Unknown's avatar

About Qeerroo

Welcome to Qeerroo Bilisummaa webiste! We are here to serve Qeerroo generation who are seeking freedom in their new emerging life.We are Hope for Oromians and lead by example. We have a saying, Follow the Kuusaa and do what the Yuubaa says. http://qeerroo.com

Magaallonni Haratoo fi Shaambuu Simannaa Goototaaf Bifa Addaa Irra Jiru.

Aside

Image may contain: 1 person, on stage, crowd and outdoor Continue reading

Gootota Oromoo Shamarree Caaltuu Taakkalaa,Dachaasaa Wiirtuu fi Kanneen Biroo Simachuuf Ummanni Magaalaa Shambuu Bifa Adda Ta’een Oolte!

Aside

Lixa Oromiyaa Magaalaa Shamboo, Magaalaa Haratoo fi naannooshe tti gootota mana hidhaa wayyaanee keessaa hikaman,

👉Caaltuu Taakkalaa
👉Dachaasaa Wirtuu
👉Margaa Booree
👉Oliiqaa Waaqoyyaa
👉Xilaahun Baayyuu fi kan biroof taasisame.

Image may contain: 1 person, crowd and outdoor Continue reading

Ergaa Cimaa!! Faaru Obbo Dajanee, Obbo Gurmeessaa .

Aside

Ethiopia: Declaring a new State of Emergency Could Deepen the Political Crisis

Aside

HRLHA Press Release


February 18, 2018

On February 16, 2018 the Ethiopian government has again declared a State of Emergency for six months. This came only months after the earlier state of emergency under which the population of Ethiopia suffered for ten months.

This State of Emergency was declared a day after the surprise resignation of the Prime Minister Hailemariam Desalegn from his post on February 15, 2018. Continue reading

ONN : 18-2-2018 የውይይት መድረክ በወቅታዊ ሁኔታ ላይ ከጋዜጤኛ ኢዬብ ባይሳ, ራጂ ጉደታ እና ታድዮስ አብዲሳ::

Aside

Jiddaa Ayyaanaa-Lixa Oromiyaa Guraandhala 19/2018

Aside

Continue reading

Lixa Shawaa, Aanaa Jalduu, Magaalaa Goojjoo keessa tti Simannaan Gootota Oromoo tiif taasifame.

Aside

Image may contain: 8 people, crowd and outdoor Continue reading

Oromo Voice Radio (OVR) Broadcasts – 17 February 2018

Aside

Simannaan Artist Seenaa Solomoon Magaalota Dhiha Oromiyaa Adda Addaa Keessatti Bifa Addaa Ta’een Gaggeefamaa Jira.

Aside

Image may contain: one or more people, sky and outdoorImage may contain: 1 person, crowd, sky and outdoor Continue reading

Waligalan Alaa Galan

Aside

Mahabuub Abbaa Waajii irraa

Yaroon Oromoon “waligalan alaa galan” jatee makmaaktee Oromooni biyyaa fi qa’ee isaaniraa fagaatani deemani tahu baachu mala. Haalli amma Oromoonni diaspora kessa jiran yoo laalamee makmaaksi kun kan yaroo amma itti jiruf makmaaksamee tahu hin olu mana jachisiisa.

Waggootaa fi rakkinoota dhibbaa ol kessa dabree Oromoon biftu bilisummaa halaalaa arkaa jira. Yaroo murtessitu taatee kanatti walif obsu fi waligalun akka biftun halaalaa mullattu tun walakkaa Oromia gayudhaan roga Oromia maraa ibsutu taasisa.

Obsa walif qabaachun yaroon isaa amma.  Jaarmayooni siyaasaa fi namottan adda addaa yaadaa fi tarsimoon rakkina gabrumaan Oromoo ittin furamu dandaya ja’aani lafa kaayyatan garaa garumaa qabaachun isaa kan bekkamu.  Haatahu malee Oromooni hundinu gabrumaa jalaa akka bahu qabnu iraati wali galan (shared interest). Kanaraati hundaa’un walin hojjachuf dhimi gabroomfataan erga nuraa ka’een boda hojjatamu qaburatti walif obsun guddaa barbaachisa dha. Oromiyaan osoo hin gabroomneen durattis ni turtee erga bilisoomteen bodattis waan jiraatuf jacha dura dinni akka nutti hin deebinetti firaa kufisun barbaachisaa taha. Erga dhinni nuraa ka’een booda akkamitti Oromoo fi Oromiyaan fuldura jiraachu qaban gaafi ja’uf sammu bilisa tahee fi tasgabaaween wal marihachun tarsimoo irra caalaa waan taheef ammaaf dhimaa saniratti walif obsun barbaachisa dha. Continue reading