Aside

Caamsaa 8,2017/ Godina Shawaa Bahaa Magaalaa Bushooftuutti ergamtoonni Wayyaanee hanga gandaatti jiran hunda maqaa gamaaggama hojii ji’a sagalii jedhuun marii teessisaa jiru.Wal gahichi garuu kan gaggeeffamaa jiru.Bushooftuun Oromiyaa taatee osoo jirtuu Afaan Amaaratiini gaggeessaa jiru. Continue reading

Aside

Image may contain: 3 people, text

“Itti Fufa Qabsoon” Concert in Johannesburg Hawaii H Qananii, Jafar Yusuf & Caalaa Bultumee

Aside