Unknown's avatar

About Qeerroo

Welcome to Qeerroo Bilisummaa webiste! We are here to serve Qeerroo generation who are seeking freedom in their new emerging life.We are Hope for Oromians and lead by example. We have a saying, Follow the Kuusaa and do what the Yuubaa says. http://qeerroo.com

FXG Horroo Guduruu Wallaggaa Coomman magaalaa Fincaa’aa

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, people walking and outdoor Continue reading

 Seenaa Paarlaamaa Wayyaanee Sirna EPRDF/TPLF (ADWUI) xiqqoo hubannoodhumaaf. 

Aside

Jaal Seenessaa Qeerroon
Paarlaamaan Wayyaanee Sirna EPRDF/TPLF (ADWUI) Afaan Qawween ijaarame dheengaddaa dhiibbaa guddaa Qabsoon Bilisummaa Oromoo irraan gahaa jiruufi sosochii Sabboontota Oromoon faca’uun gabafamaa  jira.
Teessoon Paarlaamaa sobaa kan EPRDF/TPLF afaan qawween ijaarrate waggaa 26 guutuu Sagalee Uummata malee Gaddidduu Dimookiraasii sobaa dhaabbachuun Mirga Uummatni Oromoo gama Dimookiraasiin qabnuufi mirga uumamaa qabnu sarbaa kan ture Qabsoon Bilisummaa Oromoo Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa waggaa afur

Continue reading

Gubata mar’immaan ofii kan qabbaneessu cuunfaa qabsoo haqaati. 

Aside

Qalbeessaa Dhangi’aatii
Mudde 26,2017
(OROMOON DHALOOTA MEEQA HORATEE? DUBBISAA!)
Nama taanee dhalannee nama taanee uumamnee cunqursaa halagaaf namummaa molqamne. Akka namaatti jiraachuurra akka wayii fakkaannee waggoottan yedduu dabarsiineerra. Ejjeta halagaatiin dugdi ni goopha’eera. Akkifata halagaan fuulli nu manca’eera. Jiraachuun akka dhagaa nutti jabaatee jira. Haala ulfaattuu keessa teenyee halagaaf gugguufuu hinfeene. Haala cinqii jabduu keessa teenyee halagaa gabbarree buluu jibbine. Kun ta’uus qaba. Gootummaa abboota keenya kanneen akka Garasuu Dhukii, Gendaa Buushan, Elemoo Qilxuu, Laggasaa Wagii, akkasuma qabsaa’ota qaqqaalii irraa dhaalle sanaaf gadjennee buluu hinfeene. “Abbootuma keemyatu cunqursaa keessa taa’ee diina isaaf gad jedhee bulaa hinturre. Nus warra dabeettii halagaaf gadjedhu akka hintaane ragaa guddaan garsiisaa jirra.

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Sadaasa 26,2017

Aside

SBO Muddee 27, 2017. Oduu, Qophii mata dureen isaa Dhiigni Ilmaan Oromoo Gabroomfattoota Habashaaf Dhiiga Ilma Namaa miti jedhuu fi Haala Yeroo irratti kan xiyyeeffatu qophii Karaan nagaa jedhamu kun karaa kami? jedhuu fi SBO sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuu Keessatti Guyyaa Har’aa FXG Itti Fufee Jira.

Aside

Image may contain: one or more people, people walking, sky, basketball court and outdoor Continue reading

SBO Muddee 24, 2017. Oduu, Ibsa Gamtaa ABO fi Addi Bilisummaa Biyyoolessa Ogaadeen (ABBO).

Aside

Seife Nebelbal Radio program news, interviews and others. In this broadcast Seife interviews J/ Gaashuu Lammeessa/Dec 23,2017

Aside

Continue reading

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Mudde 22,2017

Aside

Continue reading

[SQ, Mudde 22,2017] Godina Iluu Abbaa Booraa Buree

Aside

Image may contain: one or more people and crowdImage may contain: one or more people, crowd and outdoor Continue reading