መለስ እና ጋዳፊ

ከመላኩ ፀጋዬ መኮንን
በአንድ ሃገር ውስጥ ባለጌዎች እና ስድ አደጎች ስልጣን በጃቸው ሲገባ በምን መልክ አላግባብ እንደሚጠቀሙበት ብዙ ሩቅ ሳንባክን ከቀድሞው የዩጋንዳው ኢዲያሚን ዳዳ ዓንድ ብለን እስከ አቶ መለስ ዜናው አስረስ በየሃገራቱ የተፈጸሙትን ኢሰብአዊ ድርጊቶች ብንመለከትት ስለአምባገነኖች አገዛዝ ምንነት በቂ ማስረጃ ነው። በወዲ መለስ አገዛዝ በበረሃ ዘመናቸው አንስቶ የፈጸሙትናን ለከት ያጣ ርህራሄ የለሽ ተግባራቸው ይኽውና ለሃያ አመታት የያዝነው፤ ያየነው፤ የስቃይና የመከራ፤ የስደት፤ የሞት፤ የእስራት፤ የቸነፈርና የረሀብ እገዛዝ ዘክረውናል። አሁን ግን ይህ የሰቆቃ ኑሮ ወደዱም ጠሉም ለመጨረሻው ጊዜ መወገድ አለበት። የተቀመጡበት ወንበር ሲቆረቁረወት ካልተሰማወት ሊፈነግለወት ወስኞል ፤ውሳኔውን ባደባባይ እንዳይገልፅ ለጊዜው በብዙ ባላ ሊያስደግፉት እየሞከሩ ነው ይህ ሂደት አንቅሮ ከተፋወት ህዝብ ግፊት እስከመጨረሻው ሊደግፈወት አይችልም ፡፡ ለመደገፊያ ያውሸለሸሉት መሰላል ቀድሞ መበስበሱን ተረድተው እና ሕዝብ አንቅሮ የተፋወት መሆኑን አውቀው በጊዜ የመቋጠሪያ ውሉ ሳይጠፋ መሰስ ይበሉ፡፡

ሕዝቡ ከቀን አንድ ጀምሮ አንቅሮ ተፍቶወታል፤ እንደ እንሰሳ ሰው የተፋውን መልሶ አይውጥም አራት ነጥብ አይደል የሚሉት፡፡የማቆሚያ ነጥብ የሚያውቁ ስለሆነ ሕዝቡ ከአራት ነጥብ አልፎ ሃያ ነጥብ ብሏል። ታዲያ ሳልሞት አልወርድም የሚለውን የአምባ ገነኖች የሞኝ ዘፈን ትተው ሾለክ ቢሉ ለእርሰዎም ሆነ ለሀገሪቱ በጣም የተሻለ ነው።ለነገሩ የእርሰወ አይነት አገዛዝ የሚከተሉት ከራሳቸው ፍላጎት ውጭ ለሌላው ደንታ ቢስ መሆናቸውን አሁን በትኩሱ ጋዳፊ በልጆቹ ላይ ሳይቀር እልቂት እንዲፈጸምባቸው ያደረገ በመሆኑ ውሳኔወን በምን ላይ አንደሚያሳርፉ ለእርሰወ ልተወው፡ ግን ከታሪከው ሽርፍራፊ እንደምራዳው በሸር እንጂ በጀግንነት ወይም በሞገደኝነት ስለማይታሙ አራዳው የአስረስ ልጅ ቀኑን መዝኖ መሰስ ይላል የሚል ግምት አለኝ፡ ለማንኛውም ጊዜ ውሳኔ ይሰጣል፤ አሁን የተማመኑበት የዘር ጥርቅም ሲናድ በዚይን ጊዜ የእርሰወ ወኔ ይታያል፤ለነገሩ በቅርብ የሚያውቀወት ታጋዳሊ ሳይቀር በዋሉበት የጦር ግንባር ከድጋይ ስር ከመወተፍ ውጭ ቆምጨጭ ያለ ውሎ እንደማይሆንለወት ከግንባር አባሎቸወ የሚነገርለወ የታሪክ ባለድርሻ ነወት።

PDF article meles_ena_gaddafi

 

“Sochiin Qeerroo” itti fufa Qabsoo Oromoo mirkaneessa !

