SBO: Hagayya 07 Bara 2016. Oduu, Hiriira Warraaqsa FXG Guddicha Guutummaa Oromiyaatti Gaggaffameen Dhumaatii lammiilee Oromoorra Gahe ilaalchisee Dhaamsa Hayyu-duree ABO fi Ibsa ABO Akkasumas Haala Hiriirichaarratti yaada Jiraattota Godinaalee Oromiyaa adda addaa. Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2016/08/07082016sbo.mp3
Guyyaa har’aa reebicha hammeenyaa waraanni Agaazii dargaggoota Oromoo irratti raawwatte. Aside 10210030906200020
“Dhiigni Mucaa koo dhangala’ee hin hafu! Oromiyaan ni bilisoomti” Jedhti haati Qabsaawaa Qeerroo guyyaa har’aa Hagayya 6,2016 Wareegame. Godina Wallaggaa magaalaa Gimbii keessatti. Aside 10102461208659913