Aside

Dararaan kana caalu jiraa? Dullaan uummata walitti qabanii daandiirratti reebuu:

Hiriira dirqamaa ta’uu kunoo ragaan kana caalu hinjiru. Foolisiin Oromiyaa waanin dalagu

Aside

Seenaa saba keenya Oromoo tiksinee qabsoo bilisummaatti xumura goona!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Gurraandhala 26,2020

Uummati seenaa hinqabne biyya hinqabu. Seenaan uummata tokkoo tikfamuun kan barbaachiseef ragaa abbummaa biyyichaa sabichi qabu kan of keessaa qabuu fi godaannisa halagaan irraan gahaa ture Dhalootni baratee roorroon wal fakkaataan saba isaatti akka hin dhufne qophaa’uu akka qabuuf seenaan saba tokkoo dhalootaa dhalootatti darba. Qaamni seenaa uummata tokkoo haaluu fi soba fakkeessee lallabu qaama biyya sana saamuu barbaadudha. Biyyicha dhabamsiisuuf mallattoolee eenyummaa saba achirraa calaqqisiisan balleessuu, maqaa lafaa jijjiiruu fi seenaa uumatichaa dhabamsiisuun eegalama. Continue reading