BREAKING: Mo Farah Shows Solidarity with Oromo
by CDE
Four-time Olympic champion Sir Mo Farah made the famous Oromo gesture in protest against the government of Ethiopia as he crossed the finishing line in the 5,000m Birmingham Indoor Grand Prix on Saturday.
The legendary British athlete who have just returned from Ethiopia to break the European record at the event (pictured), swapped his ‘Mobot’ signature celebration with a show of solidarity for the Oromo people.
In Rio Olympic, hundreds of millions of people watched Ethiopian silver medallist Marathon winner Feyisa Lilesa hold his arms over his head, wrists crossed, in support of members of his Oromo ethnic group against the Ethiopian ruling party.
The Tigre ethnics group (TPLF) of the country’s leaders have been repeatedly accused of human rights abuses and of discrimination against the Oromo, the country’s largest ethnic group, comprising about 35% of the country’s 100m population. Continue reading



Sabboonummaan akkamittiin akka ibsamu beekuun dura sabboonummaan maal akka ta’e beekuutu dursa. Sabboonummaan of beekuun booda waan dhuftu. Osoo eenyummaa ofii hin beekin sabaan boonun hin danda’amu. Seenaa, seera, duudhaa fi aadaa ofii erga beekaniin booda kabajuudha. Hiika eenyummaa erga beekaniin booda miira nama keessatti uumamudha. Sabboonummaan jechoota qindaawanii tarreeffamaniin kan ibsamu miti. Osoo akkas ta’ee namootni addunyaa kanarraa martuu sabboontota ta’u turani. Gantuun saba keessaatti dhalattee , saba ofii gurgurtu hin jiraattu turte.