Sab-Quunnamtiin Hawaasaa ABO jaal Battee Urgeessaa Magaalaa Buraayyuutti ukkaamsaman.

Sab-Quunnamtiin Hawaasaa ABO jaal Battee Urgeessaa Magaalaa Buraayyuutti ukkaamsaman.
[ SQ-Bitootessa 20/2021]
Sab-Quunnamtiin ummataa ABO jaal Battee Urgeessaa waaree booda mana hidhaa magaalaa Buraayyuutti hidhamtoota Siyaasaa Oromoo hidhamanii jiran gaafachuuf konkolaachisaa Gafarsoo jedhamu waliin kan deeman achumatti humna tikaan qabamanii hidhamuu SQ mirkaneeffateera.
Jaal Battee Urgeessaa konkolaachisaa Dhaabaa Gafarsoo jedhamuu fi konkolaataa Dhaabaa waliin akkuma gaafachuu deemaniif qabamanii hidhamuun mitkanaayeera.
Bal’aan odeessa keenyaa akka arganneen qabannee dhiyyaanna.
May be an image of 1 person and text
<img class="j1lvzwm4" src="data:;base64, ” width=”18″ height=”18″ />
<img class="j1lvzwm4" src="data:;base64, ” width=”18″ height=”18″ />
<img class="j1lvzwm4" src="data:;base64, ” width=”18″ height=”18″ />
Dooyyoo Bidoo, Ibsaa Gabbisaa Iluu and 382 others
5 comments
93 shares
Like

Comment
Share

OBS-Filannoo fi ABO, I/G sub-qunnamtii ABO obbo Battee Urgeessaa waliin turtii taasisne kutaa 1ffaa fi 2ffaa

Continue reading

Jaal Battee Urgeessaa turtii DW waliin taasise.

IBSA IJJANNOO MISEENSOTA ABO FI QEERROO BILISUMMAA OROMOO AANAA DADAR FI ONA OBORRAA IRRAA

Nuti Miseensotni ABO fi Qeerroo Bilisummaa oromoo Aanaa Dadar Murni ABO irraa fottoqanii Maafi’aa PP wajjiin maqaa Kora sabaatin Afanfajjii fi yakka gantummaa dalagaa jiran ni balaaleffanna.
ABO, Dhaaba heeraa fi seera akkasuma sirna ittiin Bulmaataa jabaa qabu heera fi seera isaa cabsanii gareeleen akeekaa fi kaayyoo dhaabbichaa ganani PP sirna nafxanyaa kan dhiiga ilmaan oromoo dhangalasaa jiru wajjiin akkasuma eeggumsa Tika Mootummaatin kora sabaa jedhani Waajira Muummee Gullallee keessatti gaggeessan akka dabaa fi shira dhaaba keenya ABO irratti fi qabsoo ummata oromoo gufachiisuuf akka ta’etti fudhanna.
Namni Hayyu Duree shiraa ta’ee kaabinee PPtiin filame kun ona keenyati dhalatuus akka bakka nu hin buune Nuti Miseensotni ABO fi qeerroon walumaa galatti ummani Ona Oborraa hundi ibsachuu feena.
Nuti Miseensotni ABO fi qeerroon Aana Dadar fi Ona Oborra Qabsoo Bilisummaa oromoo akeeka fi kaayyoo ABO duubaan hiriirree hanga galma Bilisummaatti itti fufna.
Kanneen hadha fi Bu’aa bahii qabsoon qabdu irratti obsuu dhiisani dantaa fi karoora Bilxiginnaa galmaan ga’uuf dhama’aa jiran Gantoota baaburri QBO tufe waan ta’aniif shirri isaani akka lafa hin qabaanneef dura nu dhaabbanna.

Continue reading