Raadiyoo Simbirtuu fi Seife Nebelbal,Qophii Hagayya 08,2013 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Maqaa fi eenyuummaa ilmaan Oromoo Godina Arsii aanaa Kofalee irraa mana hidhaatti Wayyaaneetti naqamani Aside Hagayya 09,2013 Gabaasa Qeerroo Aanaa Kofale Maqaa golgaa Amantiin duula sanyii balleessaa Oromoo irratti raawatamaa jiru galmee muldhisu maadheen Qeerroo galmeen caasaa mootummaa keessaa akka gabaasutti Oromoonni list armaa gadii kana keessatti argaman amantii dahoo godhachuun mootummaan Wayyaanee Hagayya 05,2013 irraa kaasee aanaa Kofalee keessatti farrummaa ilmaan Oromoo irratti hojjechuun warra badii tokkoon malee hidhamani dha. Amantiilee Protestaantii fi Waaqeffataa Oromoo guutummaan mana hidhaatti guuraa jira.Akka galmeen kun muldhisuu fi qabatamaatti Oromoonni qabamanii mana hidhaa Wayyaanee seenan amantiilee Waqeffataa,Musiliimaa fi Kiristaanota Oromoo waan ta’aniif duulli mootummaan Wayyaanee amantii dahoo godhachuun ummata keenya irratti bobba’u akka dhaabbatu Oromoon bakka martuu gaafachuun yeroo dha. Gutummaan galmee kanaa lis kana keessaa argattu:- List namoota hidhaman.docx Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...