የአርባ ምንጭ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች ትምህርት አቆሙ

(ቄሮ – የኦሮሞ ወጣቶች, አርባ ምንጭ, 01/06/2011) በደቡብ ክልል ከአዲስ አበባ በ500 ኪሎ ሜትር ርቀት የሚገኘው የአርባ ምንጭ ዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች  በተማሪዎች መመገቢያ አዳራሽ ውስጥ የተመገቡ 450 ያህል ተማሪዎች በጠና ታመሙ፡ተማሪዎች ባስነሱት ተቃውሞ ከፖሊስ ጋር መጋጨታቸውንና ግቢው በፖሊስ ጥበቃ ሥር መዋሉና፣ ከግንቦት 22 ቀን 2003 ዓ.ም. ጀምሮ ትምህርት ማቆማቸውን ተማሪዎች  ገለጹ፡፡

የተማሪዎቹ ተቃውሞ  ያሳሰበው ዩኒቨርሲቲው ለአካባቢ ፖሊስ ደውሎ ኃይል እንዲመጣ በማድረግ ፖሊሶች ቢደርሱም፣ ሊቋቋሙት እንደማይችሉ በመታወቁ የፌዴራል ፖሊስ ደርሶ የተማሪዎቹ ተቃውሞ  ከግቢው እንዳይወጣ መቆጣጠር መቻሉን አስታውቀዋል፡፡

ከግንቦት 22 እስከ ትናንትና ምሽት ድረስ ምግብም ሆነ ውኃ ሳያገኙ መቆየታቸውን ተማሪዎቹ ጠቁመዋል፡፡

በዩኒቨርሲቲው የሚገኙ የቄሮ ምንጮች እንደገለጹት፣ ተማሪዎቹ ምሳ ከበሉ በኋላ  መታመም ጀመሩ፡፡ የሕመሙ ምልክቶች ራስ ምታት፣ ቁርጠትና ራስን እየሳቱ መውደቅ ሲሆኑ፣ በሁሉም ታማሚ ተማሪዎች ላይ ተመሳሳይ ምልክቶች ታይተዋል፡፡

በተማሪዎቹ እንቅስቃሴ ምክንያት ፌዴራል ፖሊስ ረብሻውን ለማስቆም በተከታታይ በሚተኩስበት ወቅት ራሳቸውን የሳቱ ተማሪዎች ወደ ጤና ጣቢያ መወሰዳቸውን፣ ሁለት ቀን ሙሉ ምግብ ያላገኙት ተማሪዎች ረብሻውን አባብሰዋል የተባሉ መታሰራቸውንም ተማሪዎቹ ገልጸዋል፡፡

ተማሪዎቹ ከግቢ ለመውጣት ከፖሊስ ጋር በፈጠሩት ግብግብ ለፖሊስ ቆመጥ መዳረጋቸውን የዓይን እማኞች ገልጸዋል፡፡ በግቢው ውስጥ የነበሩ የተሸከርካሪዎች መስታወት በድንጋይ ተሰባብረዋል፡፡

Nama karaa

karaan kuni dheeraa
karaan kuni seeraa
namni karaa kuni
hineegne barfata
subii lafaa ka’ee
haalaan dhimma ba’uuf
haajuuf ariifata
Namni karaa kuni
otuu dararamuu
                      seexaaf hiraaramuu
                         akka duujee namaa
                               hinrafne ganamaa
                                             miilasaa butachuuf
                                           obboroon suksuka
                                            obboroon tuktuka
                               lafa barii duukaa

“Birmannaa Barbaanna…Oromoon nu dhaqaba jedhu Barattooti University Arbaa Minci”

(Oduu Qeerroo, Arbaa Minci, 01 Waxabajjii 2011) Barattoota Yunivarsitii Arbaa Minci nyaata summaa’een miidhaman amma illee tajaajila malchiisu dhabanii rakkachaa wayita jiranitti, kanneen dhimma summaa’ina nyaataa san irratti gaaffii kaasan immoo daranuu akka hiraarfamaa jiran beekame.

Akka Odeessa Qeerroo Arbaa Minci  irraa argametti, barattooti wayita gaaffii gaafatanitti aara nama boochisu itti dhukaasuun barattoota hedduu miidhanii jiru.

Yeroo ammaa kanattis barattooti afur hedduu kan miidhaman yoo ta’u, kanneenis tajaajila wal’aansaa hin argatiin jiran.

Qeerroon dhimma kanairratti kanneen haasofsiise akka ibsanitti, haallii mooraa keessa jiru hedduu yaaddessaa dha. “ Erga nyaati keenya summaa’ee eegalee waa nyaachaa hin jirru; mooraa irraa immoo bahuu hin dandeenye. Amma hedduu miidhaan nurra gahaa jira. Dhimma keenya illee nmani nuuf dhagayaa hin jiru,” jedhanii jiru.

Barattooti akka mooraa irraa hin baaneefis shira wayyaaneen xaxxe yeroo ibsan, “Wayyaaneen mooraa keessatti nayaata summaa’een nu fixaa jirti. Akka mooraa keessaa hin bane immoo humna ittiseen nu eegaa jirti. Yoo karaa arganne illee bahuu hin dandeenyu.  Akka hin baaneef, ‘barattooti kunneen ergamtoota diinaa misooma keessan balleessanii dha,’ waan ittiin jetteef hawaasti naannoo ija shakkiitiin nu eegaa jira,” jedhee jira.

