Guyyaa Har’aa FDG Itti Fufee Jira, Magaalota Oromiyaa Kanneen Akka Naqamte,Kaachis Gindebert,Uni Jijjigaa,Qarsaa Laangy,Roobee,Gobbaa fi Kaan Keessatti Itti Fufee Jira.

Aside

Roobe

“Hin Laadhu Dhaala Abbaa Koo Hin Kennu Lafa Isaa” Farfataa Dastaa Insermuu

Aside

Sagalee Qeerroo Biliummaa (SQ)Mudde 11 2015/Haala FDG Godinoota Oromiyaa Adda Addaa

Aside

Sabboontuu Oromoo Artist Saliha Sami – Maaf Callifte? Wallee Warraaqsaa Haaraaa 2015

Aside

Godina Arsii Lixaa Aanaa Dodolaa Magaalaa Serofta Keessatti FDG Har’a Muddee 11, 2015 Itti Fufee Oole.

Aside

Lixa Shaggar Magaalaan Cituu Fi Ammayyaa Diddaa Isaanii Akka Itti Fufanitti Jiru.

Aside

Aside

Itti gaafatamaan Aadaa fi Turizimii Oromoyaa namtichi Shallamaa Shuumataan jedhamu FDG ka’e akka qabaneessuu fi uummataaf walgahii godhutti gara Wallagga magaalaa Dambi Dollootti ergamee guyyaa har’aa uummanni walgahii bahuu dideee barattootis diddaa bifa qindaaween waan itti kaasaniif baqatee naannicha gadhiisuu Qeerroon gabaasa.

Elemo Ali & Habtamu Lamu: “Maaluma Maaliinni?” [New Oromo Protest Music]

Aside

Bulchiinsa Beeneshangul Keessatti Barsiisoti Oromoo Mormii Sirna Mootummaa Itiyoophiyaaf Qaban Muldhisaa Jiru.

Aside

Diddaan Uummataa Magaalaa Jimmaa Keessatti Cimee Itti Fufuun,Waraanni Wayyaanee Uummata Jeeqaa Jira.Muktar Kadir Akka Dhaamsuuf Ergamus Itti Hin Milkoofne.

Aside

Barataa Oromoo guyyaa har'aa magaalaa Jimmaa Keessatti rasaasa Wayyaaneen rukutame.

Barataa Oromoo guyyaa har’aa magaalaa Jimmaa Keessatti rasaasa Wayyaaneen rukutame.