Walaloo Qeerroo Finfinnee Irraa

Ka’i Qeerroo 4

Daandiileen Konkolaataa Magaalaa Jimmaa Irraa Gara Finfinnee fi Iluu Geessan Mootummaa Wayyaaneen Sakata’aamaa Jiraachuun Beekame.

Aside

Amajjii 08,2013 Jimma 

Gabaasaa: Amajjii 7,2013 irraa kaasee sirni Wayyaanee kufaatii irraa hin oolle keessa waan seenee jiruuf yeroo ammaa kanatti sodaa jabaa keessa galuu irraan

Godina Jimmaa, Magaalaa Jimmaa daandii Finfinnee gara Jimmaa geessuu fi Jimmaa Gara Iluu Abbaa Booraa Fi Wallaaggaa geessuu humna waraana isaa heddumminaan qubachiisee daandiilee mara cufuun uummataa fi konkolaatota karaa darban irratti sakata’iinsa gaggeessaa jiraachuun gabaafame. Keessattuu maanguddoota konkolaataa irraa buusuun safuu fi naamusa aadaa biyyichaa ala ta’een gara jabinaan akka sakata’aa jiran gabaafama.

Kana malees manneen kompiiteraa Magaalaa Jimmaa keessaa jiran magaalaa Jimmaa keessaa jiran cuftii ajajaa mana murtii malee humna poolisaa sakatta’amaa jirachun beekame.Ummaanni naannichaas haala kanaan jeeqama keessa galu iyyuu diddaa isaa muldhisuu hin dhaabne.

 

Gootowwan kunfaii qabsoo haqaa irratti(Hawisoo Dirree)

Guyyaa WBO

Guyyaa WBO

Gootowwan kunfaii qabsoo haqaa irratti(Hawisoo Dirree)

Dhaamsa gootowwaan dhaammatan Qeerroon osoo hin dagatiin qabsoo harkaa fuudhee imaanaa isaanii bakkaan gahuuf waarraaqsatti jira. Suuraan olitti muldhatu guyyaa WBO Jimmatti Kabajame irratti duungoo warraaqsaa qabate dha!!