Category Archives: Oduu/News
Hayyuu Duree(HD) ABO Jaal Daawud Ibsaa Ebla 15 Guyyaa Gootota Oromoo Ilaalchisee Haasaa Taasisan.
Aside
SBO Caamsaa 05,2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gaaffii fi deebii Qabsa’aa Geessisaa Kuusaa kutaa 4ffaa
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Caamsaa 4,2017
Aside
Wayyaanee TPLF Tooftaa Ummata Oromoo Itti Saamaa Turte Kan Duraanii Jalaa Cufamnaan Amma Mala Biraa Dhahataa Jirti.
Aside
Caamsaa 4,2017/Oromiyaa keessatti Wayyaaneen daandiin duraan ittiin qabeenya ummataa saamaa turte tokko tokko Qabsoo Ummanni Oromoo gaggeessaa jiruun jalaa cufannaan yeroo ammaa kana tooftaalee gara garaa kan maallaqa ummataa ittiin sasmtu baafattee ummata keenya burjaajessaa jirti.
Godina Baalee magaalaa Goobbaa keessatti Miseensa Inshuraansii fayyaa ta’aa jettee ummatarraa maallaqa sassaabachaa jiraachuu Qeerroon Goobbaa gabaasee jira
Godina Arsii Aanaa Xiyyoo Keessatti Hojjattoota Waajjiraalee Hanga Gandaatti jiraniin Marii Nagaa Jechuun Diqisiisaa Jiru.
Aside
Caamsaa 4,2017/Hojjattoota Waajjiraalee Nageenyaa hanga Gandaatti jiranii,Hojjattoota Carraa Hojii hanga Gandaatti jiran fi Jiraattota Magaalattii hunda walitti qabuun marii nageenyaa jechuun Ummata jireenya isaa guyyaa guyyaanii akka hin gaggeeffanne gichaa jiraachuun dhagayameera.Marii isaanii kana keessatti wanti irratti fuulleffatamee irratti mar’iatamaa jiru dhimma Qabsoo Ummanni Oromoo gaggeessaa jiruu yoo ta’uu. Continue reading
HRLHA-10th Anniversary Fundraising
Aside
What Does Your Donation to HRLHA?
-
Be the voice of individuals at risk of execution, torture or disappearance
-
Promote human rights in the Horn of Africa in general in Ethiopia in particular
-
Ensure international human rights apply to everyone, in the Horn of Africa
-
Bring perpetrators of human rights violations to justice
-
Influence laws and policy to bring human rights protection for all.
https://www.gofundme.com/hrlha10th-anniversary-fundraising
ONN: Qophii Kaayyoo
Aside
Aside

