Yaadachiisa. Waggaan 15ffaa Hundeeffamuu QBO Ebla 11 Kabajama.
Akka sa’aa DC 3:00PM, Birlin 9:00 PM fi akka FF 10:00 PM
====//=====
ABO OLF is inviting you to a scheduled Zoom meeting.
Topic: Kabajaa waggaa 15ffaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Time: Apr 11, 2026 10:00 PM Nairobi Join Zoom Meeting
https://us06web.zoom.us/j/88379134166?pwd=dYUQ1sXl789wD8gaCZiaoJ1TlBwLva.1
Meeting ID: 883 7913 4166
Passcode: 545353







Jaarmiyaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo dhimmoota hirmaannaa dargaggoonni ijaarsa biyyaa keessatti qabanii fi madda rakkoo Nageenyi dhibamuu Oromiyaa keessatti dantaa tahee fi Barbaachisummaa Mootummaa Ce’umsaa ABO fi KFO’n jaarmiyaalee Hawaasaa Oromoo adda addaa waliin mariiyachuun labsan irratti marii gaggeessuuf milkiin xumuraniiru.