Wayyaaneen akka barattooti mooraa keessaa gad hin bane ittisaa kan jirtu yoo ta’u, kanneen karaa bahan argatanis akka karaa hin darbineef ummata naannoo irratti kakaaftee akka jirtu beekamee jira.

Wayyaaneen kanaan duras mooraa Yunivarsitii Miizaan Teeppii,  kan Adaamaa fi kan Haromayaa haaluma walfakkaatuun kan dararaa jirtu yoo ta’u, akka odeessi gad hin baaneef immoo sarara  bilbilaa fi kan intarneetii dhiphisuu, xiqqeessuu fi suutessuun dadhabsiisaa jirti.

Mooraa Yunivarsitii Arbaa Minci kana keessaa kana duras barataa sociology and Social anthropology  kan tae, Seenaa Mararaa humnoota tikaa wayyaaneen ukkaamsamee achi buuteen isaa haga yoonaatti akka hin beekamne ifaa dha.

Mootummaan Wayyaanee Nyaata Summaa’een Barattoota Fixaa jirti!

(Oduu Qeerroo, Arbaa Minci, Caamsaa 31, 2011) Oduun amma Yunvarsitii Arbaa Minci irraa nu dhaqqabe akka hubachiisutti nyaata summaa’een barattooti hedduu miidhamanii jiru.

Barattooti meeqa akka dhukkubsatan beekuuf yaaliin godhame sababa toorri walqunnamtii hin jirreef milkaa’uu baatus, odeessi addaan ciccitee dhufaa jiru akka hubachiisutti barattooti hedduun nayaata summaa’e erga nyaatanii booda of wallaalanii jiru.

Oduu kana bal’ina isaa akka arganneen isn beeksifna.

“The cruelty and lies of the TPLF government can’t halt the struggle of the people!” Qeerroo

Stop playing a political game on the Oromo people!

(A press release from Qeerroo/ Finfinnee, 29th May 2011) The political bankruptcy and lack legitimacy created due a repeated failure to convince the public at large with old cards have forced the TPLF regime to bit the Abay Dam construction drum in a bid to avert the public anger and the momentum of popular uprising from the Oromo and other peoples in Ethiopia.

The TPLF government has never raised the issue of Abay River at any time in the last 20 year of its dictatorship. Abay was always there, but the timely question is how come they saw Abay only now? Without solving the critical problems of the nation, the construction of Abay alone can’t avoid the existing and pushing problems with in the Country.

Today, the Oromo and other Ethiopian people can’t live in their own country; they are unable to plough, trade, produce and study in peace and freedom. The natural resources of the Oromo people, its land and minerals are on sale; productive areas of Oromo lands are being distributed to foreign land grabbers and to the regimes inners circles.

Left with nothing to eat, the Oromo is being forced to migrate from its land. Productive youngsters and innovative minds of are being dragged to prisons and the rest are forced to exiles. While Oromia is on sale to foreigners and to the regimes’ elites, the development and Abay dam construction propaganda is adding an insult to injury for the Oromo people.

Today when TPLF celebrate its 20th year of its dictatorship, it is clear for the Ethiopian people that the regimes’ propaganda of Abay dam construction as the only title and solution of Ethiopia’s problem is a political game. While it assembles peoples from all directions of the city with bus trucks to what it calls supports rally at Mesqel square to preach Abay dam construction and recording them for media consumption, the regime was also trying hard to put under control different University campus students resistance to the system of repression by sending the armed force and huge spy networks.

Press release from Qeerroo, 29 May 2011

Gimboot 20 = Meskerem 2

Boruu Barraaqaan

Sirni Mallas Zeenaawii waggaa 20ffaa aangoo siyaasaa itti qabate kabajachuuf kan yoomiiyyuu caalaa barana yoo xixxiixu dhagahame. Waggoota amma duraa keessatti Tigraayitti yoo tahe malee Finfinnee fi magaalaalee biyyattii biro keessatti ayyaana Gimboot 20n kabajadha jedhee yoo xixxiixu hin dhagahamne. Maaliif yoo jedhame Tigraayiin alatti ummata irraa deeggarsa akka hin qabne of beeka waan taheef sagalee dhokfatee masaraa isaa keessatti kabajachuu filataa yoona gahe. Kan baranaa maal tu adda taasise ree kan jedhu gaaffii dha. Eeyyee, kan baranaa wanni adda taasise beekamaa dha. Bara baranaa tu baroota amma dura dabran mara irraa adda tahe. Bubbee warraaqsa farra abbaa irrummaa Tuuniisiyaa irraa jalqabe tu gara Itoophiyaattis afarsaa jira. Keessumattuu karaa maloota walqunnamtii hawaasaa walaba tahaniin guyyaa Wayyaaneen Gimboot 20 jedhee kabajatutti fincila farra sirnichaa geggeessuuf waamicha taasifamaa ture tu Wayyaanee yaaddesse. Jaarmayaaleen dargaggoota Oromoo akka Qeerroo fi humnootni mormituu biyyattii biroon sochii diddaa siyaasaa sirnicha irratti jalqaban tu Wayyaanee irriba dhorkate.