YAAYYAA. GAMMADAA (2011)

Hawaasi ykn Ummati tokko Qabsoo gaggeeffatu keessatti, waan isa mudatu hedduutu jira. Qabsoon Ummatoota mirga dhabilee ta’anii , Addunyaa kana irra jiranii fi jiraataa turan, waan isaan mudatee ture ,fknf, Gammachuus ta’ee gadda, Injifachuus ta’ee mo’amuu, laafachuus ta’ee jabaachuu, diigamus ta’ee ijaaramu keessa dabrabii Ummata isaanii mirga akkuma goonfachiisan, kan keenyas Addunyaa irratti kan ilaallu kana keessa dabruun dirqama ta’a.

Kana jechuun, waan har’a nu mudatu hundaan raafamnee abdii kutachuu akka hin qabne akeekufii. Kana keessatti hubchuu kan qabnu ykn nu barbaachisu, waan kaleessa keessa dabran irraa baratanii, Qabsoo Ofii haala itti finiinsuun danda’amu irratti xiyyeeffachuudha. Kaleessa qabsoo gaggeessaa turre keessatti maaltu nu mudate ? jedhanii qorannoo gaggeessuu fi sochii kaleessa nu gufachiisee adda baasanii kan har’aa milkeessuuf murannoon hojjachuudha.

Kun ammo dhaloota har’aa irraa akkaan eegama. Sochii Fincila Diddaa gabrummaa keleessaa irraa maal baranne ? maaliif itti fufiinsa qabaachuu dadhabe ? maaliif deeggarsa saboota biro argachuu dhabe ? jedhanii irratti yaaduun hedduu nama gargaara. Kanatti dabalee sochii wareegama ulfaataa nu kaffalsiisu kana Injifannoo malee akka hin hafneef , maal gochuu qabna? jedhanii irratti hojjatanii, waan yaadan bakkaan ga’uuf tattaafachuun barbaachisaadha.

Har’a mirga Umamaa keenya sarbamnee jiraachuun warri nu hin liqifamne walii galteen keenya hanga maalitti ? jedhanii, haala addaan hin cinneen qabsoo kana gaggeessuuf maaltu nu barbaachisa ? kan jedhu irratti mari’achuun ejjannoo tokko qabachuun murteessaadha. Qabsoo keenya haalaan hammaataadha. Rakkoolee hedduu keessatti gaggeessaa jiraachu fi diina humna maallaqaan waan barbaadee raawwachuu dana’u keessatti waan hojjannuuf, sochiin keenya rakkoo ulfaataa akkasii keesstti wayita gaggeeffannu , toftaan keenya diina keenya dacha 3n kan caalu ta’uu akka qabutti amanu qabna.kanas milkeessuuf yeroo fudhatanii irratti hojjachuu fi qophaa’un baayyee barbaachisa.

Hara Fociloota Biyyoota gara garaa irratti argaa fi milkaa’aa jiran irraa maal baranna ? jennee yoo of gaafanne, waa hedduu hubanna. Ummati Biyyoota Fincilaan Abbootii irree kuffisan, jalqaba, sirnichi dhabamsiisu irratti walii galan. Kana gochuuf ammo, wareegama barbaachisu baasuu irratti walii ta’an. Wareegama lubbuu , wareegama qabeenyaa, beekumsaa, jireenyaa, humnaa baasuuf itti amanan. Kana wal amansiisuuf yeroo fudhatanii irratti hojjatan. Isa booda galii isaanii keewwatan . waan barbaachisuus qopheeffatan. Qophii kana keessaa inni duraa Fincillii sun yeroo fudhatus, addaan akka hin kunnee murteeffatan. Itti aansanii mootummaa sana dadhabsuuf ykn humna dhabsiisuf, humna inni irratti abdatu jalaa kaasuu ta’utti mari’atan. Kanneen keessaa waraana Biyyaa dhunfachuu irratti hojjatanii itti milkaa’aan.

