Category Archives: Oduu/News
Haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Deemaa Jiru Ilaalchisuun Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Aside
Haala Fincila Xumura Gabrummaa (FXG) Deemaa Jiru Ilaalchisuun
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Qeerroon Bilisummaa Oromoo haala waliigalaa ummanni Oromoo keessa jiru ilaalchisuun: duula mootummaan Wayyaanee kittillayyoota EPRDF jalatti ijaaratte waggaa 25 nu ajjeesaa fi samaa bahe qabatee daangaa Oromiyaatti kallattii hundarra bane dhumaatii suukaneessaa lammii keenyarraan gahaa jiru, qabeenya saamamee fi barbaadaawe, duula baname kanaan buqqa’uu lammiilee keenya 150,000 caalanii ilaalcha keessa galchuun; hidhamtoonni Oromoo murtii haqaa waakkatamanii bara-baraan hidhaa keessatti galaafatamuu fi gidirfamuun itti fufuurraa, walumaagalatti haallan kanneenii fi biroos ummanni Oromoo bulchiinsa suukanneessaa TPLF/EPRDF jalatti mudataa jiru mormuu fi ummata keenyaa fi addunyaa beeksisuuf akkasumas gaaffii mirgaa dhiyeeffatuuf Onkoloolessa 11,2017 (Onkoloolessa 11 bara 2010) hiriira nagaa waamuun keenya ni yaadatama. Continue reading
ኦሮምያ ውስጥ የተቀጣጠለውን ሕዝባዊ ተቃውሞ አስመልክቶ ከቄሮ ብልሱማ ዓለም ዓቀፍ ድጋፍ አስባሳብ ም/ቦርድ ስብሳብ ጋር የተደረግ ውይይት ==================
Aside
Hiriira Mormii Gutummaa Oromiyaa Kessattii QERROO BILISUMMAA OROMOOn Gaggefamaa jiru Ilaalchisee Gaaffif Deebii Qeerroo Taadiyoos Abdisaa Waliin .
Akeekkachiisa Warra Mirga Hin Tuqamnee Mootummaa Wayyaanee TPLF/EPEDF Irraa argatanii Olola Afaanfaajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Ofuuf qabaa Nagadhiisa jechaa jiraniif.
Aside
Akeekkachiisa Warra Mirga Hin Tuqamnee Mootummaa Wayyaanee TPLF/EPEDF Irraa argatanii Olola Afaanfaajjii Qabsoo Bilisummaa Oromoo irratti Ofuuf qabaa Nagadhiisa jechaa jiraniif.
Warrii Mirga hin tuqamnee Wayyaanee irraa argattaan yeroo barbaaddanitti waan barbaaddan dubbachuuf abbaa barbaaddaan qeequufi olola afaanfajjii uumuuf marsaa mediafi social mediatti fayyaadamuun ergama keessan bahuuf naqabaa na gadhiisa jechaa jirtu. Namni uummata Oromoof qabsaa’uu icciitii qabsoo Continue reading
SQ: Sagale Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 19, 2017
Aside
SBO: Onkoloolessa 20 bara 2017. Oduu, Ibsa ABO, Gabaasaa Haala Sochii FXG deemaa jiruu fi Ijoo Dubbii ABO.
Aside
SBO: Onkoloolessa 18 bara 2017. Oduu, Ijoo Dubbii ABO fi Gabaasaa Haasaa Miseensi ShG ABO J. Saamiyaa Usmaan Paarlaamaa Awrooppaatti taasisan ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
“Kommee Yaa Qeerroo Koommee” Artist Yeroosaa Kumaa 2017
Aside
ONN :Special News/ gabaasa addaa oolmaa oromiyaa onkoloolessa 17/10/2017
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Onk 17, 2017
Aside
