Hagayya 19,2016 Gguyyoota lamaa asitti godinaalee Oromiyaa hundarraa Qeerroon hidhamaa jiru. Sababa addaa hin qabu gochi addaas hin jiru garuu Bilisummaan waan dhiyateef wayyaaneen kufaatii ishees waan mirkaneessiteef jecha uummata oromoo hidhaatti guuruu murteesse. Kaan tarkaanfii ajjechaan diinni uummata oromoo irratti aggaamee jiru biraa deebihaa kan hin jirrree fi bakka uummanni fi iji namaas hin arginetti ilmaan Oromoo ajjeessuunis Oromiyaa keessa magaalota tokko tokkotti kan mul’ataa jiru tahuunis Qeerroon gabaasaa jira. kun uummata Oromoof haaraa tahuu baatus FXG oromiyaa keessatti isa xumuraa itti fufuu irraan amma hidhaan daran jabaatee jira.
Godina Qellem ona garagaraa irraa Qeerroon gabaasaa jiruun fakkeenyaaf Anfilloo irraa namotni 15 ol tahan kaleessuma ukkaamfamuu akkasuma
Jimmaa Horroo irraa
– Dargaggoo Hasan Jamaal
– Dargaggoo Bulchaa Qalbeessaa
– Dargaggoo Tizaazuu Akkattii fi
– Dargaggoo Qalbeessaa Tolasaa kan jedhaman ukkaamfamuun gabaafamee jira.
Dabalataan onuma kana manneen jireenya namoota 4 WBO jiraachisu jechuun humna waraana Wayyaaneen sakatta’amuu irraa eegamaa jiraachuun kan gabaafame
– Mana jireenyaa Lataa Wiirtuu
– Mana jireenyaa Caalii Ganjoosaa
– Mana jireenyaa Yaadasaa Danuu fi
– Mana jireeenyaa Solomoon Gurichoo
Kan jedhaman humna agaaziitiin eegamaa jira. Akkasuma ona Gaa’oo Qeebbee, Gidaamii fi Begii keessaa ijoolleen dargaggeyyiin hidhaatti guuramaa jiru. Kun godina oromiyaa maratti akka tahes Qeerroon gabaasaa jira.
Godina Shaggar kaabaa, shagger Bahaa fi shaggar Lixaa Qeerroon hidhamuun daran jabaatee jira. uummannis hidhaanii fi ajjechan Bilisummaa nun dhorku nu doorsisuun FXG hin hambisu jechuun dhaadannoo isaa itti fufee jira. Hidhamtootni hedduun bakka itti hidhaman irraa bakka biroottis jijjiiramuudhaan hedduun namootaan bakka buuteen isaanii dhabamaa jira. Kanuma keessatti FXG ammas yeroo dhumaa kanaaf kan wayyaanee aangoo isheetti xumura taasisu itti fufuun uummannis gibira diduun, walgahiin wayyaaneen oromiyaa magaalotaa fi godinaalee adda addaatti gaggeessuuf uummata mariisisuuf deemtus bakka hundatti gara FXGtti jijjiramuu fi feshelatuun Wayyaanee isa dhumaa abdii kutachiisuudhaan bifa naasuutiin uummata hidhaatti guuruu murteeffachuun beekameera.
Daily Archives: August 19, 2016
Stockholm syndrome : Who builds tunnels, hospitals, military camps and modern technology underground in Tigray
Aside
Dr. B.K.DERESSA,
The Oromo people were colonized during the last quarter of the nineteenth century by a black African nation – Abyssinia – with the help of the European colonial powers of the day. During the same period, of course, the Somalis, Kenyans, Sudanese and others were colonized by European powers. The fact that the Oromo were colonized by another black African nation makes their case quite special.