Miidiyaas akka itti tu’atan, Ummati isaanii akka waliin dhaabbatuuf waan barbaachisu hundaa raawwatan. Isa booda qabsoo isaanii kana milkeessuuf ykn gurra addunyaan ga’uuf bufataalee gara garaa hiriirfatan. Isaanis miidhaa sirnicha addunyaatti baasuuf bakka maratti hiriiran. Qabsoo bakka marattii gaggeeffamu bifa tokko qabsiisuuf quunnamtii banatan. Kan akka fakkeenyaatti isiif kaasu kun hundi qabsoo ficila Ummataa milkeessuuf kan durfamee itti yaadameedha. Isaan waa heddu dursanii qoheeffatan.Fincila bara kanaa fi kan bara Apprtaayidii yoo ilaalle, akkuama teekinolojiin wal irraa fagaatu sana fagaata. Garuu Fincilli Ummataa qoricha abbootii irree ta’uun tokkodha.

Kana kan kaasaa jiruuf , adeemsa keenya diina qixxee haa dubbifnu odoo hin taane , Sochiin Qeerroo har’aa milkaa’inaan akka guduufamuuf muuxannoo jiru qooduun barbaachisaa ta’uutti waan amanuufii. Diinni keenya har’a shororkeessaa jedhee seera nutti tumee , dhaloota ittii aanu qabsoo keessaa akkaa baqatu taasisuuf shira xaxuudha. “ sochiin qeerroo gama kanaan deebii quubsadha ” jedheen amana. Qabsoon saba kanaa dhaabbatee ykn gufatee , wayyaaneen bara baraaf jiraata jechuun , yaada warra gawwaa ykn seenaa ofii warra dagatan irraa kan maddudha.

Bara Qabsoon keenya eegale, Somaaleen Hogganoota Qabsoo keenyaa bakka tokkottii kana rashanan , Qabsoo kana abbaa dhabsiisanii gaaffii Oromoo sadaatan hanbisuufii . Dargiin Gootawwanii fi Qaroowwan Oromoo akka dhiiga saree bakkayyuutti kan dhangalaaseef, Qabsoo saba kanaa hundeedhaa balleessee bara baraaf jirachuF ture . wayyaaneenis , Ilmaan Oromoo sababaa gara garaan akka feete kan ajjeesaa , Biyyaa yaasaa , hidhaa fi hiraarsaa jirtuu qabsoo saba kanaa kolaasuufii . inumaayyuu dhaloota haaraa har’aa toftaa gara garaan kan cabsuuf tattaafataa jirtu , kaayyoo warra somaalee Hogganoota keenya fixan sana irraa adda kan ta’uu miti. Walii galli isaanii qabeenyaa keenya dhaaluuf jedhanii nu ajjeesanii hubadhaa .

Egaa nuuti kan injifachuuf deemnu humna akkasiiti. Kanaaf qophiin nu barbaachisu jabaadha. Sochii qindaa’aa , bilchaataa, jabaa , kan diina hundeeti rifaasisu ta’uu qaba jechuudha. Kanaaf qeerroon Oromoo kana haalaan xiinxalu isa barbaachisa. Diinni maal irratti hirkatee jiraa ? riqichi isaa eenyu ? Dingdeen isaa maalii ? duubbeen isaa maalii ? dura kam irraa kunnaa ? booda maal goonaa ? tarkaanfiin keenya maal fakkaataa ? maal irratti xiyyeeffataa ? jedhanii yaadanii , ifanii dhaamu odoo hin taane , ifaa jiraachuu akkamitti dandeenya ? jedhanii yaaduu barbaachisa.