Kanaafuu sirnichi muddama kana keessatti sagalee gadi qabatee akka amma duraatti guyyaa kana irra dabruu mannaa hanga humna isaa of dhaadee ummatoota biyyattii fi hawaasa addunyaa gowwoomsuu barbaade. Gowwoomsaanis tahu dirqiidhaan namoota miseensa dhaaba isaa godhate guyyaa kanatti hiriira waamee ammanan gahaa na argaa, warri na mormitan abdii kutadhaa jechuu barbaade. Akka eenyuyyuu beekutti barattoonni yuniversiitiilee fi kooleejota biyyattii keessaa baratan hundi dirqamatti unkaa miseensummaa wayyaanee guutaa bahan. Kan jibba sirnichaa qaban hundi barnoota isaanii xumuranii hojii dhabilee tahuu sodaaf jecha osoo hin jaalanne waraaqaa miseensummaa sirnichaa fudhachuuf dirqaman. Kanneen hojiilee sadarkaa xixiqqaa irratti bobba’anis jaarmaya afaan siyaasaa wayyaaneetiin Maaykroo fi Xixiqqaa jedhaman jalatti gurmaawanii miseensummaa dhaaba wayyaanee fudhachuun dirqama isaanii tahuun beekamaa dha. Yoo didan waraqaa heyyama hojii hin argatan. Abbootiin qabeenyaa baadiyaa fi magaalaa keessaa tattaaffii mataa isaaniitiin gara miliyeenerummaatti guddachaa jiranis osoo hin jaalanne dirqamatti miseensa IHADEG akka tahan dirqisiifaman. Yoo miseensummaa kana didan hojiidhaan ala taasifamu, qabeenyaan isaaniis sababoota adda addaatiin jalaa saamama. Miseensummaa ABO fa’an sobaan yakkamanii hidhamuu fi ajjeefamuunis ni jiraata. Kanaafuu namuu nagaadhaan bulee maatii isaa jiraachifachuuf jecha waraqaa miseensummaa sirnichaa akka fudhatuuf dhiibame.

Wayyaanee IHADEG bifa kanaan qaamota misooma biyyaa kana dirqiitti harkatti galfatee ittiin nagadaa jira. Kanneen hiyyeeyyii turan kana tu sirna kiyya jalatti gara miliyoonerummaatti guddatan jechuun itti baaca. Akka waan ofii nagadeefii yookiis ofii isaaf qoteefii qabeenyaa jara kanaa ol guddisetti ‘Firii Gimboot 20’ ittiin jedhee siyaasaa isaa dulloome halluu dibuuf wacabbara. Jara akka meeshaa siyaasaatti itti dhimma bahu kanaanis ‘Gootota Misoomaa’ ykn Yelimaat Jegnooch ittiin jechuun qorqorroo tumee akka meedaalaatti mormatti fannisuudhaan gowwoomsaan. Yaaliin Wayyaanee kun hundi biyya misoomsuuf miti. Ummatoota beela bara baraatiin adabamaa yoona gahan beelaa baasuufis miti. Akka afaaniin lallabu iyyummaa seenaa taasisiifis hin imaammanne. Kaayyoon isaa guddaan akka hattuutti waliin dhawee bara bittaa sirna isaa dheereffachuu dha. Miseensota miliyoona 5in qaba jedhee of tuuluu, kanaanis qorqalbii lammiilee biyyattii bilisummaa fi dimokraasii haqaa dheebotan miidhuufi.

Wayyaanee TPLF, golgaa maqaa biyyoolessaa EPRDF jedhuun of haa waamu malee, mootummaa biyyoolessaa kan ummatoota biyyattii mara bakka bu’us miti. Sirni kun murna dhiphoo saba bicuu kaabaa keessaa dhalate, kan Itoophiyaa bulchuuf hamilee homaatuu itti hin qabnee dha. Guyyaan itti sirni kun masaraa Shaggar qabate ummatoota Itoophiyaa biratti guyyaa gaddaa ti. Guyyaan Gimboot 20 Wayyaanee kun guyyaa Meskerem 2 Dargii irraa addummaa hin qabu. Dargiin bakka sirna Hayle Sillaasee gaafa bu’u ummatootaaf waadaa hin seenin hin qabu. Waadaa san laaluudhaan ummatoonni biyyattii sirni abbaa lafaa nurraa kufe, kana booda walqixxummaan keenya ifatti baha jedhanii guyyaa Meskere 2 Dargiif marartee horatanii turan. Waggoota lama sadi booda garuu Dargiin waadaa ummataaf seenaa ture faallessee abbaa irree hiriyaa hin qabne tahe as bahe. Ilmaan biyyaa qaroo tahan barbaadee rashanuu dalagaa taasifate. Jagnoota sirna fuudaalaa irratti murannoon qabsaawaa turan kan akka Janaraal Taaddasaa Birruu fi Koloneel Hayiluu Raggaasaa fa’a badii tokkoon maleetti rashane. Kan biraa hafnaan kanneen maalummaa siyaasaa afaan isa barsiisaniif illee garaa hin laafne. Warra barumsaan qaraman sodaata waan taheef aangoo narkaa fudhachuu barbaadu jechuun ilmaan Oromoo qaalii akka Hayilee Fidaa fa’a galaafate.