For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to its destruction. Oromo people has done and still is doing all kinds of struggle in order to eradicate all those injustices and to regain his own god given freedom, full right to live as human being and rebuild his own country Oromia. The Oromo’s paid a heavy price to build Ethiopia but when it comes to power and money they are the last to touch the desk and when it comes to the human-right and equality they are the first to be victim of the system. None of us on the earth choose to be born where we are born but once born, for example in my case, as an Oromo, there is no way I can change it. Unlike religion, behavior and attitudes towards nature, ethnic belongingness cannot be changed. That is why I cannot stop reminding at every chance I got the international community, TPLF elite and their puppet collaborators that as an Oromo, I am oppressed and I want my freedom and equality.
I am asking myself day to day, month to month and year to year why 50million of Oromo nation is languishing for so long time, so badly and inhumanly under minority rule ( previous one 25million and current TPLF rule 5 million) and while most of the Oromo’s are confronting our enemies with bare hands gallantly, why some of Oromo individuals and groups are working for our enemies TPLF junta. Like OPDO and individuals working in the embassies like ambassador Dina Mufti…etc and individuals in foreign business companies.??? Stockholm syndrome
HAMMEENYI CHAAYINAA FI RIMMAA TOKKUMA !!!!!
Aside
SEENAA Y.G (2005)
Ameerikaan, Ummati ammi kun miidhamuu ijaan osoo argituu maaliif wayyaanee gargaartii? kan jedhu gaaffii namoota hedduuti. Ameerikaan dantaa ishee irraa kaatee waa tokko akka murteessitu kan hubatus danuudha. Dantaa kana irraa ka’uun, wayyaanee irraan dhibbaa tokkollee akka hin geesifnee wayyaaneenu bareechitee beekti. Kanaaf hammeenyi ishee daangaa dhabee, dhiigni ilmaan cunqurfamoo akka bishaanii dhangala’uu taasifama. Ameerikaan dantaa ishee naannichatti gama hunaan eegisiisuuf jecha, wayyaanee irra harka qabuun waan haqaati. Bara 1991 yeroo wayyaaneen Ameerikaa fi Ingilizii waliin mari’attu, Dolaara tokko Birri shan akka galchituu fi waggaa 20tti , Dolaara tokko birrii 20 akka geesiftuu waadaa seenuu warra keessa beekuutu dubbata. kanaaf karaa boroo ABO wal ga’iin ala godhan . Wayyaaneen Ameerikaa irraa waatokko wayita barbaaddu ykn akka itti hin dubbannee yennaa feetu, warra chaayinaa waliin waliigaltee adda addaa mallatteessitee midiyaan torban tokko guutuu odeessiti. Yeroo kana Ameerikaan rifattee harka gargaarsaa hiixattiif. Kun tapha wayyaaneeti. YKN dippilomaatoota Chaayinaa fi Raashiyaa simachuun Ameerikaa doorsifti. Kun shiroota wayyaanee lakkofsa hin qabnee keessaa isa xiqqoodha. Chaayinaan yeroo dorsiftu akkasuma. HAMMEENYI-CHAAYINAA-FI-RIMMAA-TOKKUMA–
HRLHA Urgent Action
Aside
Ethiopia: State – Sponsored Terrorism and Military Brutality in Oromia HRLHA Urgent Action
August 17, 2016
Ethiopia, a UN Human Rights Council member since 2011, and an elected member of the UN Security Council as of 2017 is committing state- sponsored terror against the Oromo nation in violation of the UN Human Rights Council responsibility for the promotion and protection of all human rights and the UN Security Council responsiblities for maintaining international peace and security as well as the human rights treaties it has signed and ratified. The government- trained and highly funded Agazi force shot Gebeyehu Jalata, a medical doctor, several times at his personal clinic in East Wallaga Nekemt town on August 6, 2016 while he was allegedly treating wounded protestors at his clinic. Dr. Gebehu Jalata was taken to the Nekemt hospital for treatment and died on August 15, 2016 . The Agazi killing squad also invaded Mr. Hora Fajisso’s home- he is a farmer in East Showa Zone Adami Tulu district, Batu town- and murdered him in his bed in front of his three children and his wife at 5:00 am on August 16, 2016. During the grand nationwide Oromo nation protests on August 6,2016, the Agazi force killed at least 70 people and arrested tens of thousands of others in Oromia Regional State.1-Ethiopia government sponsered terrorism