SAGALEE QEERROO FULBAANA 30 2019
SAGALEE QEERROO FULBAANA 30 2019
gaaffii tokko malee baatii 4 hanga waggaa tokkoo mana hidhaa makilaawwiitti sabboontotni hedduun dararamaa turan.
Har’as jijjiramni hin jiru Qeerroowwan armaan gadii fulbaana 5/2019 mana jireenyaa isaanii keessaa erga ugguramanii hanga ammaa namni isaan qorate osoon jiraatiin baatii tokko akka lakkoofsisan guyyaa har’aa mana murtii Birbirsa Gooroo jirutti yeroo dhiyyaatan baruu dandahameera.
Biqilaa Amanuu
Addunyaa Keessoo
Gadaa Bultii
Firoomsaa Baqqalaafi
Abdiisaa Guuttataa beellama dabalataa Onkolooleessa 20,2019 akka dhiyyaatan manni murtii Araadaa beeksiseera. Continue reading
Mandii,Wallagga- Dargaggoonni Oromoo qaroon haala saba Oromoo fi Oromiyaa fageessanii tilmaamuun yaada isaanii bilisatti ibsatu.
ONN-Marii haala yeroo irratti Obbo Gashuu Lammeessaa , Obbo Odaa Xase fi Dr Rundaassa Esheete waliin Godhame .
የሕሊና ደሳለኝ ስንኞች
By Dhaabasa Waaqjira
ABO Yaadannoo Waggaa Har’aa Finfinnee, Oromiyaa