Wayyaaneenis Gimboota 20 bara 1991 gaafa barcuma Dargii dhaalu waadaa ummatootaaf hin seenin hin qabu ture. Kana booda barri bara demokraasii fi bilisummaa ti, ummatoonni Itoophiyaa kana booda guyyaatti al sadi maaddiitti dhihaatu, qawwee maarashaatti, taankii tiraakteeratti jijjiirra jedhee dhaadate. Kana dubbatee waggaa tokko illee osoo hin guutin humna akka masaanuutti laalu ABO mootummaa cehumsaa keessaa dhiibee kophaa isaa aangoo dhuunfate. ABO sirna karaa nagaa keessaa baasee hin dhiifne. Lola irratti bane. Wayyaaneen akkuma Dargiitti qaroowwan biyyaa diina godhatee kan itti duuluu jalqabe akkuma aangoo qabateeni. Aangoo irraa na kaasuu malu jedhee sodaatee gara jabinaan lafa irraa haxaawe, warra lubbuun hafes biyyaa baqachiise. Mirga demokraasii afaaniin waadaa seene dalagaadhaan itti ejjetee mulquudhaan keessumattuu deeggartoota ABO karaa nagaadhaan yaada isaanii ibsatan aduu saafaatiin rashane. Lammiileen Oromoo kumoota heddutti lakkaawaman hanga aduu har’aa kanatti manneen hidhaa sirnichaa keessatti tortorfamaa jiran. Kanneen ukkaamsamanii gara dabarfamanis lakkoofsa hin qaban. Kanneen murteen du’aa fi hidhaa umrii guutuu itti murteeffames manni haa lakkaawu. Kun hundi ololaaf kan dubbatamu osoo hin taane dhugaa hawaasni addunyaa fi dhaabileen mirga namoomaa idil addunyaa sirriitti quba qabanii dha.

Maskaram 2 Dargii fi Gimboot 20 Wayyaanee wanni wal fakkeessu kan biraas ni jira. Dargiin warraaqsa wareegama barattootaan bilchaatee dhoowe saammatee tu aangootti of baase. Firii warraaqsa ummataa butee ti ofiif liqimse. Qabsoo barattoonni fi beektonni biyyaa geggeessan itti seenee afaan qawweetiin harkatti galfate. Wayyaaneenis qabsoo sabaa fi sablammoonni biyyattii sirna Dargii irraa bilisa of baasuuf geggeessaa turan maqaa IHADG jedhuun butatee kortoo aangoo masaraa Araat Kiilootti ittiin bahan godhate. Keessumattuu Oromiyaa keessatti qabsoo diddaa sirna Nafxenyaa waggoota kurnootaaf hogganummaa ABOtiin deemaa ture haalee firii qabsoo Oromoo butatee liqimse. Milishaa waraana Dargii keessaa booji’aman irraa dhaaba bixxillee Afaan Oromoo dubbattu Tigiraay keessatti tolfatee ‘isaan kana tu qabsaawota Oromoo ti, isaan kana tu Oromoo bakka bu’ee na waliin Dargii kuffise’ jechuun tuffii ummata Oromoof qabu dirree baase. Qabsoo ummata Oromoo kan gaafa jaarama Waldaa Maccaa fi Tuulamaa fi Fincila Oromoo Baalee irraa qabee hanga kufaatii Dargiitti deemaa ture qaanii tokko malee gatii dhowwachuu yaale. Wareegama qabsoon Oromoo bara nugusichaa irraa qabee guutuu bara Dargiif kafalaa ture dunuunfatee haaluudhaan, dhaaba bixxillee milishaa Dargii booji’amte irraa dantaa mataa isaaf bixxillateen jijjiire. Wayyaaneen kana gochuudhaan ABO xiqqeessuu haa akeekkatu malee ummata Oromoo bal’aaf tuffii qabu mirkaneesse.

Eyyee! Sirna kana fakkaatu tu Gimbot 20 jechuudhaan ummata Oromoo fi ummatoota madaa wal fakkaataa qaban biro irratti lafa dhiitaa jira. Sirna hattuu siyaasaa fi hattuu dinagdee tahe kana tu demokraasii fi mishooman isinii fide jechuun nyaara haaddatee ummatoota gowwoomsaa jira. Sirna bilisummaa ummata Tigraay qofaaf jecha manaa bahe tu ummatoota Itoophiyaa mara cunqursaa jalaa baasuuf jedheen wareegama waggoota 17 kafale jechuun biyya kijibaa jira. Sirna qaroo ilmaan biyyaa akka bosonuutti adamsee qalaa jiru, hidhee tortorsaa jiru, ukkaamsee gara dabarsaa jiru tu heera mootummaa walqixxummaa keessan mirkaneessun tume jechuun ummatootatti baacaa jira. Sina bittaa waggoota digdamaa guutuu keessatti maqaa Itoophiyaa beelaan addunyaa irratti beekamu jijjiiruu hin danda’in tu ‘bara keenyatti kunoo qotataan miliyoonera tahe’ jechuun ummatatti qoosaa jira.

