Guyyaa Har’aa Godina Lixa Shaggar Hoolota Keessatti Ficila Xumura Gabrummaa Gaggeeffame

Aside

Holota Holotaaa Holotaaaa Hoooolotaa

Gootota Qeerroo Bilisummaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Gincii

Aside

Godina Baalee Magaalaa Roobee Keessatti Diddaa Gabrummaa Ummati Oromoo Guyyaa Har’aa Bahe.

Aside

Wallagga Horroo Guduruu Magaalaa Giddaa Ayyaanaa Keessatti Alaabaan ABO Balal’aa Jira.FXG!

Aside

Gidda Giddaa ayyaanaa giddaaa gidu

FXG Godina Arsii Magaalaa Qoree Keessatti Guyyaa Har’aa Deemaa Jiru.

Aside

“Hattuun nu hin bulchitu” Jedhu Gootonni Oromoo Yuniversitii Haramaaya

Aside

Qeerroo Godina Arsii Magaalaa Dheeraa

Aside

dheeeraa1 Dheeraa

Godina Jimmaa magaalaa aanaa Goommaa magaalaa Gebbee keessatti gootonni dargaggoonni Oromoo guyyaa har’aa FXG gaggeessaa jiru.

Aside

FXG Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa har’aa deemaa jiru irratti alaabaa ABO magaalaa Finfinnee keessa balaliisuun gaaffii mirgaa gaafataa jiru.

Aside

Gootota Qeerroo Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii

Aside