ONN:Oduu Oromia News Network Hagayya 9/2017 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sabboonaan Oromoo Dargaggoo Cimsaa Abdiisaa Hiraarfama Ulfaataan Booda Mirga Wabiin Hidhaa TPLF Irraa Gadhiifamuun Beekame. Aside Hagayya 9/2017 (Aaga_Dhaga’aa) Sabboonaan Oromoo Dargaggoo Cimsaa Abdiisaa Waggaa lamaaf dararaa ulfaataa keessa kan ture Manneen hidhaa wayyaanee Maa’ikalawwii, Qilinxoo, Shawaa Roobititti hiraarfama guddaa keessa turuun har’a mirga wabiin gadhiifame. Yeroo amma maatii isaatti dabalamee jira. Dargaggoon qaroo uummata ta’e kun yeroo manni hidhaa Qilinxoo gubatee ilmaan Oromoo kanneen mana hidhicha keessatti argaman keessa nama tokko ture, balleessa tokko malee Oromummaan yakkamee hiraarfama waggaa lamaa booda wabiidhan akka gadhiifamee maatii isaa qaqqabee jiru maddeen keenya nuuf mirkaneessaniru . Sabboonaan Oromoo Cimsaa Abdiisaa wayita himatamaafi hiraarfama turetti himatamtoota 22 galmee Obboo Gurmeessaa Ayyaanoofaa keessa kanneen turan keessaa warra mirgi wabii akka eegamuuf jedhaman keessa ta’uu mirkaneeffannerra. Dargaggoo Sabboonaa Qaroo Oromoo Cimsaa Abdiisaa baga waaqni haala ulfaata sana hundaa irraa sii hambisee maatii kee, hiriyoota keefi uummata Oromootti sii dabale. Kana malees hidhamtootni ilmaan Oromoo maqaa isaanii yeroof adda hin baafatiin jirru mirga wabiin guyyuma kaleessa kan hiikkaman jiraachuu maddi Odeeffannoo keenya ifa godha. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Wayyaaneen TPLF Obbo Baqalaa Garbaa Mirga Wabii Dhorkate. Aside Hagayya 10/2017 Guyyaa har’aa Obboo Baqqalaa Garbaa hayyama Mirga wabiin gadhiifamuu akka argatuuf mana murtii kijiba wayyaaneetti dhiyaate ture, Manni Murtii kijibaa Wayyaanee kan ilmaan Oromoof murtii haqaa kennee hin beekne kun sababa mirga Wabiin gadhiifamuu gaafachuufi murtii hayyamaa argachuuf Obboo Baqalaa Garbaa torbanoota laman darban yeroo garaagaratti erga deddebiseen booda guyyaa har’aa mirga wabii dhorkachuun shiraafi daba baroota dheera ilmaan Oromoo irratti dalagaa turaniifi jiran har’as irra deebi’uun obboo Baqalaa Garbaa Irratti rawwachuun haqa dhorkatanii diinummaa uummata Oromoof qaban mirkaneessaniru. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Simbirtuu: I/A/H/D-ABO obboo Dhugaasaa Bakakkoo haala QBO keessa jiru, waan ABO, WBOfi QEERROOn itti jiran dubbataniiru. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Shaggar Lixaa Aanaa Abuunaa Gindabarat FXG Itti Fufee Jiraachuun Beekame Aside Hagayya 10,2017/ Fincillii xumura garbummaa haalaan jabachuun qeerroon Gindoo guyyaa kaleessaa hagayya 7 konkoolaataa ajaja isaani didee dhiiga ilmaan Oromoorra darbuun qeerroo mirgasaa, biyyasaa fi mirga abbaa biyyummaasaa kabachiifachuuf yeroo beeksisee jirutti,murtii qeerroorra darbuun hojii regale tokkorratti murtoo fudhachuun dalagaa Dhaka godhaniru. Akkasumas guyyaa hardhaa daandiin Gindabarat irraa garage Finfiinnee geessuu guutummaa guutuutti cufame,FXG finiinaa ooleera.galgaala Kanas namni kamuu,akkasumas konkoolaataan kamu akka imaluu hin dandeenye Qeerroon gabaasan, Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...