TVOMT – Must Watch – G/D Artist Habtaamuu Lamuu Waliin Taasise

Aside

Godina Iluu abbaa Booraa aanaa Cooraa keessatti diddaan jabaachaa deemuun Qeerroon waraqaa dhaadannoo maxxanse!

Aside

Muddee 26,012 Mattuu

Godina Iluu abbaa booraa aanaa Cooraa keessatti diddaan uummataa itti
fufe.Mootummaan Wayyaanee yeroodhaa gara yerootti ilmaan Oromoo mana
hidhaatti guuraa kan ture yoommuu tahu yeroo ammaa kanas dargaggoota
hojii dhabdummaan rakkachaa jiran isin miseensa ABOti,Qeerroo nurratti
ijaaraa jirtu jechuun mana hidhaatti guuraa jira.Dargaggoowwan
1.Balaay Fayyeeraa Jimmaa yuunivarsiitii irraa kan eebbifamee fi
2.Siraaj Mohaammed Hawaasaa yuuivarsiitii irraa kan eebbifame
mootummaa wayyaaneen yakkamuun yeroo ammaa mana hidhaa mootummaa
Wayyaaneetti darbatamanii jiru.Wayyaaneen yeroodhaa yerootti ilmaan
Oromoo mana hidhaatti guuruu ni mormina jechuun uummatni walgahii
mootummaa Wayyaanee lagachuun mirga keenya barbaadna jechuun falma
eegalee jira.Wayyaaneen olola sobaa gaggeessuun uummata biyyattii
keessaa humnaan bulchaa kan jiru dargaggootni aanaa Cooraa mormuun
waraqaalee dhaadannoo qalama diimaa magariisa diimaan barreessuun
bakkeewwan hedduutti maxxansanii jiru.Dhaasannooowwan
a) Hidhaan haa dhaabbatu!
B) Garboomfataan ni kufa
c)Wayyaaneen nu hin bulchu
jedhan hedduumminaan maxxanfamuun mootummaa Wayyaanee dargaggootni
balaaleffatanii jiru.

SBO Mudde 26 Bara 2012

Aside

HRLHA: Merry Christmas!!

Aside

HRLHA

Merry Christmas!!

merryxmas-1024x576We Wish you and those around you a very merry Christmas and May the light of the holiday season shine brightly in your heart!
Its The Most Wonderful [Giveaway] Time Of The Year! Use this Opportunity to Support Human Rights!

Merry Christmas Wish.doc