Kanaafuu Gimboot 20 baanamus guyyaa itti dabballoonni TPLF fi garaaf bultoonni sabaa hagoon cittoo isaanii ummatatti urgufatanii qabeenya ummataatiin garaacha baasuu jalqaban malee guyyaa bilisummaa ummatootaa miti. Guyyichi guyyaa itti sirni cunqursaa fi ukkaamsaa tooftaa jijjiirratee daranuu hidda isaa ummatoota irratti diriirfate malee guyyaa walqixxummaa fi demokraasiin itti mirkanaawee miti. Gimboot 20nWayyaanee guyyaa itti Dargiin qiciicaan Dargii moluudhaan bakka bu’e dha. Lamaanuu dargii wal faraqan waan tahaniif ummatoonni biyyattii har’ayyuu cunqursaa bara baraa jalaa hin baane. Dargiilee mataa ummatootaa irratti wal jijjiiran kana yeroo maayyiif ofirraa figgimsanii sirna haqni, walqixxummaan, bilisummaa fi demokraasiin dhugaan itti diriire fiduuf qabsoon jabaatee itti fufa!

Kaayyoon Qeerroo Oromiyaa Roorroofi Hiraarsaa Ummata Oromoo Irraa Kaasuu Dha!

(Oduu Qeerroo, Finfinnee, 29 Caamsaa 2011) Qeerroon Bilisummaa torbee kana keessa akka ibsetti fincillii fi diddaan sirna abbaa irree Mallas Zeenaawwii irratti eegalame jabaatee itti fufa; mootummaan Mallas Zeenaawwiis diiddaa dargaggootaa kana karaa mara ukkaamsuuf tattaaffii godhu itti fufee jira.

Haala diddaa Qeerroo kana ilaalchisee Televizyiniin Oromiyaa magaalaa Torontoo  gaaffii fi deebii Qeerroon Oromiyaa waliin godhee  karaa Youtube isaa tamsaase irraa akka hubatamutti, kaayyoon Qeerroo Oromiyaa roorroo fi cunqursaa ummata Oromoo irra gahaa jiru  gamtaan falmachuu dha.

Gaaffiifi deeebii karaa sarara bilbilaa godhame kanaan akka ibsametti  Qeerroon akka hundeeffamtu sababa kan ta’e,  miidhaa fi saamicha ummta Oromoo irra gahaa jiruu dha.

Qeerroon Oromiyaa  itti dabalees , “akkuma kaleessa abbootiin keenya seenaa boonsaa hojjatanii nu dhaloota haaraan gahanitti, nuti dhalooti haaraa, Qeerroon,  seenaa haaraa hojjannee Oromiyaa haaraa mirgi dhala namaa keessatti kabajamu mul’isuuf kutannee falmachaa jirra; haala kanas hawaasti keenya beekee  gama danda’e hundaan diddaa isaa sirna abbaa irree Mallas Zeenaawwii irratti akka finniisu dhaammanna!” jedhee jira.

Qeerroo: Abdii Oromiyaa

http://youtu.be/xEoRkQMOwO8

QEERROO

Qeerroo !

Qeerroo jechuun dardara,
Dargaggeessa,gayeessa isa gaayelaan dura,
Mee waa’ee qeerroon eera,
Na hambisaa ija’rraa.
Qeerroo durii kan gadaa,
Kan warra saba guddaa,
Warra gootummaan adda.
Foollee,Raabaafi kuusa,
Isaantu diina adamsa,
Isaantu biyya tiksa,
Kun egaa dhugaadhuma, seenaatu mirkaneessa.
Kuusaa gadaa abbaa duula,
Qeerroo ogeessa lola,
Wal ta’eetu diina haleela,
Injifannoodhaan gala.
Qeerroo sanyii qeerransaa,
Osoo inni lubbuun jiru,eenyitu tuqa biyya’saa?
Qeerroon aadaatti bulu,kan gadaan masakamu,
Sabboontich Oromoo,gonkumaa hingabroomu.
Sirna gadaatu laaffate,
Qorqalbiitu hir’ate,
Yaanni addadda baate,
Wanti halagaas nu seente,
Yartuun nu gabroomfatte,
Yaa qeerroo koo hubatte?
Namatu of jijjiire,
Orma jala hiriire,
Lukkeetu nu gurgure,
Yartuutu nu darare,
Yaa qeerroo yaa addadure,
Maal wayya maal goonu’ree?
Yaa qeerroo yaa utubaa,
Lammii kee isa wayyaba,
Yartuut’ yaabee irraa sirba,
Sabbicuutu hidhee reeba,
Malli maali yaa gurba?
Cunqursituu yartitti,
Sabbicuu kijibditti,
Hanga yoom nu dararti?
Jajjabaadhu yaa qeerroo amma yeroon geesseetti.
Yaa qeerroo yaa qeerransoo,
Haafiniinsinu qabsoo,
Jajjabaadhu obboleessoo.
Yaa qeerroo qaroo nama,
Yaa butaa akka harangama,
Yaa dutaa akka jarlama,
Yaa goota irree jirma,
Sumatu diina tuma,
Sit’ xumura gabrummaa,
Akka ‘saatu akkanuma,
Kun hinoolu tasumaa.
Qeerroo tokkoomee ka’e,wal ta’ee wal ijaare,
Tooftaafi tarsiimoo baase kan qabsaa’ee hiriire,
Lammii gabrummaan miite,cunqursaa’rraa baraare,
Kaayyoon deebi’aa jirti kunoo ijaan agarre,
Kan keenyas yeroon geesse,haataanu abbaa dabaree.
Qaama hawaasaa isa qaroo,
Qeerroo qoricha roorroo,
Obboleessa dubaroo,
Qabsoo finiinsaa jira,haatumsin yaa dhiiroo.
Yaa qeerroo yaa abbaa seena,
Wal taanee waliin kaanee,haadhabamsiisnu diina.
Yaa qeerroo sammmuu qara,
Cunqursaa bara baraa,
Fincilatu nu fura,
Qabsootu nu baraara,
Jajjabaadhu adaraa.
Qeerroo abbaa kallacha,
Abbaa mirgaa abbaa faacha,
Isatu nu hoofkalcha,
Harkuma harkaan gumaacha.
Yaa qeerroo kaayyoo gaarii,
Tooftaafi tarsiimoo hori,
Hawaasa kee ijaari,
Kanuma keeti barri,
Lammii isa yartuun miite,cunqursaa’rraa baraari,
Bittaafi dhiibbaan halagaa,haaraawwatu xumuri.
Cimsi diddaa gabrummaa,
Falli’saa finciluma,
Furmaan’saas kanuma,
Yeroon’saa’llee ammuma,
Haafincillu yaa jama.
Walta’insa cimsina,
Fincila finiinsina,
Diina nidhabamsiisna,
Mirga hiree murteeffannaa,
Qabsoo keenyaan gonfanna,
Hinshakkinu nimoona.
Yaa qeerroo yaa abbaa xiiqi,
Yeroon geessee warraaqi,
Golgaa gabrummaa saaqi,

