Mudde 30/2017 Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti Sochiin FXG daran jabaachuun Daandiin Konkolaataa Shambuu Irraa Gara Hagamsaatti Geessuu Kaleessa erga waraanni agaazii Yakka waraanaa Magaalaa Shamboo Keessatti rawwatee Qeerroon dargaggootni Oromoo lama wareegamanii hedduun madeeffamani bakkoota hedduutti daandiin akka banamuu hin dandeenyetti irree Qeerroofi uummataan cufame. Guyyaa har’aas Aanaa Guduruu, Jimmaa Gannatiifi Abbaay Coommaan naannoo Fincaa’aafi bakkoota hedduutti bifuma walfakkaatuun cufamee waraana wayyaanee sochii dhorkuun muddama cimaan uumameera !! Continue reading
Category Archives: Oduu/News
SBO Mudde 31,2017. Oduu fi Dhaamsa ABO Bara Haaraa 2018 fi Amajjii 1 Guyyaa WBO ilaalchisuun darbe
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Mudde 29 2017
Aside
OPDO Irraa Jijjiirama Eeguun Lafa Loon Hinoollee Dikee Barbaaduudha
Aside
OPDO Irraa Jijjiirama Eeguun Lafa Loon Hinoollee Dikee Barbaaduudha
Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Mudde 29, 2017
Finfinnee Oromiyaa
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Mudde 28, 2017
Aside
Yunibarsiitii Adaamaa keessatti yakkoonni Gudeeddii Shamaraa akkasuma shororkaa barataa akka malee daangaa darbee adeemaa jira. Barataan Oromoo ukkaanfamaa jira.
Aside
[SQ, Mudde 28,2017] Mootummaan wayyaanee jumulaan mooraa barnootaa olaanaatti humna waraanaa naqee jira. Waraanni kunneen yakkoota hammaataaf jallataa akkasuma yakka suukaneessoo barataaf barsiisota moorichaa irratti fudhataa jiru. Akkuma amaleeffatan shamara Oromoo irraan yakka gudeeddii raawwataa jiru. Xiinsammuu barattoota Oromoo irratti dhiphina hamaa naquurratti argamu. Barattoota Oromoo dargaggoota egeree biyyaa barnootarraa qabee ukkaamsuus itti fufee jira. Haalli moorichaa akkanaan saatii hammaataa deemetti barataan Oromoo wabii jireenyaa dhabaa jiraachuun gabaafame. Continue reading
Hidhamtoota Siyyaasaa Galmee Oliyaad Baqqalaa Jalatti Himataman Irratti manni Murtii Xoophiyaa Beellama Dheeraa Fudhate.
Aside
[SQ, mudde 28,2017] Artistoota Oromoo Oromummaa qofaaf yakkamanii hidhaman, Mootummaan garboomsaa Wayyaanee mana hidhaa keessatti ji’oota dheeraaf dararaa turee, gara mana murtii himata kan irratti bane ta’uun nii yaadatama. Artistoonni Oromoo afaan isaanii guddisuuf aadaa isaanii guddisuuf akkasuma rakkoo uummata isaanii baasanii waan sirbaniif kaawwan immoo Oromoo waan ta’aniif qofa kan hidhaman ta’uun ifaadha. Continue reading
Raadiyoo Simbirtuu Mudde 28,2017
Aside
ONN TV
SBO Muddee 29, 2017. Oduu, Nama Foon hin beekneef Somba muru mata duree jedhu jalatti qophii haala yeroo irratti xiyyeeffatuu fi Gaaffii fi deebii Artistoota Oromoo Jaalataa lammii, Margaa Wandimmuu fi Samiir Jihaad waliin taasifame kutaa 1ffaa.
Aside
Dawite Mekonen= “Yeroon Geesse” Oromo/Oromiyaa Music 2018 (Official Music Video)
Aside
