Category Archives: Oduu/News
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo (SQ) Gur 24, 2017
Aside
SBO: Gurraandhala 24 bara 2017. Oduu, Haala Baqattoota Oromoo Suudaan keessaa irratti gaaffi fi deebii gabaabaa baqataa Oromoo magaalaa Kaartuum jiraatu waliin taasifamee fi Gaaffii fi deebii Artiist Eebbisaa Solomoon -Kutaa 2ffaa.
Aside
Ololli Dharaa fi Diinummaa ABO Irratti Aggaammate Oromoo Dadhabsiisuufi!
Aside

Waldhaansoon doohaa lolaati, Mammaaksi duudhaa dubbiiti, Jabbileen biifa kormaati, Gaggabni seensa du’aati.
Qixxeessaa Lammii Irraa
Jechoota kana sababa malee miti kan dhimma itti bahe. Maaliif jedhamuun hin oolamu. Deebiin gabaabaadha. Namni of hin fakkaatne nama biraa fakkaachuu hin danda’u. Namni of hin qeeqne nama biraa qeequu hin danda’u. Haalli yeroo ammaa murna yartuun dhimma qabsoo sabaa irratti hundaawamee odeeffamu maal akka fakkaatu kan hin hordofin malee kan hordofee fi quba qabu akka gaaritti beeka.
Namootni qabsoo sabaa irratti namoota bara dheeraaf rakkatan ta’e jedhanii itti bobba’anii maqaa balleessan of fakkaataniiti malee nama biraa fakkaatanii waa jechuu akka hin dandeenye kan hubatan natti hin fakkaatne. Dhimma qabsoo irratti yaada fedhe kennachuu kan danda’u guyyaa tokkoofis yoo ta’e nama itti ifaajee beeku ta’uu qaba. Waldhaansoon namootni dhimma qabsoo hin beekne qabsaawotaan qabuu fedhan tolaaf osoo hin taane lola barbaadaniiti. Oromoon har’a nama waliin lolu hin beekne, kan obboleessa isaan ololuuf dheekkamu yoo jiraate doofaa diinaan ergame qofa. Continue reading
Raadiyoo Simbirtuu ,Gurraandhala 23,2017
Aside
Ginbot 7 and Dr. Berhanu Nega’s hostility toward Oromo cause
Aside
The naked hostility of Ginbot 7 and significant sections of the Amhara elite against the Oromo national liberation struggle came to the surface over the last month.
Their radio stations, television broadcasters, writers, paltalk rooms, bloggers, websites and social media pages opened a war of attrition on the Oromo Liberation Front, Oromo activists and the Oromo people at large. All in unison took the offensive on laughable grounds. The intensity was deafening; the repetition was monotonous; the relay was wide and the substance was empty.
As the saying goes, “old habits die hard”. Certainly, such malicious coverage was carried out in accordance with their old racist adage: “minim atamentu ye-Gallan goffere inkuan be-wejigira yisheshal be-weree”. Consumed within such racist obsession, they entertained their own illusion; celebrated a non-existent victory; propagated a non-convened congress; applauded an unfounded change of program. An article, titled “the Integrity of Public Writing” authored by Ephrem Madebo signifies the epitome of such hasty mania. Continue reading
OROMO PRO,BEKAAN GULUMAA…KAYYOO…FEB.2017
Aside
“WBO,Qeerroo” Abdii Sabaa,Wallee Haaraa Artist ADAM TAJU
Aside
Seenaa Ummata Oromoo Qalbeeffatanii Baruuf Facebook “Oromo Graphya” Jedhu Hordofuun Barbaachisaa Dha.
Aside
Onesimos Nasib bara barnootaaf biya Germany ture San akka agartan kan fakkaata.

Magaala harar bara 1899
