Roobe
Category Archives: Oduu/News
“Hin Laadhu Dhaala Abbaa Koo Hin Kennu Lafa Isaa” Farfataa Dastaa Insermuu
Aside
Sagalee Qeerroo Biliummaa (SQ)Mudde 11 2015/Haala FDG Godinoota Oromiyaa Adda Addaa
Aside
Sabboontuu Oromoo Artist Saliha Sami – Maaf Callifte? Wallee Warraaqsaa Haaraaa 2015
Aside
Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Magaalaa Serofta Keessatti FDG Har’a Muddee 11, 2015 Itti Fufee Oole.
Aside
Lixa Shaggar Magaalaan Cituu Fi Ammayyaa Diddaa Isaanii Akka Itti Fufanitti Jiru.
Aside
Aside
Itti gaafatamaan Aadaa fi Turizimii Oromoyaa namtichi Shallamaa Shuumataan jedhamu FDG ka’e akka qabaneessuu fi uummataaf walgahii godhutti gara Wallagga magaalaa Dambi Dollootti ergamee guyyaa har’aa uummanni walgahii bahuu dideee barattootis diddaa bifa qindaaween waan itti kaasaniif baqatee naannicha gadhiisuu Qeerroon gabaasa.
Elemo Ali & Habtamu Lamu: “Maaluma Maaliinni?” [New Oromo Protest Music]
Aside
Bulchiinsa Beeneshangul Keessatti Barsiisoti Oromoo Mormii Sirna Mootummaa Itiyoophiyaaf Qaban Muldhisaa Jiru.
Aside