Diina lafa’rraa dhiqi,
Boollatti gadi naqi,
Lammii cunqursaan mite,imimmaan irraa haqi,
Oromiyaa bilisoomsi,injifannoon burraaqi.
Yaa qeerroo Yaa abbaa duula,
Abbaa malaa abbaa fala,
Dammaqsi dhiiraafi dhala,
Kan baadiyyaafi magaala,
Baasi tooftaa fincila,
Fincilli waliigala,
Diina nibuusa boolla,
Injifannoodhaan galla,
Kun hinoolu battata.
Qeerroo goofaree tuuta,
Yaa goota sanyii goota,
Dimokiraasii dhugaa qabsoon bu’uuressita,
Jabaadhu nimilkoofta.
Yaa qeerroo yaa qeerrole,
Ammaa tola yoo tole,
Waltaanee waliin duulle,
Marti keenya fincille,
Diina haabuusnu qile.
Harka wal haaqabannu,
Gabrummaa haadhabamsiisnu,
Lammii yartuun darartu, qaanii keessaa haabaasnu!

Alamaayyoo Qubee
Caamsaa 4, 2011

“Beka!” (“enough”)./Ga’e/ Will Ethiopia be next?

created the doc: ""Beka!" ("enough")./Gaée/ Will Ethiopia be next?" “Beka!” “Enough!” In the wake of the Arab uprisings, this is the watchword of mysterious opponents to the ruling regime circulating on internet sites hosted outside Ethiopia and in a few tracts being handed out inside the country. They are calling on the people to take to the streets on 28 May. Exactly twenty years earlier, a coalition of armed ethnic movements, led by the Tigray People’s Liberation Front, overthrew Major Mengistu Haile Mariam’s Marxist military junta. The TPLF is hanging onto power more tenaciously than ever.

"We are not worried that there will be a north Africa-type revolution in Ethiopia, it’s simply not possible”, said the irremovable Prime Minister, Meles Zenawi, on 12 March, with his customary assurance. “The circumstances for it do not exist".

But wait a minute… If Meles thought was not “not possible” that this kind of revolution could spread to his country, why did his actions contradict his words? Why did he suddenly implement a raft of heavy-handed measures, adding censorship to intimidation and repression – in his usual style – as well as State economic intervention and call for patriotism?

Censorship: Ethiopian television – state-run and the only official station – hardly mentioned the Arab uprisings. Meanwhile, the screws have been tightened on the “independent” media, obliging them to censor themselves even further. International radio stations broadcasting in local languages, like Voice of America and Deutsche Welle, were jammed. But it was a wasted effort – this “Spring” triggered an effervescence, leading to the most open and heated debates since the electoral campaign of 2005.

Intimidation and repression: “The government is not blind and deaf”, Meles declared in Parliament on 5 April. Anyone who takes part in what he called “the plot being hatched to incite protests and terror” would “pay a price.” “Intimidation and demonization” retorted one of the leaders of the main opposition party, to whom this warning was specifically addressed, and all the more so, given that the government had already taken measures. Over two hundred militants were arrested in March, more than a hundred of them accused of “terrorism” linked to the Oromo Liberation Front, an illegal movement waging an armed struggle on behalf of the largest ethnic group in Ethiopia. There have been sporadic shows of strength by the security forces as a reminder, if one were needed, of how the regime will react to demonstrations.

But most spectacular has been a return to a form of state interventionism completely at odds with the government’s entire economic strategy. Since the autumn, inflation has started to soar once again, with an official annual rate of 29.5% in April. The government was worried that it would spoil its economic record, currently the very basis of its legitimacy. And, worse still, it was already leading to popular discontent and could even spark off “hunger riots”. The opposition’s forecast could well become a reality: “There are too many economic problems: inflation, unemployment… When they are too much, it may explode”.

