The largest ever seen in diaspora, protests against the fascist TPLF thugs of “Ethiopia” is underway in Washington DC at this moment -April 19, 2016. April, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Kan ofii lafarra harkisuun kan ormaa olfuudhanii baachuun amala OPDO ti! Aside Marii Gadaa irraa Oromoon mammaaksaan “aak jedhanii waa tufan mammaakan waa himan” jedha.Haala cunqursaa ilmaan Oromoo irratti biyya abbaasaanii fi biyya alagaatti irratti ga’aa jiruufi ga’e ilaalee gadda keessa koo hube ibsachaa,yaadan ka’eefitti fufa! Oromoon Erga bara Gadaa Abbaa Gadaa Gaarii Duufaa Ankoobarii achitti humnoota habashaa deebisee,kanaafis SaahilaSillaaseen “itti dhiyeenyaan” jechuun Oromootti dhiyaachuu jalqabee,Minilikis mul’ata abbaasaatii dhugoomfatee Oromoo waliin diruutti ka’ee eegalee qabsoon falmaa birmadummaa,walabummaafi bilisummaa Oromoo addaan cite hin beeku! Baroota Habashoonni nu dhiitan,nu buqqisan,nu ajjeesan kana keessatti harki ilmaan Oromoo gantoota ta’anii keechaa dhabamee hin beeku.Kanaafis barreessaan Habashootaa Aatsimeen “foon dikeedhuma looniitiin bilcheessu”jechuun raga ba’eera. Gadheen kan ishee lafarra harkiftee kan ormaa olfuutee baatti Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...