Sochiin Qeerroo dhaloota itti aanu diinni sababaa gara garaan gawwamsee of harka galchuuf shira gaggeessaa jiru kanallee hubchiisuu irratti hojjachuun barbaachisaadha. Wayyaaneen, wanni “ mayikiroo xixiqqaa” jettee Dargaggoota liqii itti laattee , qabsoo keessaa akka deebi’an taasisaa jirtu kana irratti duuluu barbaachisa. Hojii dhiisaa odoo hin taane , Biyya abbaa isaa irratti eenyu irraa liqeeffatee , boquu cabsee jiraata ? Biyyaa eenyu irratti Abbaan warshaa wayyaanee ta’ee , inni gatii gadi aanaan qacaramee jiraata ? Dhalli Oromoo ashikarii fi humna isaan kan jiraatu ta’ee, eenyutu Angoo siyaasaa fi Bulchiinsaa qabatee jiraata ? Oromoon Biyya isaa irratti Boqqolloo facaasee galfachuuf gibira humnaa olii irratti muramaa , wayyaaneen Albuuda isaa gaaffii tokko malee , gibira malee saamee yennaa deemu ilaaluun keenya maalii ? jedhanii wal dammaqisuu qaban.

Halagaa qabeenyaa keenyaaf jedhee nu ajjeesu, hidhu, Biyyaa nu godaansu dura kan dhaabbachuu qabnu, Qabeenyaa sana akka hin saamne taasisuuniidha. Kun qabeenyaa keenya irree ta’eef irraa kutuu nu barbaachisa. Sochiin Qeerroo haalaa fi akka isaa hammayyeesse diina rifaasisuu qaba. Yeroos sochiin Qeerroo , Dawaa shororkeessaa jedhamu ta’a jedheen yaada. Wanni waa hunda irra hubachuu fi irratti xiyyeeffachuu qabnu, wayyaaneen dhaloota borii illee yakkamaa taasisaa jiraachuu isaati. Mirga isaa gaafachuu jechuun, shororkeessaa ta’anii hidhaa seenu jechuudha. Biyya isaa gaafachuun, mirga umamaa gaafachuun gooleessaa jedhamee hidhaatti guuramu jechuudha. Kun ammo dhaloota itti aanu illee yakkaa jiraachuu nu argisiisa. Kanaaf kana akka salphaatti ilaalu hin qabnu . lubbu keenya ykn jiraachuu fi dhiisuu keenya irratti murteessaniiruu jechuudha. Gara jabiina isaanii kanaan wal qixa, garaa itti jabaachuun barbaachisaadha. Nuun galmee shororkeessaa keessatti nu ramachiisanii, bara baraan nu hidhaa fi ajjeesaa jiraachuun filataniiru . Oromiyaa garaaf bultootaan qabanii saamaa jiraachuu murteeffataniiruu jechuudha.

Maarree nuutis kana irra garaa jabaachuu nu barbaachisa. Dhaloota keenya irratti ega murteessanii , dhaloota isaani irratti murteessuu qabna. Qabsoo akkasii kana dura dhaabbachuuf, Hogganoonni keenyaa fi qabsaa’oonni keenya akka sareetti ajjeefaman sana gumaa baafachuuf murteeffachuu nu gaafata. Yoo gurmaa’uus ta’ee , ijaaramu barbaannu, fageessinee yaannee irratti hojjachuun murteessaa ta’u hubachuu qabna. Qabsoon gaggeessinu firii akka godhatuuf, kudhan yaannee , tokko tarkaanfachuu qabna.

