoophiyaa jedhamtu kun waggoota 20n (digdamman) dabran karaa siyaasaa, hawaasummaa fi dinagdee deega caalaa hammaate keessa seentee waan jirtuuf; Sirni siyaasaa mootummichi laf-jalaan ittiin gaggeessamu yaad-rimee (concept) Stalinistummaa waan taheef; Qoodumsaan aangoo walabaa kan seer-baastotaa, (legislatives) seer-murtootaa (judiciaries) fi seer-alangootaa (executives) dhugaadhaan addaan bahee karaa walabummaa isaanii eeggataniin hujii irra oolaa waan hin jirreef; Qaamota seeraa, kan walaba tahanii dhugaadhaan seera biyyattii keessaa hojjii irra oolchuun ture , bifa bulchiinsa Satlinistummaadhaan, Muummichi Ministeerotaa Mallas Zenawi aangoo fi ol-aantummaa irratti qabuun gara ofiif fedhutti daddabsaa waan jiruuf; Mallas Zenawi takkaahuu filamee (elected) kan hin beekne garuu sirna Satalinistummaa uummateen kan of foosisuu (selected) waan taheef; Kanaaf, Mallas Zenawi aangoo irraa bu’ee, waajjira akka gadi lakkisu barbaadna.

7fa- Filmaata biyyoolessaa Caamsaa bara 2010 gaggeessameen osoo mormitootni siyaasaa seeraan biyyattii keessatti galmaawan sagaltamaa (90) ol tahan dorgom jiranii, Addi Bilisummaa Ummata Tigiraayi, kan durumaan humnaan aangoo dhuunfate sagalee ummataa dhibba keessaa sagaltamii Sagalii fi tuqaa jaha (99.6%) aragachuu isaa haala tasumaa amansiisaa hin tahiniin waan labsateef; Gaggeessitootni filmaatichaa miseensotuma paarti aangoo bittaa of harkaa qabuu waan tahaniif; Maallqani filmaatichaaf ooluun irra ture, meeshaan sab-qunnatmii, humni poolisii fi tikiaa dhuunfata mootummichaa tahuu irraa kan ka‟e paartiin siyaasaa durumaanuu aangoo of harkaa qabu akka deebisee mo‟atuuf waan danda‟an hundaan filmaata walaba tahuun irra ture humnaan ukkaamsaa, mo‟icha paartii mootummichaaf garuu haala mijjeessaa waan turaniif; 

Filmaatni biyyattii keessatti gaggeessame jedhamu qaanfachiisaa tahuutti dabalee, addunyaa ittiin gowwoomsuuf xapha siyaasaa raawwatame tahuun ifatti waan mul‟ateef; Kanaaf, golli qaama paarlmaa biyyattii lamaan (2n) daddaffiin akka diigaman, Seera haqaa fi sirna dimokiraasii dhugaa biyyattii keessatti dhugoomsuuf mootummaan yeroo cehumsaa dhaabota sochii bilisummaa gaggeessaa jiran, jaarmota mormitoota siyaasaa adda addaa kan ammate haa utubamu jenna. 

Injifatnoon Saba Cunqurfameef!

Bilisummaa fi Dimokraasiin Ni Mo’ata!!

Qunnamtiin Qeerroo:

Email : qeerroo2011@gmail.com

Facebook: Qeerroo Bilisummaa

Website: https://qeerroo.wordpress.com

Sirna Wayyaanee Ofirraa Ittisuu Utuu Hin Taane, Haleeluu Dha!

(Oduu Qeerroo,Finfinnee, 23 Caamsaa 2011) Adeemsi qabsoo keenyaa haga yoonaatti shiraa fi jeequmsa Wayyaaneen ummata keenya irratti raawwachaa jirtu ittisuu irratti xiyyeeffatee ture, gara haleellaatti  jijjiiramuu akka qabu Qeerroon hubachiise.

Qeerroon “Arfiin qabsoo Qeerroo tarkaanfii diddaa fudhachuu dha!” mata-duree jedhuun ibsa baaseen akka hubachiisetti, qorannoon qabsoo waggoota digdamman darban irratti adeemsisame kan mul’isu qabsoon keenya miidhaa fi roorroo Wayyaanee ofirraa ittisuu irratti xiyyeeffatee turuu isaa ti.

“Haala akkasii keessatti immoo qabsoo dandamachiisuun yoo danda’ame illee irra caala kan fayyadamu murna abbaa irree ti,” kan jedhe ibsi Qeerroo kun, “amma illee Qeerroon akka dhimmuma walfakkaatu irratti qabamee hafuuf yaaliin addaddaa gurree fi lukkee abbootii irreetiin godhamaa jira,” jedhee jira.

