Land Grab in Oromia Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Waraanni Wayyaanee Universitylee Keessatti Bobba’uun Doorsisa Itti Fufe. Aside Ebla 1.2012 Jimmaa, Waraanni mootummaa Wayyaanee sodaa diddaa Qeerroof yuunivarsiitilee garaa garaa keessatti bobba’e barattoota irratti goolii uumaa jira.Waraanni mootummaa wayyaanee Yuunivarsiitii Jimmaa fi Magaala Jimmaatti bobba’e barattoota yuunivarsiitii Jimmaa bakkeewwan isaan deemanitti waraanuun olola uummata Kuulloo jedhamutu isin waraanaa jira jechuun uummata walitti buusuuf shira guddaa xaxaa jira.Waraanni Mootummaa wayyaanee uummata walitti buusuuf shirri xaxe qorannoo qeerroon kan saaxilamee barattoota maraan kan beeksifame yoommuu tahu yeroo ammaa kana yuunivarsiitii Jimmaa keessatti barattootni nagaan sadii basaasota Wayyaaneen kan waraanaman yoommuu tahu Barataan Daani’eel Mokonnin jedhamu kan sociology waggaa 2ffaa baratu waraana Wayyaanee bobbaafameen waraanamee jira. Qeerroon Jimmaa shirri mootummaan Wayyaanee amantiilee walitti buusuu fi uummata nagaa walitti buusuuf deemu bittaa umrii isaa dheereffachuuf tahuu hubachuun sagalee keenya bakka jirruu wal qabannee akka dhageessisnu jechuun dhaamu. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Diddaan Barsiisotaa Yuunivarsiitii Haramaayaa keessatti jalqabe Wayyaanee yaaddoo guddaa keessa buuse Aside Ebla 03,2012 Gabaasa Qeerroo Haromaya. Diddaan barsiisootaa guutuu biyyattii keessatti babal’achuun mootummaa Wayyaanee yaaddoo keessa buuse.Diddaan barsiisotaa biyyattii keessatti jalqabe Barsiisota Yuunivarsiitii Haramaayaan kan jalqabame yoommuu tahu barsiisotni yuunivarsiitii Jimmaa dabalinsi maqaan dabalinsa miindaa gowwoomsa dhufe waan taheef qaala’insa jireenyaa dandamachuu waan dadhabneef hojii hin hojjennu jedhanii jiru.Pirezedaantiin yuunivarsiitii kanaa Prof.Balaay Kaasaa barsiisota miseensa tahan tika mootummaa Wayyaanee naannoo sanaa waliin marii irra kan oolan yoommuu tahu barsiisotni yuunivarsiitii Haramaayaa mootummaa Wayyaanee yaaddoo keessa buusanii jiru. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...