Wanni akka gaaritti hubachuun nu barbaachisu wayyaaneen har’a humna waraanaan kan jirtu haa fakkaattu malee , kan dhiibu osoo jiraate , bakka itti qaban hin qabdu. Kana malees har’a Biyya Bulchaa jiru osoo hin taane, Qabeenyaa saamaan jiraachisuuf arreedaa jiran. Qabeenyaa kana jiraachisuuf Qabsoo Oromoo sadarkaa adda duraatti kolaasu irratti hojjachaa jiraachu qalbeeffachuu qabna. Maarree humna akkasii kanaaf toftaa akkamiituu nu barbaachisa ? jedhanii akeekkatanii bakka dadhabiina isaanii haleeluun dansaadha. Waan ummata ittiin seenan dura kolaasuun murteessaadha. Adeemsa diinaa hubatanii fashalsuu caalaa qabsoon hin jirtu hubadhaa.

Gara laafessuummaan keenya , kan lubbu nu baasaa bara baraaf jiraatuf ta’uu hin qabu. Obsi keenyas ni ga’a. dabeessummaatti ilaalamuun salphina. Dhalooti har’aa kana iggitii itti gochuutuu irraa eegama. Diinni hanga gola keenyaatti nu seenee nu saamu huyyamu hin qabnu. Warrii alaa dantaaf jedhanii addunyaa biro irraa dhufanii qabeenyaa keenya saamanii warra baar gamoo hanga qalabanitti eguun keenya maal jedhama ?

“QEERROON OROMOO KANA AKKA GAARITTI HUBATEE , SOCHIIN ISAA ITTI FUFA QABSOO OROMOO MIRKANEESSUU QABA. .!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!! ITTI FUFA

Barreessaa barruu kanaa karaa email: addunyaa.alam7@gmail.com  argachuu dandeessu!

Wayyaanoti duula walgahiitiin barattoota ko’oomsaa jirti; diddaan immoo walgahii irrattis mul’achaa jira.

(Oduu Qeerroo, 20 Onkoloolessa 2011) Mootummaan abbaa Irree Wayyaanee barattootaa fi barsistotaa Universitii fi Kollejjiiwwan Oromiyaa adda addaa keessatti sababa dhimma amantii irratti mari’achuu jedhuun wal-gahii wal-irraa hin cinneen muddaa akka jirtu gabaasame.

Maddeen Qeerroo akka gabaasanitti, mootummaan Wayyaanee guutummaa biyyattii keessatti duula walgahii fi walmarii dhuma hin qabne Univaristiiwwan Oromiyaa keessaatti adeemsisaa jirti.

Akka odeessa nu dhaqqabeetti, keessaayyuu giddu gala Oromiyaa keessaa Univarsitii Amboo keessatti wal-gahiin fedhii barattootaa fi barsiistotaa malee wamame guyyaa Wiixataa Onkoloolessa 17, 2011 irraa eegalee guyyoota 6f walitti aansee geggeeffamaa jira.

Haalli wal-gahichi itti waamame guyyaa lamaaf barattoota fi barsiistota guutuu (mara), guyyaa lamaaf missnsota warra abbaa garaa, fi guyyaa lama barsistotaaf akka ta’e beekamee jira.

Tooftaan Wayyaanee yeroo ammaa sochii fi diddaa Qeerroo fi uummata Oromoo jabaachaa dhufe dura dhaabbachuu waan hin dandeenyeef mata duree wal-gahii rakkoo naannoo hin jirretti uummata hojii isaa fi barattoota barumsa irraa dhaabuudhaan seminaara/barumsa waa’ee dhimma amantii sababeeffachuudhaan karoora tokko malee qabeenya uummataa gar malee abdii kutannaashee akka dhoksuuf itti fayyadamaa akka jirtu beekameera.

Haata’uutii barattooti humnaan akka hirmaatan godhamanis dubbii diduu fi yeroo wayyaanoti lallaban dhimma biraa haasa’uun diddaa isaanii agarsiisaa akka jiran odeessi nu dhaqqabe ni hubachiisa.