Keessaayyuu, barattoota Oromoo addatti rasaasaan tumuun, barattoota nagaa mana hidhaatti hiraarsuu fi kaan immoo nayaata summaa’een fixuun namuu dallaa sodaa keessatti qabamee akka waan isa irra gahu ifirraa eegaa jiraatu gochuuf yaadamee akka ta’e Qeerroon addeessee jira.

Haata’uutii, adeemsi haga yoonaa kan waan Wayyaaneen raawwattu ofirraa ittisuu irratti xyyeeffatee ture gara haleellaa fi fincilaatti naannuu qaba jedhee jira.

Caasaa mootummaa fincila diddaan laaffisuuf yaadaa fi qalbiin qophaa’uun barbaachisaa waan ta’eef jaarmiyooti dhimma Bilisummaa fi dimokiraasii irratti hojjatan dursanii diddaaf akka of-qopheessanis Qeerroon dhaamee jira.

Kana malees, jaarmiyooti martuu haga danda’anitti dhimma ijoo / ajandaa/ walfakkaataa tokko jalatti diddaa isaanii qindeeffatanii akka finiinsanii fi guyyaa garbummaa gabaabsan Qeerroon waamicha godhee jira.

Yeroo ammaa kanas Wayyaaneen sodaa guddaa keessa seentee waan jirtuuf, gochaa farra dimokiraasummaa ishii babal’isaa jiraattu iyyuu haleellaan sirna hiraarsaa kana irratti fudhatamuu malu kamuu laafuu fi dhaabbachuu akka hin qabnes yaadachisee jira.

 Qeerroon itti dabaluunis, “yeroon kun yeroo itti sirna wayyaanee adda baasanii haleelanii dha. Haga ammaatti ofirraa ittisuu irratti hojjataa turre ta’a; sun yeroon isaa dhumatee jira. Amma diddaa dha! Didaatii, hiree keessaniin guyyaa Bilisummaa keessaanii as dhiyeessaa,” jedhee jira.

በአዳማ ዩኒቨርሲቲ በምግብ መመረዝ 1500 ተማሪዎች ታመሙ

(ቄሮ – የኦሮሞ ወጣቶች) ባለፈው ረቡዕና ሐሙስ በአዳማ ዩኒቨርሲቲ በተማሪዎች መመገቢያ አዳራሽ ውስጥ የተመገቡ 1500 ያህል ተማሪዎች በጠና ታመሙ፡ተማሪዎች ዓርብ ባስነሱት ተቃውሞ ከፖሊስ ጋር መጋጨታቸውንና ግቢው በፖሊስ ጥበቃ ሥር መዋሉ ታውቋል፡፡

Adama Uni Students up rising

በዩኒቨርሲቲው የሚገኙ የቄሮ ምንጮች እንደገለጹት፣ ረቡዕ ተማሪዎቹ ምሳ ከበሉ በኋላ ወደ 11 ሰዓት ገደማ በርካታ ተማሪዎች መታመም ጀመሩ፡፡ የሕመሙ ምልክቶች ራስ ምታት፣ ቁርጠትና ራስን እየሳቱ መውደቅ ሲሆኑ፣ በሁሉም ታማሚ ተማሪዎች ላይ ተመሳሳይ ምልክቶች ታይተዋል፡፡

አንዳንድ ያነጋገርናቸው የዩኒቨርሲቲው ተማሪዎች እንደገለጹት ከሆነ ደግሞ፣ ተማሪዎቹ ወደላይ አያስመልሳቸውም ወይም የሆድ ሕመም ምልክት አይታይባቸውም፡፡ ነገር ግን ራሳቸው ክፉኛ መታመሙን የሚገልጹና ራሳቸውን ስተው የሚወድቁ በርካቶች ነበሩ፡፡

ረቡዕና ሐሙስ በጠቅላላው 1500 ያህል ተማሪዎች የታመሙ ሲሆን፣ በዩኒቨርሲቲው ቅጥር ግቢ በሚገኘው የጤና ማዕከልና በአዳማ ሆስፒታል የሕክምና ዕርዳታ እንደተደረገላቸው ለማወቅ ተችሏል፡፡

ተማሪዎቹ ከበሽታው በፍጥነት ማገገማቸውን የገለጹት ምንጮች፣ በምግብ መመረዙ የተጠቁት ተማሪዎች በዩኒቨርሲቲው ከሚገኙ አራት የተማሪዎች መመገቢያ አዳራሾች በአንደኛው አዳራሽ የተመገቡት ብቻ ናቸው፡፡

