Category Archives: Oduu/News
Ayyaana Sabaa fi Sab-lammii Sababeefachuun Burjaajii Wayyaaneen Uumaa Jiru Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Aside
Ibsa Qeerroo Bilisummaa
Mudde 5, 2014
Ayyaana Sabaa fi Sab-lammii Sababeefachuun Burjaajii Wayyaaneen Uumaa Jiru Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Mootummaan EPRDF/TPLF afaan qawweetiin aangootti ol ba’e umurii bulchiinsa isaa dheereffachuuf uummata kaleessa nagaan waliin jiraacha ture akka waliin hin jiraatne gochuun uummata biyyatti waliin dhahuun, sabaa fi sablammoota biyyatti walitti diruun dhiiga wal dhangalasisee umurii bittaa isaa waggaa 23ffaa ol itti fufuuf tattaafachaa jira. Haalum kanaan kan wal qabate yeroo ammaa qabatamaan sabaa fi sablammoota biyyatti irratti dalagaa kan ture keessaa dhiyoo kana addaatti uummata guddaa biyyatti uummata Oromoo jeequuf, migraa fi tokkummaa dhabamsiisuuf saboota xixiqqoo hidhachiisuunii fi walitti buusuun dhiiga wal dhangalaasisaa jira.
Godinaalee Oromiyaa gama bahaan Somalee hidhachiisuun, uummata Oromoo Godina Harargee keessa jiratuu irratti waraana bansiisuun lubbuun ilmaan Oromoo kumootaan lakka’amuu fi qabeenyii miliiyoonotaan lakka’amu barbada’era, amma illee lubbuun hedduu badaa jira. Booraana keessatti saba tokkicha gidduutti illee nagaan akka hin jiratneef jedhee shira xaxuun Booraanaa fi Gujii, Booranaa fi Garbaa fi Garrii walitti naquun uummata Oromoo Godina kana keessa jiratu keessatti nagaa fi tasgabbiin dhabamee lubbuu wal balleessuu fi dhiiga wal dhangalaasisaa kan ture mootummaan Wayyaanee itti gaafatama seeraa fi seenaa keessa ba’uu hin danda’u. Darbees, haaluma walfakkaatuun Godina Baalee nannoo ‘’Saweenaatti’’ Somaalota hidhachiisuun guyyaa har’aa illee ilmaan Oromoo nagaan qe’ee isaniitti rasaasaan reebamanii ajjeefama jiru. Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Muddee 05 2014
SBO Mudde 07 Bara 2014 Oduu – Gabaasa Hiriira Nagaa Hawaasa Oromoo Berlin – Gaaffii fi deebii J.Toleeraa Adabaa waliinii fi qophiilee biroo
Aside
Abdunasir Beyan: “QEERROON KA’II” (Oromo/Oromia)
Aside
የማይከፈል እዳ።
Aside
ምንያስቀምጠኘል ጐዜን ላሰናዳ
ብዙሰላለብኝ ያልተ ከፈለ እዳ።
እንደ ስው ተፈጥሬ ካወኩኝ ነፉሴን፡
መበደሬን እንጂ እረሳው መክፈሌን።
ተራራ የሚያከል ተሽክሜ እዳ
ምን ብዬ ልቀመጥ ጐዜን ላሰናዳ።
ልሽሽ እንዳመሌ እስከ አለም ጫፉ።
ይቀለኝ እንደሆን እዳዬ እንዲረግፉ፡
ትከሻዬ ጐብጦ በእዳ ቁልል።
መፉቴ አገኝ ይሆን ሸህም የሚያቀል፡
አለም ለስው ልጆዎች ሆና የተመቸች።
የኔስ ትከሻዬ በእዳ ጐበጠች፡
እቁብ እናቆቁም የድምተኘች እድረ።
ከዝህ የአለም ጫፉ እስከዛኘው ምድረ፡
እናናውጣት እንጂ አለምን በእረታ።
ይቀለን እንደሆን ሽክሙ ላንዳፉታ፡
ኑ እንስባስብ ከቶ አንራራቅ።
እዳን የሚያቀል እንድንፈጥሪ ዕረቅ፡
ስጋትና ጭንቀት በአንቀልባ አዝልን።
እስከ መቼ ድረስ በሀሳብ ስመመን፡
የስው ልጆች ተምረው አለምን ሲለውጡ።
Read More… የማይከፈል እዳ
WAREEGAMA HANQISUUF WAL-TUMSUUN MURTEESSAADHA ! kutaa 2ffaa
Aside
SEENAA Y.G (2005)kutaa 2ffaa | Muddee 3, 2014