Kanumaan wal-qabatee warreen miseensota ishee ta’aniif qarshii guddaa dhoksaadhaan akka durgootti kaffalaafii akka jirtuu fi barattoota harka caalu immoo barumsa irraa kuttee halkanii fi guyyaa ‘barumsa’ waa’ee amantii jedhuun nuffisiisaa akka jirtus beekameera.

Goototi barattota Oromoo garuu shira Wayyaaneen sochii Qeerroo Oromoo dura dhaabachuuf hojjechaa jirtu kan dursanii fi shira ishees kutannoodhaan kan kukkutan ta’uusaa karaa adda addaa mul’isaa akka jiranis beekamee jira.

Email Message from Finfinnee: Voice of the voiceless

Dear Qeerroo B,

First let me introduce myself to you as Mr. MM (just for security reason). I am from Finfinnee.Since I recently moved to one International Finance Institute, I have been blessed with access to free online media which otherwise is highly censured here in Ethiopia. As you may know, domestic media is absolutely owned by the regime while foreign based, domestic affiliated media (like websites) are blocked in most places. In such environment, its very difficult to ashame the oppressors by bringing plights of oppressed civilians to light.

Today, I want to share with you a very brief story of one ill treated ordinary civilian and politely ask you to cry foul on behalf of her by putting her horrendous nightmare out to public.

Her story goes like this: Her name is Jalale Tasisa, she is a young mother of one and a nurse by profession. She was arrested on July 25,2011, at her home in Addis Ababa. Initially it was said that the police was looking for her brother who is member of the OFDM and was also allegedly accused for being sympathizer of OLF; once they realized that they missed him, they arrested and detained her at Maikelawi (a prison in the capital) where she remained without any charge till this date except that she appeared in court twice in the last three months. where each time the police asked for additional time to collect more evidence, which adds nothing apart from testing her endurance.

I do not know Jalale in person. I came to know her ill-fated story through her husband whom I know when he was Phd student in Europe years ago. According to him since this drama started, there was no single stone he didn’t move to reunite his wife with his two year old son. Unfortunately, nothing has worked for him the way he thought so far and Jalele is still in prison even though it was very clear to people who know her that she is innocent. A heavy depression is the order of the day for the husband and his young son.

Jalele represents hundreds of voiceless Oromos who are being consumed by the untold stress in dark prison-walls in Ethiopia. If you can hear her voice through me, I am sure thousands of people out there who can hear her through you. “Iyyi iyya dabarsi” again for security reason I together with my email account prefer to remain anonymous,

Thank you very much.

MM

Diddaa Qeerroo

(Oduu Qeerroo, Finfinnee, 20 Onkoloolessa 2011) Humni tikaa fi basaasaa wayyaanee diddaa Qeerroo sadarkaa biyyaatti babal’ataa jiru dhaamsuuf duula gaggeessaa jiraatan iyyuu diddaa Qeerroo guyyuu dabalaa jiru dhaabuu akka hin dandeenye beekame.

Yeroo ammaa kanatti bakka hedduutti Qeerroo biyyatti qabanii mana hidhaatti guuruun kan itti fufe yoo ta’u, Qeerroonis tooftaa fi tarsimmoo adda addaa baafachuun mootummaa abbaa irree wayyaanee dura dhaabbachuu isaanii tii fufanii jiru.

Akka dameen Qeerroo bakka addaa addaatii gabaasaa jiranitti, mootummaan garboomsaa biyyattii keessaatti maqaa walga’ii jedhuun manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa fi Universiitii keessaattii wal ga’ii sirna feederaaliziimii irratti isiin mariisifnna jechuun barattoota waliitti qabaa jira. Haata’uutii wayita kanatti barattoonnii diddaadhaan dura dhaabbaachaa jiraachutu gabaafameee jira.

kaayyoon wal ga’ii isaa kunis Diddaa Qeerroo akkaa Ibiddaa Saafaa boba’uu eegalee jiruu waan sodaateef barattoota ko’oomsuu (akka waan biraatti qabamanii diddaa hin yaadne gochuu) toftaa akka godhachuu barbaadee gootonnii barattoota biyyattii hubatanii diddaa isaanii babal’isaa jiru.