የዩኒቨርሲቲው ምንጮች ክስተቱን የተለመደው ዓይነት የምግብ መመረዝ ይበሉት እንጂ፣ ተማሪዎቹ ግን የተለምዶው የምግብ መመረዝ ሳይሆን ከኬሚካል ጋር የተገናኘ ችግር ሳይሆን እንደማይቀር መገመቱን ይገልጻሉ፡፡

ለታማሚዎቹ ተማሪዎች የሕክምና ዕርዳታ የሰጡት ሐኪሞች በሽታው የምግብ መመረዝ እንደሆነ ያረጋገጡ ሲሆን፣ የምግብ ናሙናዎች ለኢትዮጵያ የሥነ ምግብና የጤና ምርምር ኢንስቲትዩት (ፓስተር) እንደተላኩ ለማወቅ ተችሏል፡፡

በምግብ መመረዙ የተቆጡ የዩኒቨርሲቲው ተማሪዎች ተሰብስበው ከግቢ በመውጣት ከተማ ጎዳናዎች ላይ በመዘዋወር ተቃውሟቸውን ለመግለጽ ሲሞክሩ፣ የዩኒቨርሲተው አስተዳደር የአዳማ ከተማን ፖሊስ በመጥራት ተማሪዎቹ ከግቢ እንዳይወጡ አድርጓል፡፡

አብዛኞቹ የዩኒቨርሲቲው ተማሪዎች በተለይ በአዲስ አበባና በአካባቢዋ ወደሚገኙ ቤተሰቦቻቸው መመለሳቸውንና ግቢ ውስጥ የቀሩት ግን በፖሊስ ጥበቃ ሥር እንደሚገኙ ለማወቅ ተችሏል፡፡

የአዳማ ዩኒቨርሲቲ የበላይ ጠባቂና ቦርድ ሊቀመንበር ጁነዲን ሳዶ ዓርብ  ከሰዓት በኋላ በፖሊስ ጥበቃ በዩኒቨርሲቲው ቅጥር ግቢ ተገኝተው ተማሪዎቹን ለማነጋገር ሲጥር ከፍተኛ ውጥረት ይታይ እንደነበር ለማወቅ ተችሏል፡፡

ተማሪዎቹ ከግቢ ለመውጣት ከፖሊስ ጋር በፈጠሩት ግብግብ ለፖሊስ ቆመጥ መዳረጋቸውን የዓይን እማኞች ለሪፖርተር ገልጸዋል፡፡ ተማሪዎቹ በግቢው ውስጥ የነበሩ የተወሰኑ የዩኒቨርሲቲውን ተሸከርካሪዎች መስታወት በድንጋይ ሰባብረዋል፡፡ በተጨማሪም ዓርብ የዩኒቨርስቲውን ሕንፃዎች መስተዋት መሰባበራቸውን አስረድተዋል፡፡

Ergamaan Wayyaanee Junaaddiin Saaddoo Qaanii Guddaa Uffatee Baqate.

(Oduu Qeerroo, Adaamaa, 22 Caamsaa 2011) Fincila barattoota Yunivarsitii Adaamaa dhaamsuuf kan ergame ergamaan Wayyaanee Junaddiin Saaddoo qaanii uffate deebi’e.

Fincila akka haaraatti Jimaata darbe ka’e qabbaneessuuf Sanbata darbe, Caamsaa 21, 2011 wayita ergamtichi wayyaanee kun achi ga’u barattooti immoo “erga summiin nu fixxanii booda maal nu dubbistu?” ittiin jechuun isa qaanessan.

Ergamaan kun kan ergame fincilaa booda eega  waraanni mooraa guuteen booda warra Tigireen marfamee ergamtichi Junaddii Saaddoo barattoota dubbisee qabaneessuuf  wayita yaaletti barattooti  sagalee tokkoon “maal barbaadda? Ammoo erga summiin nu fixxanii mirga keenya ukkaamsitanii maal barbaadda? ergamaa!” ittiin jedhan.

Yeroo barattooti afaan tokkoon  “hattuu!” jechuunii eegalanii dhadannoo dhageesifachuu itti fufan battala baqatee naannoo sanii deemee jira.

Diddaan barattootaa kun akka hin babal’anneef humnoota tikaa bakkaa bakkatti raamadanii ummata sodaachisuufi bir’achiisuuf yaalii gochaa kan jiru yoo ta’u, ummatis “beelaa fi qaala’ina jireenyaan dhumuun haa raawwatu!” jechuu eegalanii jiru.