Meles Zenawi reacted by pointing the finger at “market disorder”, without any further details, rather than implicating the global rise in prices, the 16% devaluation of the national currency, the Birr, in September 2010, or even the perpetual dogma of a 10% continued annual growth in grain production. To correct this “disorder”, he suddenly announced on 6 January, a price cap on nineteen basic products, including oil, sugar, meat and bread. The economic operators squawked in protest, saying that the imposed prices deprived them of any profit margin. So, several of these products have disappeared from the shelves or have entered the black market at exorbitant prices. In reaction, the government has put them on sale at the official price, but in insufficient quantity, leading to endless queues. The result is that the level of public dissatisfaction mounted a notch. It was easy for the opposition to criticize the incoherence of government policy. On the one hand it pointed out that the massive arrival of private foreign investors is the sine qua non of its economic strategy. And on the other hand, these price caps would be “a step toward a Communist-style command economy”.

And there was patriotism, on the theme of: ‘let’s overcome our political differences and unite for the defence and development of the mother country’. For the defence: against the arch-enemy, Eritrea. For the first time, Ethiopia publicly declared that its goal was to overthrow the regime of Issayas Afeworki by increasing its support for the Eritrean armed opposition. And, in terms of developing the motherland, there is the construction of a gigantic dam on the Nile. Pompously baptised the Millennium Dam or Renaissance Dam, it would be the largest in Africa and the tenth largest in the world. This project suddenly appeared from nowhere, as it is not mentioned in the recently adopted five-year plan. Yet even the most optimistic cost is equivalent to the entire annual budget. As international donors are reluctant to get involved, this cost has to be borne mainly by the country itself. A massive issue of government bonds has been launched. It is restrictive for the banks. All state employees have been “invited” to donate one month’s salary, hence the joke going around: “Not only does the Nile carry off Ethiopian soil, but the salaries of its civil servants as well”. Naturally, it is a euphemism to say they do not appreciate this…

Did Meles Zenawi over-react, as usual, by proving, for the nth time that, in his heart of hearts, he is less confident about the durability of his regime? Does he feel his regime is much more fragile than he proclaims in public or even than most observers assess? In other words, should he be taking these measures at all, even more so when they have largely been counter-productive?

Meles Zenawi knows that his regime shares a fundamental characteristic with those in Tunisia, Egypt, Libya and Yemen that has been fuelling the growing protest – decades-old authoritarianism in a de facto one party state. It even embodies some extreme features that have long disappeared elsewhere. For example, in rural areas– 83% of the population –, everyone aged between 15 and 65 has to devote on average a day a week to so-called “development work”, without having the slightest say either in their purpose or the way they are carried out.

Meles knows that youth spearheaded the Arab uprisings. And two-thirds of Ethiopians are under 30 years old. He also knows that the movement formed independently of the official opposition, and that even its elimination, to which he is tirelessly devoted, is no guarantee that his regime will continue to survive. Strictly speaking, this legal opposition has been crushed after the 2005 elections, when it had risen up totally unexpectedly. The protests stirred up by these elections were very severely repressed, leaving 200 dead and probably as many as 30,000 protestors or suspected opponents rounded up and imprisoned.

Opposition party leaders have disappeared into imprisonment, exile or shut up through psychological pressure. To such an extent that, of the 3.6 million local government councillors “elected” in 2008, only a handful, literally, were members of the opposition. Just a single opposition seat out of the 547 members of Parliament in 2010. One of its leaders went so far as to say that the future of the opposition is now only in the hands of God. For the majority of Ethiopians, legal openings in politics are just as limited as they were in the Arab countries. They are convinced that they are being deprived of their right to turn their aspirations into classical political action.

But Meles Zenawi, whose impressive intellectual ability is recognised by all who meet him, including the greatest world leaders, also knows full well that his regime, Ethiopian culture and history have certain specificities that are slowing, if not blocking, the spread of this wave of protest.

It is generally admitted that aspirations towards democracy increase in proportion to the rate of access to basic education, Internet and mobile telephones. And these rates of access are much lower in Ethiopia than in the Arab countries concerned. Half of Ethiopian children go on to finish primary school, compared to practically 100% of Egyptian children. On top of a very tight control on the contents of electronic means of communication, the rates of comms access are much lower in Ethiopia too. Access to a mobile phone is proportionately thirteen times lower than in Egypt, and access to the Internet forty times lower., Thus it is not surprising that the appeal to demonstrate on 28 May seems to have reached very, very few Ethiopians.

Also, the gulf between the oligarchies, clans or even the autocracy, that ruled Tunisia and Egypt with growing autism, and an increasingly lucid population, had already become obscene ages ago. In Ethiopia, this rift is certainly not as deep, nor could it be, since it only started to form recently, which makes it less often perceived.

At least up until its internal split in 2001, the Tigray People’s Liberation Front (TPLF) was probably the only ruling party in the world whose leadership continued to function collectively on a daily basis, just as it had done since it was created in 1975. Since then the personal hold of Meles Zenawi has continued to increase, but it is not all that visible, mainly because of the heavy shroud of secrecy that always surrounds the exercise of power. In particular, the kind of personality cult that accompanied Ben Ali, Gaddafi and Mubarak is unknown in Ethiopia.

