ABO Paartii Siyaasaa Tokko Jechuun Hin Danda‟amu. 

ABO Paartii Siyaasaa Tokko Jechuun Hin Danda‟amu. 

aboMaqaan ABO yeroo ka‟u onneen firaas kan diinaas ni dhaabbata. 

1ffaa kaan Jaalalaan , kan isa biraa jibbaa fi sodaan. 

ABOn aasxaa qabsoo uummata Oromooti. ABOn dhaaba qofa miti. ABOn afuura bilisumaati. 

ABOn uummata Oromoo biratti carraa filannoo isa dhumaati malee aangoo fi mo‟icha dirree lolaan kan madaalamu miti. Waa‟een ABO yoo ka‟u alaabaan isaa, sirni isaa fi bulchiinsi isaa mataa mataatti dhiibbaa gaarii qabu. Alaabaa isaa yeroo argu keessi isaa kan hin naanee fi diinni hin jeeqamne hin jiru.

Kanaafi tokko tokko qoricha budaa kan jedhaniif. Amma amma alaabaa ABO kana dhaabicha qofaaf dhiisuu irra eenyullee gareen mirga uummata Oromoo fi bilisummaa isaaf socho‟u yeroo fayyadaman arguun barameera. Continue reading

WARRAAQSA

 

WARRAAQSA

Ciibsaa Adabaa Reebaatiin

Warraaksi afaan Oromootiin sosochii fi jijjiirama polotikaa hundeerraa dhufu,raawwatuu fi adeemsiifamu kan jijjiirama hawaasummaa,diinagdee fi polotikaa of keechaa qabudha.Warraaksi afaan Inigliziitiin “revolution” kan jennu,hundeen jechichaas afaan  Laatinii irraa kan dhufe, “revolutiononis= upheaval” hiikkaan isaas akkuma olitti tuqne ta’ee “fincila uummati baay’inaan irratti hirmaatu” jechuudha.

Permanent revolution today takes aim at the capitalist state, its institutions, and the vast interlocking system of human and social relations that form the matrix of world bourgeois oppression. It recognizes the proletariat as the motor force of world economy and the strategic spearhead of international revolution. And it bases itself on the mutual interdependence of the proletarian struggle and all other liberation movements.”

                                                          ___Murry Weiss

Addunyaan keenya warraaksa dhaabdee hin beektu.Warraaksaan haala har’a irra jirtu irra geesse.Boris itti fuftee fuula biraa qabatti.Adeemsi Warraaksaa kun ammoo uuma yaadaa fi ilaalchaa irraa jalqabe sichis kan itti fufudha.Addunyaan warraaksa har’aa akka jalqabduuf qaroominni Gibxi/Ijpti_Meseppotaamiyaa qabee gara Giriikitti fudhatamuun jijjiirama adunyaa keenyaatiif hayyoota Giriik kanneen akka Sooqiraaxis,Pilaatoo fi Aristootiliin akkasumas Paaytaagoraa dabalatee hayyoota “MIRRIGA ” kana geggeessaniin kan raawwatamaa as gahedha. Continue reading