Manneen Kusaalee, Konkolaatoni Wayyaanotaa caccaban, Poolisooti TPLF Reebaman; Roorroo Saba Isaatiif Qeerroon Danfee Ka’e.

                                                                   ( Gabaasa Qeerroo Adaamaa Irraa)

(Oduu Qeerroo, Adaamaa, 22 Caamsaa 2011) Diddaan barattootaa gara fincilaatti ce’e;  kan Hidhame hidhamee,Kan reebames reebamee, kan nyaata summaayaan nu biraa Hosptala fi bakka adda addaa ciisan irraan kan hafan fincila isaanii itti fufanii jiru.

Qeerroon akka gabaasetti, Gaaffii mirgaa gaafachuu fi FDG itti fufe jira. Mooraa Yunivarsitii Adaamaa keessatti diddaan itti fufee, Sanbata kaleessaa-21 Caamsaa 2011- gabaasaa tamsaasuuf kan turre haala rakkisaa keessa waan turreef oduu dabarfachuu dadhabnee turre.

Sababni isaa social net work kutuudhaan kan akka Net Work Internetii fi telephonni hin turre, akkasumas mooradha ala bahuuf lola keessa waan jirruuf rakkoo guddatu ture.

Guyyaan Jimaata Caamsaa 20,2001 sa’a 6:00 irra kaasee barattootni moora keenya Universitii Adamaa akkuma beekamu barattooota dhikkubsatanii fi hidhaman dabalees gaaffii Dargaggoota (Qeerroo) ilalchise hiriiraa nagaa adeemsifame.

Kanarratti moora cabsuun manneetii kuusaalee humnooti tikaa keessa qubatan, konkolaataa ergamtoni Wayyaayee ittin adeemtu hojiin ala godhanii utuu jiranii itti fufuun mooraa cabsuun poolisoota fi ergamtoota mooraa dhagaadhaan arii’ianii gara alaatti yoo bahan humni federaalaa baayyinni isaanii tilmaaman 5000 ol ta’an gara barattoota kanatti ergaman ,moora alatti nannoo sa’a tokkoo fi walakkaa kan ta’u lola dhaagaa darbannaa barattootaa fi loltoota Wayyaanee gidduutti adeemsifamaa ture.

Garuu akka carraa tahee barattoota keessa kanneen reebichan miidhaman malee balaan guddaa hin geenye. Itti fufuun humni dabalamuun barattootni nannoo sa’atii sagal booda gara mooratti deebi’ani konkoolatota Wayyaanotaa kanneen human dabalataa guurtee mooraa naqxe caccabsuun akka tajaajila hin laanne godhaaniiru.

Yeroo kanas barattoota kaan reebuun kanneen hafan keessaa nama 20 kan tahan qabanii deemanii jiru,barattooti qabamanis yeroo qabamanitti Oromiyaan ni Bilisoomti !! jecha jedhuun jagnummaan dhadataa qabaman.

Dhaadannoon barattoota kana kan ture kan akkana jedhu ture ”Mootummaa hattuu” jechi kun barattoota addaan utuu hin qoodin kan jedhamu yoo ta’u sabbootonni Qeerroo ilmaan Oromoo kan ta’an immoo “Wayyaanee hattuu! Oromiyaan Kan Oromooti! ABO,WBO,Ka’I Qeerroo!! Fi kkf jechuun sirbaa turan .Suuraa fi Sagaleen waraabamee waan jiruuf meeshaa gahaa waan hin qabneef dabarsuu hin dandeenye.

QB

Qabsoon Itti Fufa! Gabroomsaan ni Kufa!!

Food at Adama University Poisoned; Woyane Used Tear Gas; 20 Students Jailed

Qeerroo News, May 21, 2011

Food Poisoned

On Tuesday May 17, 2011 more than 1500 students of Adama university, Eastern Shoa zone, Adama town who have eaten lunch at café # 3 all got sick – many of them were hospitalized but others remained in the university campus despite their illness due to lack of money. Since then all students of the university were afraid to eat at the café, and raised a legitimate question of why the food was poisoned.

Health workers who treated the students at hospital confirmed that the food was poisoned, and expressed their worry that they do not have adequate medication to curb the situation.

Tear Gas

The administration of the university, instead of answering the legitimate question of the students, called the Woyyanepolice.

The police entered into the campus today May 21, 2011 and spread tear gas to disperse the students who gathered together to talk about the problem.

