Geerarsa Qeerroo Guutuu Abarra,Guyyaan Gootota Oromoo Biyya Alaa Oslo Video Reply http://youtu.be/l65VR2OSFDA Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroon Haromaya Ayyaana Qophii GAHOO Irratti Gootota Farsuun Diina Garaa Gube. Posted on April 23, 2012 by Qeerroo Reply Ebla 22,2012 Haromyaa Ebila 22,2012 Haramayaa Universitii keessatti qophii ayyaana GAHOO adeemsifameen walqabatee Qeerroon University Haromaayaa waltajjicha dhuunfachuun sirboota,walaloo fi diraamota gootota Oromoo faarsuu fi wallee Ebbisaa Addunyaa walisuus gootota wareegaman keessaa Ebbisaa,Usmaayyoo fi Jireenyaa Ayyaanaa yaadachuun qabsoo ABOn gaggeessuu faarsuu fi wallee warraaqsaa WBO dhaadessan hedduu akka sirbaa turan gabaafame. Qophiileen ayyaana kana irratti ta’ee fi diddaa Qeerroon ifatti muldhise diina haalaan akka rifachiisee fi waan gootu dhabdee akka afaan qabatee beekame. Video fi waraabbiin sagalee goone qulqullinaan nuu bahuu hin dandeenye,ammo haala tahe maraan waan waraabame ni diheessina. Record000 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...