Wareegama Qabsoon keenya nu gaafatu maaliin tilmaamu dandeenya ? ykn akkamiin beeku dandeenya ? Bilisummaan Wareegama malee hin argamtu. Kanaaf wareegama hanqisuu fi dhiisuu maaltu fide ? jedhee kan gaafatu hin dhabamu. Wareegama lubbuu qofaatti fudhatee, lubbuun miliyoona itti ba’ee Bilisomnaan rakkoon maalii ? ka jedhus jira. mee fakkeenya tokko haa kaafnu. Ega Oromoon gabrummaa jalatti kufee, ilamaan Oromoo diinaan lubbuun dabartee miliyoona 5n (kun xiqqaachuus guddachuus danda’a) haa tilmaamnu. Ega Gabroomnee ammoo waggaa 150tti haa fudhannu. Wareegamni kun kan lubbuu qofaadha. Kan Qabeenyaa, beekumsaa, Maallaqa kkf itti hin daballe. Addunyaa irraa lubbuu amma kana itti wareegee gabrummaa jalatti kan hafe jiraa laata ?wareegama haganaa, toftaa ittin Bilisoomuuf lafa keewwannee raawwachiisuu keessatti baafne jenna moo, diinumatu nu cabsuuf nu fixeedhaan bira tarra ? wareegama hanga har’aatti baasaa jirrutti milkaa’uu maaf dhabne ? maaliif wareegama qofaan hafne ?
WAREEGAMA HANQISUUF WAL-TUMSUUN MURTEESSAADHA!!!kutaa 2ffaa.docx
Wallagga,Aanaa Jimmaa Horroo Keessatti Gaaffii Mirgaa Jiraattoti Kaasaniin Walqabatee Barattooti Oromoo 9 Yakka Malee Loltoota Wayyaaneen Qabamuun Mana Hidhaa Jimmaa Horrootti Seenan.
Aside
Gabaasa Qeerroo Muddee 5,2014 Jimmaa Horroo
Muddee 3,2014 irraa eegaluun gaaffiin mirgaa uumanni Oromoo kaase Godina Qeellam, Jimmaa Horroo keessatti jabaatee itti fufuun uumanni naannichaa dabballoota Wayyaaneef ajajamuu lagachuun walgahii didee buusii hidhaa laga Abbayyaas mootummaa dhorkachuun ejjetnoo isaa gahaatti beeksise.
Kana malees barruuleen warraaqsaa gaaffii mirga qotee bulaa fi walumaa gala abbaa biyyummaa Oromoo kan ilaalu baatii Sadaasa keessa aanaa kana keessatti faca’uu fi uumataan raabsamuu wal qabatee ergamtooti Wayyaanee uumata jeeqaa haa jiraatan malee Oromoonni aanichaa ergama mootummaa guutuutti diduu isaanii Muddee 05,2014 ibsatan.
Haala kanaan kan rifate mootummaan Wayyaanee gaaffii umati Oromoo kaasu maraaf qawwee fi rasaasaan doorsisuu akkasumas hidhaan nama dararuun tooftaa siyaasaa itti fakkaachuun humna Poolisii fi waraanaa naannoo aanaa Jimmaa Horroo ganda Warra Leeqaa fi Tibbee Gooroo jedhamutti erguun barattoota Oromoo 9 nagaan maatii isaanii waliin jiraataa fi qe’ee keessaa maatii hojii gargaaraa jiran humnaan walitti guuruun mana hidhaa aanaa Jimmaa Horroo keessatti naqee jira.
Akka kanaan barattooti hidhaman keessaa:-
- Baacaa Gurmeessaa-barataa kutaa 12ffaa
- Barataa kumarraa Dimbaashaa-kutaa 11ffaa
- Lammii Gizawuu-barataa kutaa 11ffaa
- Yohannis Biraasaa-barataa kutaa 11ffaa
- Waaggaarii Nagaasaa-Ganda Tiibbee, hojjetaa dhuunfaa
- Lammaa Jabeessaa-Ganda Tiibbee, dargaggeessa hojii dhunfaa hojjetu
- Magarsaa- Ganda Tiibbee-Barataa kutaa 11ffa8.
- Abdiisaa Xilahuun-Warra Leeqaa irraa-barataa9.