They then entered into the campus and started beating the students who did not eat anything in the last 4 or 5 days and hence are already weakened. Qeerroo news reporter was able to confirm that at least 20 students have been jailed.

One student who was beaten by the police told Qeerroo: “Today, we left our lunch and asked the question why the food was poisoned. The school administration, instead of answering our question, they called the woyane Federal police on us.

Woyane forces entered in to the campus and started beating us indicriminantly. I fall down on the ground was beaten like a snake. They were beating me on my head mercilessly”.

Another student told Qeerroo News: “We didn’t eat anything since Tuesday, because we were afraid to eat the food. We appeal to our people to make our voices heard”.

Qeerroo News

ትግላችን ወያኔ የሚወረውረውን መከላከል ሳይሆን ማጥቃት ነው!

(ቄሮ – የኦሮሞ ወጣቶች) የነጻነትና የዲሞክራሲ ትግላችን ወያኔ የሚወረውረው ነገር ላይ የመከላከል እርምጃ መውሰድ ሳይሆን ቀጥታ የማጥቃት እርምጃ የሚወሰድበት ደረጃ ላይ በመድረሳችን ኣስፈላጊ የሆነ ህብረ ድርጅታዊ የስነልቦናና የመታገያ ኣጀንዳ ለውጥ ማድረግ ያስፈልጋል::

በፍርሀት የተዋጠዉ የመለስ ዜናዊ ዘረኛ አገዛዝ ንጹህ ዜጎችን ማሰር ስልጣኑን የሚያራዝምለት ይመስል በኦሮሚያ ክልል መጠነ ሰፊ የእስር ዘመቻ የከፈተዉ ሰሜን አፍሪካ ዉስጥ አምባገነኖችን ለብልቦ መድረሻ ያሳጣዉን የአብዮት ሰደድ እሳት ኢትዮጵያም ውስጥ ለማቀጣጠል ተግተው የሚሠሩ ሃይሎች አሉ በሚል ሰበብ ሲሆን የጥቃት ኢላማዉ በተናጠል በኦሮሞ ተወላጆች ለምን አንዳነጣጠረ የታወቀ ነው።

በኦሮሚያ ውስጥ ለረጂም ግዜ ኦነግን ትደግፋላችሁ በሚል ሰበብ በህዝቡ ላይ የሚፈፀመዉ ሂሊናን የሚሰቀጥጥ በደል ወጣቱን ክፍል እጅግ እያስቆጣ ስለመጣ በአገራችን ውስጥ በዬትኛውም ጊዜና ቦታ ሊፈነዳ ይችላል ተብሎ የሚጠበቀዉን ህዝባዊ አብዮት ኦሮሚያ ዉስጥ ሊጀምር ይችላል የሚል ስጋት ወያኔን ስላስጨነቀዉ እንደሆነ በግልፅ ይነገራል።

ኣሁን ግን ተነሳሽነቱ መቀበልና የምንወስደው እርምጃ ሁሉ ይህንን ከስሌት ያስገባ መሆኑን በመረዳት የማጥቃት እርምጃ የሚወሰድበት ደረጃ ላይ በመድረሳችን በስነልቦና ደረጃ የነጻነትና የዲሞክራሲ ሀይሎች ሊኖራቸው የሚገባው የመንፈስ ዝግጁነት ማድረግ ያስፈልጋል:: ይህ ከተከላካይነት ወደ ኣጥቂነት የሚደረግ ሽግግር ደግሞ ጠላትን መነጠልና፣ ወዳጅን ማብዛት፣ ከያንዳንዱ እርምጃችን ጋር የተሳሰረ የሁልጊዜም ስሌታችን ኣካል ማድረግን ይጠይቅብናል::

ሁለተኛው ቁምነገር ደግሞ የዴሞክራሲ ሀይሉን በኣንድ የመታገያ ኣጀንዳ ዙሪያ ማሰለፍና ቆይቶም በዚህ መስመር ዙሪያ ላይ የታጠረ ህብረ ድርጅታዊ ኣመራር ስር ማሰባሰብ ነው:: ኣሁን ሁለቱም ጊዜ ሳይወስድ መፈጸም ያለባቸው ቢሆኑም የኋለኛው ትንሽ ጊዜ የሚወስድ ቢሆን እንኳን የመታገያ መስመሩን በተመለከተ ሁሉም በየድርጅቱ ኣሁኑኑ ሊያደርገው የሚችለው ነገር ስለሆነና ባጠቃላይ ህዝቡም ዘንድ መናበብን ማዳበር ስለሚገባ ኣሁኑኑ ማድረጉ ኣስፈላጊ ነው::