SBO: Onkoloolessa 10 bara 2018. QOPHII ADDAA -Bobbaa Jilli ABO Gara Kibba-Baha Oromiyaa(Godinaalee Arsii Lixaa, Arsii Bahaa fi Baalee) Taasisee fi Haala Imala Irratti Mudate akkasumas Dhaamsa Bakka Bu’oota Hawaasa Ona Gadab-Hasaasaa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/10/10102018sbo.mp3
SBO: Onkoloolessa 10 bara 2018. QOPHII ADDAA -Bobbaa Jilli ABO Gara Kibba-Baha Oromiyaa(Godinaalee Arsii Lixaa, Arsii Bahaa fi Baalee)tti Taasisee fi Haala Imala Irratti Mudate akkasumas Dhaamsa Bakka Bu’oota Hawaasa Ona Gadab-Hasaasaa. Aside
SBO Onkoloolessa 3,2018. Oduu fi Gabaasaa Sirna Simmannaa Hooggansa ABOf Kaaba Oromiyaa Walloo Kamiseetti Taasifame Kutaa Jalqabaa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/10/03102018sbo.mp3
SBO: Fulbaana 26, 2018. Oduu, Ibsa Gaazexaa Dhaabbileen Siyaasaa Oromoo 5 Gamtaan Laatani fi Ibsa Koreen Waldaa Waaqeffattootaa Oromoo Konfaransii Gaggeeffate ilaalchisuun Miidiyaaleen laate irratti gabaasa qindaa’e Akkasumsa SBO Sagantaa Afaan Amaaraa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/sbo26092018.mp3
SBO:-Fulbaana 23,2018. Guutummaa Qophii keenyaa Kan ta’e Marii Hogganoota ABO Miseensota Shanee Gumii Waliin Taasifame. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/sbo23092018.mp3
SBO:-Fulbaana 21,2018. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi Deebii Sabboontota Oromoo Walloo Kamisee irraa Simannaa Hooggana ABO fi WBOf dhufan Waliin taasifame. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/sbo21092018.mp3
SBO:- Fulbaana 19,2018. Oduu, Gabaasa Konfaransiin hayyoota Oromoo galma komishinii Afrikaatti geggeeffame , Haala Yeroo Irratti Ibsa Paartileen Siyaasaa Waloon kennanii fi SBO Sagantaa Afaan Amaaraa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/sbo19012018.mp3
SBO: Fulbaana 14 bara 2018. Oduu fi Ibsa Gaazexaa Koreen Simannaa Hoggansa ABO fi WBO magaalaa Finfineetti laate. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/14092018sbo.mp3
SBO Fulbaana 09,2018. Oduu fi Gaaffii fi deebii miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO J.Atoomsaa Kumsaa waliin goone Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/09092018sbo.mp3
SBO: Fulbaana 7 bara 2018. Oduu fi Qophii addaa Konfirensii Gamtaan Barattoota Oromoo Finfinneetti qopheesse ilaallatu -Kutaa 2ffaa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2018/09/07092018sbo.mp3