Shaalla,Godina Arsii Aanaa Shaallaatti Wayyaaneen dargaggootaaf hojii uumna akkuma jettee kijibaa jirtuun.manneen maxxansaa fi koppii irratti dargaggoota sirnichaaf amanamoo ta’anii fi miseensota isaanii ta’an qofa bobbaasun warra dhuunfaan hojiilee kanneenirratti bobba’an hojii irraa ari’aa jiru.karaa biraatin dargaggoota miseensaaf deeggartoota isaanii hin ta’in osoo hojii irratti hin bobbaasin dararaa jiru
Category Archives: Oduu/News
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Ebla 27, 2017
Aside
SBO: Ebla 28 bara 2017. Oduu, Gabaasa Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Bakkoota Adda Addaa Akkasumas Yaada Qindeessitootaa fi Hirmaattota Sirna Kabajaa Guyyaa Gootota Oromoo Afrikaa-Kibbaa magaalaa Keeptaawunitti Gaggeeffamee.
Aside
Qeerroon Godina Baalee Aanaa Dalloo Mannaa Ganda Odaa Keessatti Kaabinoota Wayyaanee Salphise.
Aside
Ebla 27,2017/Godina Baalee Aanaa Dalloo Mannaa Ganda Odaatti Maqaa eebba misooma sululaa jedhuun ergamtoonni wayyaanee OPDO Qeerroo aanichaatin salphachuun gara mana isaanititti dacha’an.Sabboontonni Qeerroon Aanaa Dalloo Mannaa bakkichatti Argamuun Nuti isin hin barbaannu isin guyyaa aangoo qabattan kakuun isin kakattan kaayyoo tigree galmaan gayuuf kakattan malee wanti isin kakattaniif hin jirtu nuti bilisummaa barbaanna isin nu gabroomsaa jirtu tigree wajjiin nuti bilisummaa barbaannaa hanga Oromiyaan bilisoomtutti nuti Qabsoo keenna itti fufna jechuun salphinnaan ufirraa galchuu Qeerroon Aanichaa Gabaasee jira
Ilaalcha ABO Qulqulleessinee Karoora Mootummaa TPLF Itti Haadeebinu Jechuun Hogganoonni OPDO Ummata Goyyomsaa Jiru.
Aside
Ebila 18/8/2009 ALHtti Godina Addaa Naannawa Finfinnee Magaalaa Sabbataatti hojii dhabdummaa magaalaa keessaa dhabamsiisuu fi Rakkoo bulchiinsa Gaarii furuudhaaf jechuun dubartoota fi Qaamolee mootummaa walitti qabanii Miseensotaaf Deeggartoota ABO Qeerroo jedhaman bakka hundaa baadiyyaaf magaalaa keessaa Qulqulleessinee humna misoomaa haa ijaarru jechuun marii godhaa oolanii jiru.Wal gahii kanarratti jiraattotni waamaman wal gahicharratti argamuu dhabuun miseensotaaf deeggartoota isaanii qofa wajjiin afaan banaa oolanii jiru
Kubbaaniyyaan TPLF Humnaan Dirqisiisuun Qonnaan Bultoota Gatii Guddaan Xaawoo Bichisiisaa Jira
Aside
Ebla 27,2017/ Wayyaaneen Qonnaan bultoota Oromoo Dirqamaan Karaa Hojjattoota Misooma Qonnaatiin Xaa’oo bitaa jettee diqamsiisaa jirti.Godina Addaa Naannawa Finfinnee Aanaa Mullootti Xaa’oo NAPS fi YUURIYAA kuntaala 3979 Qopheessanii ummanni dirqamaan gatii humna isaatii ol ta’een akka bitatu taasisaa jiru
FXG Magaalaa Aboo Keessatti Deemsifamaa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.
Aside
Shamarree Sabboontuu Sa’aadaa Jamaal(Caaltuu Carcar) Adduunyaa Irraa Boqachuu OMN Gabaase.
Aside
Gaazexxessaa Abdii Fiixee Gaaffiilee Warraaqoo Abbaa Duulaa Gammadaa Kallattiin Gaafate.
Aside
Aside