- Pheexiroos Shuumii-Goobboo-barataadha Kanneen jedhaman keessatti akka argaman Qeerroon gabaas
Sagalee Seife Nebelbal , Muddee 5, 2014
Aside
Qeerroo Bilisummaa Artists’ Group: A New Inspiring Force in the Struggle of the Oromo Nation for Liberation.
Aside
By Daandii Qajeelaa December 4, 2014
I have been closely following and chronicling the struggle of the Oromo students and youth for freedom, democracy, and justice in the English language since November 2009 (see articles from Daandii Qajeelaa on Gadaa.com for details). On my latest post, I have presented “A Chronological Summary of Oromian Students’ Movement Led by Qeerroo Bilisummaa: Nov. 2013 – Nov. 2014” on the eve of the commemoration of the 9th year anniversary of the 2005 Oromia-wide and bloody Oromo student movement commonly known as “Fincila Diddaa Gabrummaa” (Revolt Against Subjugation). In that latest report I have emphasized that the Oromian students’ struggle has obtained a central leadership from a vibrant group of Oromo youth organized under the name of Qeerroo Bilisummaa or simply Qeerroo.
In this brief follow up report, I will begin by introducing one of the most remarkable accomplishments of Qeerroo Bilisummaa, namely, the establishment of a young revolutionary Oromo artist group known as “Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa”, roughly translated “Qeerroo Bilisumma Artists’ Group” (translation mine) and its profound contributions in inspiring and energizing the young Oromo generation in the ongoing struggle of the Oromo nation for freedom, democracy, and justice. In particular, I will briefly present the list of songs produced and released on YouTube by this young group of singers since January, 2014. Then I will examine whether the April/May, 2014 Oromo students protests were planned, guided and executed by Qeerroo Bilisummaa or were “spontaneous” and “didn’t have a central leadership” as some have claimed. I will end this note by offering some pieces of advice to Qeerroo Bilisummaa and its supporters.
Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa: A Living Proof that “Qeerroo” is for Real
While all speakers of Afan Oromo, especially those of us in the Diaspora, have encountered the works of the Qeerroo Artists’ Group on social media, especially YouTube, to my knowledge, this report would be the first piece to introduce the existence and contributions of this group of artists in writing, in the English language. As a result, I am aware that some might question the very existence of “Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa” and as a result might think that it is all made-up. In fact many have said in the past that even the so called “Qeerroo Bilisummaa” is just made-up “by people sitting behind their computers” in the Diaspora. Therefore, for the sake of clarity, before I present some of the works of “Qeerroo Bilisummaa Singers’ Group”, I would like to address the issue of its very existence as follows.
To those who might think that there is no such a thing “Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa” and that all this is made-up, I would tell them to just type “Wallee Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa” on their YouTube search engine and they will see dozens of songs of this group including the most recent song released on November 26, 2014, entitled “Ka’i Ka’i” meaning “stand up, stand up”. Oh yeah, again these people may now say, all that could be made-up too. They might say it could be cooked behind a computer screen, by making a clip of Oromo singers using the audio they released at home. Could all this be cooked behind a computer screen? Well, if we take that claim at its face value, how about the term “Qeerroo” and the abundant phrases containing this term that the singers use repeatedly in their songs? Those of us who listened to these songs know very well that almost all of these songs contain phrases such as “Qeerroo ka’i”, “Qeerroo falmadhu”, “Qeerroon faarsa”, “Qeerroon sitti marse”, “Qeerroon leenca goota”, and so on. For example: 1) a song released by the name of this group on January 7, 2014 says “Kaayyoo isaa qabatee, Qeerroon Bilisummaa”, 2) another song again released by the name of this group on May 14, 2014 has the title “Oromiyaa keessa Qeerroon sitti marse”, 3) yet another song released on July 19, 2014 says “Qeerroon faarsaa”, 4) another song released on July 8, 2014 has the title “Oh lolaa Qeerroo korri yoomi”, 5) another song released on August 6, 2014 has the title “Nuti Qeerroon Leenca Goota”, just to mention a few. Could those repeated words also be made up behind a computer screen? Could people sitting in the Diaspora tell that group of singers from Oromia to praise “Qeerroo” in the absence of an organized body by this name? Impossible! This line of argument doesn’t hold any water. Read More… Qeerroo Bilisummaa Singers Group
Qophii Sagalee Simbirtuu Muddee 04,2014.
Aside

