Aside

Ebla 30,2016 Yuunibarsiitii Haroomaayaa Mooraa Teeknoolojii ( Gandaje Campus) irraa barattootni Oromoo shan (5) galgala kana sa’aa 5:00 irratti humna tikaa wayyaaneetiin ukkaamfamuun barameera. Barattootni kunniinis:
1. Biraanuu Taayyee… Muummee Hydraulics and Water Resource Engineering waggaa 3ffaa
2. Caalaa Lammeessaa..Muummee Hydraulics and Water Resource Engineering waggaa 3ffaa
3. Caalaa Abduukariim…Muummee Hydraulics and Water Resource Engineering waggaa 3ffaa
4. Alamuu Dirribaaa…Muummee Hydraulics and Water Resource waggaa 3ffaa fi
5. Faamii (maqaan abbaa hin qaqqabne)…Muummee Hydraulics and Water Resource waggaa 3ffaa yommuu ta’an, yeroo ammaa kanatti barattoota biroo hafan ukkaamsuudhaaf humni tikaa bakka bulmaata barattootaa irra naanna’aa jiraachuu ibsaniiru.
Hidhaa, dararaa fi ajjeechaan gaaffii abbaa biyyummaa Oromoo hin deebisu, mootummaa wayyaanees kufaatirraa hin hambisu!
Kanaafuu, FXG finiinee jiru daran jabeessinee mootummaa abbaa irree ummata keenya gidirsaa jirutti xumura haa goonu!

Jaal Dachaas Roobaa,Guyyaa Gootota Oromoo Magaalaa Naayroobii Keniyaa Ebla 2016

Aside

https://youtu.be/K56FBRLSycw

SBO: Caamsaa 1 Bara 2016. ODUU, Ibsa Tarkaanfii WBO, Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Gumaas: Qophii bobbaa qondaalotni TPLF biyyoota alaatti taasisan ilaallatu akkasumas Haasaa Miseensi KHR-ABO J. Toleeraa Adabaa Jiddugala Mooraa Leenjii ABOtti Ebla 15 taasisan.

Aside

Ebla 30,2016 Qeerroon Bilisummaa Godina Wallaggaa Magaalaa Naqamtee FXG Itti Fufuuf Waadaa Haaromfatan.

Aside

received_1755419098028508received_1755418701361881 received_1755418704695214

Aside

Ebla 29,2016 Godina Lixa Shaggar Aanaa Meettaa Roobii Magaalaa Eelaa keessatti Poolisootni Kora Bittinneessaa Oromiyaa manneen namaa cabsuun dubartoota gudeeduu fi saamicha irratti argamu. Yeroo waraanni agaazii ummata keenya fixaataa jirutti, poolisootni kunniin immoo mana namaarra naanna’uudhaan dubartoota (keessattuu barattoota) gudeeduu, qabeenya saamuu fi reebichaan dararuu haalaan itti fufaniiru. Keessattuu, kan nama gaddisiisu yommuu diinni ummata keenya fixaa jirutti ummata cinaa dhaabbachuu dhiisuun gochaa badii akkanaa ummata ofiirratti raawwachuudha. Kanaafuu, kana booda gochaawwan akkanaa irraa hatattamaan of hin qusatan taanaan tarkaanfiin Wayyaanee eeggatu sadarkaa jalqabaatti akka isaanirratti xiyyeeffatu beeku qabu jedhu jiraattotni magaalichaa.

OLF IN THE SWEDISH PARLIAMENT AND OROMO YOUTH IN GLOBAL INTERCULTURAL SHOW

Aside

ABO“Banned and forced out of Transitional Government”: Struggle for National Rights and Democracy, in the Era of a “New World Order” – the Case of OLF by Dr. Shigut Geleta full speech.

Dear Mr. Chairman,

Esteemed members of the Swedish Parliament,

Dear Honourable guest speakers,

Ladies and Gentlemen,

First of all, I would like to thank and convey my deepest gratitude to the organizing committee for inviting me to present a paper on this seminar on behalf of the Oromo Liberation Front, OLF. It is a great privilege and honour for me and my organization to be here today representing the Oromo people.ABo1

Ladies and Gentlemen,

The topic on which I am going to speak is “Banned and forced out of Transitional Government: Struggle for National Rights and Democracy – the Case of OLF”.  My presentation is organized in five main parts:-

  1. I will give some background on the Oromo people and Ethiopia.
  2. I will elucidate the birth and grand objectives of the OLF and its formidable role in the past, today, and the future politics of Ethiopia.
  3. I will try to indicate how the vision of “New world order” challenged by Global War on Terror (GWOT).
  4. I will skim over the current situation in Oromia/Ethiopia, and finally,
  5. I offer my organization’s view on the way forward.

Ladies and Gentlemen,

  1. BackgroundBanned and forced out of Transitional Government the OLF case

 

Aside

Ebla 29,2016 Godina Lixa Shaggar Aanaa Meettaa Roobii Magaalaa Eelaa keessatti Poolisootni Kora Bittinneessaa Oromiyaa manneen namaa cabsuun dubartoota gudeeduu fi saamicha irratti argamu. Yeroo waraanni agaazii ummata keenya fixaataa jirutti, poolisootni kunniin immoo mana namaarra naanna’uudhaan dubartoota (keessattuu barattoota) gudeeduu, qabeenya saamuu fi reebichaan dararuu haalaan itti fufaniiru.
Keessattuu, kan nama gaddisiisu yommuu diinni ummata keenya fixaa jirutti ummata cinaa dhaabbachuu dhiisuun gochaa badii akkanaa ummata ofiirratti raawwachuudha. Kanaafuu, kana booda gochaawwan akkanaa irraa hatattamaan of hin qusatan taanaan tarkaanfiin Wayyaanee eeggatu sadarkaa jalqabaatti akka isaanirratti xiyyeeffatu beeku qabu jedhu jiraattotni magaalichaa.