Aside

Oduu SQ, Caamsaa 24,2020

Aside

Tolasaa Ibsaa Ayyaanaa nama akkamii turan?

Image may contain: 1 person jedhamee SBOn dubbatamee gaddi labsamee guyyoota 15 booda akka lubbuun jiru dhagahame bara Chaarteraa.[Tolasaa Ibsaa Ayyaanaa]

Godina Horroo Guduruu wallaggaa aanaa Horroo bakka Addaa Abuunaa jedhamtutti Abbaa isaa obbo Ibsaa Ayyaanaa fi harmee isaa Aadde Alamii Gaarii irraa bara 1957 G.C dhalate.

Tolasaa Ibsaa barnoota isaa sadarkaa 1ffaa magaalaa shaambuutti kan barate yommuu tahu sadarkaa 2ffaa immoo yeroo sana magaalaa shaambuu waan hin jirreef gara magaalaa Naqamteetti imaluun kutaa 9 hanga 12ffaatti baratee achitti xumurate.

Erga kutaa 12ffaa xumurees qabxii galumsa yuuniversiitii fidachuun yuunivarsiitii Finfinnee kiiloo afur damee kemistiriitiin barachaa osoo jiruu bara 1980tti barataa waggaa 3ffaa tahee osoo jiruu mootummaa irraa dirqama itti kenname fudhachuun barnoota isaa waggaa 3ffaa addaan kutuun barsiisummaatiin yeroo sana Naannoo Sidaamoo jedhamee kan beekamu yeroo ammaa Bulee Horaa bakka jedhamutti ramadamuun dirqama lammummaa barsiisaa ture.
Osooma achii naannoo ammaa Bulee Horaa jedhamu kanatti osoo barsiisummaa irra jiruu namoota hedduu waliin miseensota ABO jedhamuun qabamanii Kachalleetti hidhamaa ture. Continue reading

Aside

(SBO-CAAMSAA 19, 2020)
Hayyu-dureen ABO Jaal Daawud Ibsaa kanneen gadda isaanii waliin qooddataniif galata galchu.

Aside

ኮቪድ 19 ወረርሽኝ ምክንያት የ2012 የኢትዮጵያ ጠቅላላ ምርጫ ህገ መንግስታዊ አጣብቂኝን ለመሻገር የሚረዳ የመፍትሄ አቅጣጫ 

1.-የኦሮሞ ነጻነት ግንባር
2-የኦጋዴን ብሔራዊ ነጻነት ግንባር
3.የኦሮሞ ፌዴራላዊ  ኮንግረስ
4.የአገው ብሔራዊ ሸንጎ
5. የሞቻ ዲሞክራሲያዊ ፓርቲ
6.አሬና ትግራይ ለሉዓላዊነትና ለዲሞክራሲ
7. ከፋ አረንጓዴ ፓርቲ
የጋራ መግለጫ
የኢትዮጵያ  ምርጫ  ቦርድ  በኮሮና ቫይረሰ  ወረርሽኝ  ምክንያት  የ2012  ጠቅላላ  ምርጫን  በተያዘለት  የጊዜ ሰሌዳ ማካሄድ እንደማይችል  መግለጹ ይታወሳል። ይህንኑ  ውሳኔ የሕዝብ  ተወካዮች  ምክር  ቤት አጽድቆታል።  በሕገ-መንግሥቱ  መሠረት   የመንግሥት የሥራ  ዘመን አምስት  (5) ዓመት ብቻ ስለሆነ አሁን ያለው መንግሥት  ከመስከረም  30፣ 2013 በኋላ ሕጋዊነቱ ያበቃል። ይህን ታሳቢ በማድረግ ምርጫ ከመደረጉ በፊት የመንግሥት የሥራ ዘመን የሚያበቃ መሆኑ የሚያስከትለውን  ክፍተት ለመሙላት ያስችላል ያላቸውን አራት አማራጮች መንግሥት አቅርቧል። እኛ ስማችን በዚህ መግለጫ ግርጌ የተዘረዝርን የፖለቲካ ድርጅቶች በተፈጠረው የሕገ-መንግሥት ቀውስ እና መፍትሄ ሐሳቦች ተብለው የቀረቡትን  አማራጮች ገምግመን የሚከተለውን አቋም ይዘናል።
1. ሕገ-መንግሥቱ ሥልጣን በሕገ-መንግሥቱ መሠረት ብቻ መያዝ እንደሚቻል፣ ምርጫ በየአምስት ዓመቱ መደረግ እንዳለበት፣ የመንግሥት የሥራ ዘመን አምስት ዓመት ብቻ እንደሆነ በማያሻማ መንገድ አስቀምጧል። ምርጫ ቦርድ እንዳሳወቀው አሁን በሥራ ላይ ያለው  መንግሥት የሥራ ዘመን ከማብቃቱ በፊት ምርጫ ማካሄድ እንደማይቻል ስለገለጸ፣ ከመስከረም 30 በኋላ  ሀገርን ማሥተዳደር የሚያስችል  ሕጋዊ መሰረት ሊኖረው አይችልም።

Continue reading

Aside

Aside

Aside

SAGALEE QEERROO  Caamsaa 9,2020

Aside

Must Watch QAANQEE Shows/ BY Habtamu Lamuu

(GINGILCHAA)

#Subscribe #Sagalee #Qeerroo

Aside

#Subscribe #Sagalee #Qeerroo

Aside

Kaayyoo Wareegamtoota Keenyaa Galmaan Ni Geenya!

Ebla 15 (Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo) Kan 2020 Ilaalchisee (Ibsa ABO – Ebla 11, 2020)

49836961_1847712095355333_3193898111219007488_o Ebla 11,2020] Ebli 15 Guyyaa Gootota Wareegamtoota Oromoo ti. Guyyaan kun Gootota qabsaawota keenya kanneen Bilisummaa Saba keenyaa mirkaneessuudhaaf dabarsanii of kennan/wareegaman kan itti yaadannee oolluu dha. Akeekni kabajaa fi yaadannoo guyyaa kanaa, injifannoo fi mirgoota wareegama isaaniitiin gonfanne tikfachuu fi Kaayyoo isaan (Goototni Wareegamtootni keenya) wareegamaniif itti fufnee guutummaatti galmaan gahuudhaaf Waadaa/Irbuu qabsoo haaromsachuu dha. Continue reading