Category Archives: Oduu/News
SBO: Muddee 21 bara 2016. Oduu fi Qophiilee adda addaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
SBO Mudde 18,2016. Oduu fi Qophilee haala yeroo irratti dhihaatan
Aside
SBO: Muddee 16 bara 2016. Oduu fi Qophiilee Adda addaa.
Aside
SBO: Muddee 14 bara 2016 Oduu fi Qophiilee Adda addaa Akkasumas SBO Sagantaa afaan Amaaraa.
Aside
Godina Arsii Aanaa Roobee Mana Barumsaa Roobee Diidda’aa S/2ffaa Keessatti FXG Itti Fufuun Waraanni TPLF Barattoota Hidhaa Jira.
Aside
Mudde 10.2016
Godina Arsii Aanaa Roobee m/b Roobee Diida’aatti Mana barumsaa sad 1ffaa Xaqqee jedhamuun beekamutti Mudde 9,2016 barattoonni akkuma qormaata xummuranii bahaniin harka isaanii lamaan wal qaxxaamursiisun mallattoo mormii FXG agarsiisuun homna komaand poostitiin barattoonni afur hidhamuu fi kanneen hafanis adamfamaa jiraachuun dhagayameera.bifuma wal fakkaatun gootonni ilmaan Oromoo achuma aanaa Roobeetti Mana barumsaa sadarkaa 1 ffaa Ataabaa Goraas kan makamaniifi mallattoo mormii FXG agarsiisuu isaanitiin barattoonni hedfuun humnoota poolisii achitti ramadamaniin reebamuun isaanii himame
Kana malees Arsii Aanaa Xiyyootti human komaand poostitiin guyyaa har’aa barattoonni m/b Xiyyoo sad1 ffaa hedduun hidhamaa jiraachuun himameera.
TNT World Insight: State of Emergency in Ethiopia – Part I, II
Aside
Ayyaana Sabaaf Sablammii Jechuun Wayyaanee Mooraa Garaa Garaa Keesatti Karaarfatte Fashale
Aside
Mudde 10,2016
Holola dharaan uummata gowwomsuun akkuma duraa waan milkaahuuf itti fakkaachuun mooraa barnootaa olaanaa keessatti waamicha ayyaanaa Barattoota Oromoof gooteen barataan kamillee irraatti utuu hin argamin gartuu dabballoota TPLF qofa waliin kabajattee dabarsitee jirti.
Mooraawwan Qeerroon irratti argamuufii didan keessaa Mooraa,Wallagga Yuunibarsiitii,Mattuu Yuunibarsiitii,Jimmaa Yuunibarsiitii miidiyaa isaanii hololtuurraa illee Jalee OPDO kan ta’e guyyoo haasofsiisaa turan, haasaa kan taasisaan irraa qabee kannee waltajjii qophaa’e irratti argaman ilmaan Tigireef Goobanota Barataa basaasan qofa ture,Mooraa Haramayyaa keessattis barataan lagachuun dabarsee jira
SBO Mudde 11,2016. Oduu, Qophii haala yeroo irratti hundaawee fi walaloo
Aside
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Mudde 9, 2016
Aside