Category Archives: Oduu/News
Walaloo Shamarree Oromoo
Aside
ONN-TV Oduu Amajjii 3,2018
Aside
“Tokkoyyuu Hintolle Budaan Lakkuu Deessi!”
Aside
Qalbeessaa Dhangi’aati
Habashummaarra abshaalummaa qabaatanii yoo qabsaa’an Bilisummaa saba ofii mirkaneessu. Qaamonni Habashummaa qaama isaanii taasifatanii halagaa waliin dibbee reebaniif halagaan nu ajjeesaa jiru waliif Huuruu Harreeti. Inni nu ajjeesuus caasaa nu ajjeesuf inni golgaa ta’us tokkuma. Har’a uummanni Oromoo uummata biraa irraa jibbee akka hinqabne namuu cimsee beeka. Qabsaa’onni Oromoos saba ollaa biyya abbaasaanii Oromiyaaf jibba humaatuu akka hinqabne beekamaadha. Gaaffiin keenya garuu; gaaffii abbaa biyyuummaa ta’ee utuu jiruu,
namoonni gogaa Oromoo keessi habashaa gara gaaffii dimokiraasiitti dabsaa yoo jiran ilaalaa turre. Continue reading
SBO Amajjii 03,2018. Oduu, qophii haala yeroo irratti hundaa’ee fi gaaffii fi deebii Arti.miseensota WBO waliin taasisame kutaa lammataa
Aside
Godina Horroo Guduruu Keessaa Namoota Hidhuu fi Hiraarsuun Itti fufe: Jiraattota
Aside
Amajjii 1 Waggaa Haaraa fi Guyyaa WBO Ilaalchisee Wallee Qeerroo Bilisummaa Oromoo.
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Amajjii 2, 2018
Aside
“Amma Garuu Hin Dandeenye”! Abbaashumbee fi Lij Yaareed ** NEW 2018 Oromo Music
Aside
Amajjii 1,2018 Dhaamsa Bara Haaraa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Aside
Obsoof Cichooma Qabsoo Abboota Keenya Qabsaa’ota Haqaarraa Dhaaluu Qabna!
Qabsaa’ota haqaaf gameeyyii ABO irraa maal dhaallee? Maal dhaaluu qabna?
Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Finfinnee Oromiyaa
Moxobii irratti Jaallan qabso haqaa faana hanga har’acichitanii jirtan keessattuu Waraannii Bilisummaa Oromoo irreef gaachana keenya taatanii hanga har’aa diina daangaarraa waqaraa jirtan, akkasuma kabajamaa uummatako uummata Oromoof deggartoonnisaa marti baga bara haaraa Kanaan isin gahe! Jaallan isin biraa baroota darbe wareegaman Waaqni Uumaan Jannataan haa qananiisu!