The undeniable economic growth, even if it has been outrageously exaggerated by official statistics (which claim “double digit annual growth”), dates from only ten years back. It is inextricably linked to a clear drift towards oligarchy and blatantly growing inequalities. But, and this is where Tunisia or Egypt are fundamentally different: the average Ethiopian is not running into a wall whenever he tries to move on. The beginning of a middle class has emerged in the wake of the political and economical elite, because the economic realm is still relatively open. While, for the majority, the legal route into politics is closed, a fringe of Ethiopians, among the most educated and the most enterprising, continues to get glimpses of a way out, an opportunity that it can still grasp, by jumping onto the economic elevator. In urban areas, this means joining the circle of businessmen or, if that is not possible, the ever swelling ranks of civil servants. In rural areas, for those who can connect to commercial networks, it means joining the new peasant élite.

This category of young people would ordinarily be the spearhead of the protest movement. But the possibility of personal gain is by and large putting them off. And there are other hindrances, too.

One is cultural. At the very beginning of the uprisings in Arab countries, a few ‘ordinary’ individuals took the initiative of standing up to the ruling powers, simply confident they were empowered to exercise their individual rights. Since time immemorial Ethiopian society has been impregnated with an acute sense of hierarchy. This type of spontaneous and solitary ‘grassroots’ behaviour is much less probable there and might even seem to be perceived as misplaced. Everyone has a precise social rank that assigns him or her a precise role. Historically an opposition force has only emerged when one of the figures at the top of the social pyramid sets things going and then takes over as its leader. Social position granting them the legitimacy to do so.

Another factor holding the people back is simply fear. Everyone still remembers the post-2005 repression. No one expects the regime to keep its guns lowered – literally – in the face of the demonstrators. If the Arab uprisings soon broke through this wall of fear, it is probably because they sensed that their own strength would lead the army to distance itself from the ruling power and thus deprive it of its only trump card – repression. But how would the command of the Ethiopian army – monopolized by Tigreans – react in the same circumstances? The answer is almost unanimous – it would defend the regime to the last bullet, because its position as well as the advantages it brings lie entirely on the regime remaining in power.

“Better the devil you know that the angel you don’t know”, as the Abyssinian proverb goes. It is the local version of the almost universal call and response song – stability and order are worth more than the unknown. And all the more so when this angel could turn out to be a devil who is a lot worse than the one already in power.

The Arab protestors were convinced that their aspirations to democracy were sufficiently strong not only overthrow the regimes but also to overcome their own inevitable differences and divergences until democracy was in place. The vast majority of their Ethiopian counterparts say they could not share this conviction either, even though they might deny it, to defend their own interests, or because they sincerely believe that any kind of break would bring immense dangers with it.

In 1991, the new regime chose a paradigm to achieve a harmonious “living together” welcomed by all the “nations, nationalities and peoples” of this country –an “ethnic federalism”. This institutional change logically led to an affirmation of the ethnic identities of Ethiopians. But, instead of easing ethnic tensions, the changes exacerbated them. Although this federalism formally institutes a fair power sharing, authority is, in practice, pyramidal. The Tigreans – about 6% of the population – are outrageously over-represented in all the key political, military, security, administrative and financial positions. To strengthen its base, the regime never stopped letting all Tigreans know that it is the best guarantee of their progress and, soon, their security. There is now a widespread perception that any Tigrean identifies himself completely with the regime.

So, the potential protesters are worried that demonstrations could lead to the worst scenario. It would lose them control of their own movement, which would spark off a civil war, with among others anti-Tigrean pogroms, a breakdown in the army because the troops would rebel against their commanders out of a refusal to repress demonstrators from “their” own ethnic groups, even the break-up of Ethiopia provoked by an insatiable thirst for revenge by the Oromos. Naturally, the ruling power continues to rattle this scarecrow, as it had during the 2005 electoral campaign, when it warned of a Rwandan scale genocide if the opposition were to gain power.

The great majority of these potential protesters say they have made the same choice, either out of conviction or of vested interest – to keep quiet. Some of the more optimistic even say it has some distinct advantages. They hope that, with the passage of time, the enlargement of the middle class might lessen ethnic divisions. But most of them are much more pessimistic. Time would have the opposite effect – of deepening the divisions even further, until the inevitable day the worn-out regime finally fails, making this fall even more brutal and chaotic.

Will this inaction ensure the regime stays in power indefinitely? Both optimists and pessimists put forward an alternative and very different hypothesis. This time it would be the “common people” of Addis-Ababa who enter the arena. What starts as a banal altercation would turn into a popular riot, totally spontaneous and unpredictable. It would spread like a trail of gunpowder, and, by degenerating into ethnic clashes, would sweep everything up in its wake. Under this hypothesis, the life expectancy of the regime would be a matter of days rather than decades.

But prudence – and modesty – are the word. No one had predicted either the eruption or the course of the “Arab Spring”. Ethiopia may still surprise.

About the author

René Lefort has been writing about sub-saharan Africa since the 1970s and has reported on the region for Le Monde, Le Monde diplomatique, Libération, Le Nouvel Observateur.

He is the author of"Ethiopia. An heretical revolution?" (1982, Zed books).

His email isrenelefort

View Doc
View Post on Facebook · Edit Email Settings · Reply to this email to add a comment.