Gita Bittuuf Ulee Ta’anii Lammii Ofii Reebuun Dhaabbatu Qaba

(Qunnamtii Oduu Qeerroo, Finfinnee, Ebla 20, 2011) “Oromoo alagaaf ulee ta’ee Oromootti duulee fi Oromoota Oromoof jecha lubbuu isaanii wareegan kaasuun kan barbaachiseef ilmaan Oromoo yeroo ammaa humna tikaa, poolisaa fi raayyaa loltuu Wayyaanee keessa jiran seenaa dabre kana irraa maal irraa baratu? gaaffii jedhuuf deebii argamsiisuufi.

Yeroo ammaa kana ilmaan Oromoo bittaa gabrummaan haa gahu jechuun fincila diddaa gabrummaa golee Oromiyaa hunda keessatti adeemsisaa jiran. Maarree har’as “harki harka nyaachun” itti fufa moo wal nyaachuun hafee waliif hirkoo taana? Har’as akkuma kaleessaa obboleewwan keenya ajjeesnee haraamofnaa? moo gootummaa fi ogummaa qabnu  mirga saba keenyaa argamsiisuu irra  oolchina? Gaaffiilleen kun ilmaan oromoo sirna kana tajaajilaa jiraniin deebii argatuu qaba.”

Waamicha Ilmaan oromoo Humna Polisaa, Tikaa fi Waraanaa keessa jiraniif Qeerroo irraa kenname:

Waamicha Qeerroo Polisa oromoo tahaniif

የህዝባዊ አብዮት ጥሪ

Ka'i Qeerroo

በኢትዮጵያ ላይ የተጫነው ግፈኛና ዘረኛ አገዛዝ ለአንዴና ለመጨረሻ ጊዜ ከኢትዮጵያዊያን ትከሻ ላይ ተሽቀንጥሮ ይውድቅ ዘንድ ግፊቱና ህዝብንም ለዚሁ ትግል የማያነሳሳ ጥሪ መቅረቡ ተጡዋጡፎ እንደሚገኝ ተገልጹአል::

በኦሮሚያ የተበተኑ ጥሪ ወረቀቶች ህዝብ ለነጻነቱ ሲል ወያኔ እያደረሰ ያለውን የጥፋት ተልዕኮ ለማስቆም ሆ ብሎ መነሳት ያለበት ጊዜው አሁን መሆኑን የሚያመለክት ነው ።

Labsa Qeerroo- የህዝባዊ አብዮት ጥሪ