Gareen Tumsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Biyya Australia Magaalaa Perth Bifa Kanaan Guyyaa Gootota Oromoo Gaafa Ebla 24,2016 Kabajatan.

Aside

qee pre Qeerooo

DHAAMSA CIMAA! Qophii Qaanqee Show Ebla 25,2016 Injifanoo 3ffaa Uumataa Oromoo biyyaa ala jiraan irra egamu malii?

Aside

Wallee Haaraa Artist Sabboonaa Galanaa Garomsaa **Dhaloonni Waa Fala** Ebla 2016

Aside

https://youtu.be/7N3g3xNCspo

Abbaa Lataa/Obbo Adimaasuu Biraanuu/ fi Abdiisaa Balaachoo

Aside

Gootonni Artistooti Oromoo Qaqqaalii Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15 Kabajatan.

Aside

https://youtu.be/HUji0kZImEU

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Ebla 25,2016

Aside

Godina Arsii Lixaa Aanaalee Doddolaa, Shaashimannee fi Kofalee Keessatti Waraanni Wayyaanee Uummata Saamaa Jiraachuun Beekame.

Aside

Ebla 25,2016, Godina Arsii lixaa aanaa Doddolaa, Shaashimannee fi Kofaleetti waraanni mootummaa faashistii Wayyaaneen saamicha uummata Oromoo irratti raawwataa jiraatuu fi nama nagaa daandii irra deemus hidhuun beekame.
Kana males akka Qeeyroon godinichaa addeesssutti barataa hedduun ukkaamamaa jira mootummaa godina Arsii keessi guuutummaan ABO jechuun murteessee jala muree qabatee jira. kanaaf uummanni miidhamuun itti baayataa jiraachuu fi waraannis gocha saamichaa humnaan nama qabee daandii gubbaatti qarshii kiisiidhaa hanga saamutti gahee jiraachuu Wayyaaneen saroota badiisaa uumataatti gadhiistee jirti.
Baha shawaa magaala Bishooftuu fi Maqii akkasuma gugda booratti doorsisni uummatatti hammaatee akka jirutu gabaafame. Akka gabasni ibsutti mana mana irra deemuudhaan milishootni wayaanee fi kaabinoonni mootummaaf uummata kadhachuu fi araaraa fi doorsisas kan of keessaa qabu mana uummataa irraa deemaa akka jiran Qeeyroon gabaasee jira.
Mootummaa kana yoomiyyuu ofirratti hin feenu jedhanii deebii kenna jira. Nuti kan barbaannu Bilisummaadha kunimmoo kan dhufu mootummaan kun hamma oromiyaa irraa harka isaa deeffatu fi oromiyaan ofiin of bulchitu abbaa biyyaa oromiyaa haga dhufutti qabsoon keenyas itti fufa bilisummaanis yerooma sana dhufa jechuun uummanni godina baha Shaggar  keessa diinaafaan qabachiisaa jira. Hidhaan uummanni mirga isaaf falmaa jiru maqaa shororkeessummaan komatamaa jira.

Ebla 25,2016 Ummanni Magaalaa Jimmaa Zayitaa fi Shukkaara Dhorkamee Dhiheessii Dhabuun Rakkachaa Jira.

Aside

IMG_20160425_163000 IMG_20160425_163041