Kitaabi “Gubaaleessa” Jedhu Barreessaa Abdii Gutamaan Barreeffame.

May be an image of 1 person and text
Kitaabi kun seenaa barattoota Oromoo fi sochiin Qabsoo bilisummaa Oromoo keessattuu sochiin Qeerroo Bilisummaa akkaataa inni itti baadiyyaa irraa hanga University darbees biyyooleessa irratti qaanqee ta’u bifa addaan hima.

Dhaaloti bitee dubbisuun barnoota irraa argata.