Magaalaa Finfinnee universiyt kolleejjii kotobeettiis diddaan Qeerroo itti fufee akka jiru beekamee jira. Haala kanaanis kan wal qabate, Humnoonnii tikaa TPLF Maagalaa Finfinnee Goolaa jiraachuun gabaafamee jira

Kanaa biraanis sabboontotaa Oromoo Oromummaan boonan akka malee hordofamaa akka jiran beekamee jira. Keessaayyuu, gidduu darbe erga dameen qorannaa Qeerroo maqaa humnoota tikaa fi abbootii aangoo Wayyaanee ummata hiraarsaa jiran saaxilee asitti hordoffiin sabboontotaa fi namoota jajjaboo irratti godhamu itti fufee jira.

"Wayyaaneen yeroo ammaa kanatti waan qabduu fi dhiiftu wallaaltee jirti," kan jedhan hayyuun seenaa tokko,"Mallasaan waan biyyoota ollaa isaatti ta’aa jiru irraa waa hin baratu taanaan hireen isaas akkuma kan Saadaam, kan Mubaarak, kan Gaadaafii ta’uun shakkisiisaa hin ta’u," jedhanii jiru.

Godinaa Wallaaggaa Bahaattiis Mootummaan garboomsaa Abbootii qabeenyaa waliittii qabee maallaqa kadhachaa wayita jiruttii, abbootiin qabeenyaa immoo ilmaan keenyaa hidhaa qabeenyaa keenyaaf nu jaalattanii jechuun diddaan dura dhaabbatanii akka jiran odeessi Qeerrroo achi irraa nu dhaqqabe saaxilee jira.

“Wal’aansoon OPDO fi Bi’aden Wayyaanee Bashannansiisaa Jira”

(Oduu Qeerroo, 19 Onkoloolessa 2011) Mootummaan Mallas Zeenaawwii yeroo ammaa kana humna isaa karaa lafa jalaatiin ijaaraa, irra keessa immoo jala deemtotaa fi ergamtoota isaa garaaf bitamaniif diriirsaa akka jiru keessa beektoti saaxilan.

Madeen Qeerroo akka hubachiisanitti, mootummaan MAllas Zeenaawwii tooftaa fi tarsiimoo haga ammaa ittiin deemaa ture kan jijjiire fakkeessuuf humnoota isaa haga yoonaatti dhiiga ummataa xuuxaa turan waltjjii duubaan dhoksee akka isaan hojii murteessaa fi olaanaa hojjatan gochaa jira.

Akka kanaan haga yeroo dhiyootti mana hidhaa maa’ikalaawwii keessatti gaafatamaa qorannoo olaanaa ta’ee ilmaan saboota biyyatti gidirsaa kan ture, Taaddasaa Masarat kaafamee, bakka isaa immoo namni Masfin jedhamu kan bu’e ta’uun hubatamee jira.

Akkasumas namni Rattaa Tasfaayee jedhamu gaafatamaa dhimma qorannoo ta’uun kan aangome yoo ta’u, dhimma murteessaa fi angeenyaa irratti garuu sagalee tokko illee akka hin qabne beekamee jira.

Akkasuams yeroo ammaa kana humni warra OPDO fi BIADEN (Amaaraa) magaalaa Finfinnee keessatti waldorgommii amanamummaa gaggeessaa akka jiran beekamee jira.

Qorannoo gidduu darbe gaggeeffamaa tureen gareen Kumaa Dammaqsaatiin hogganamu bakka buutota Barakat Simoon aangoo irraa kan kaase ta’uun Qeeroon gabaasee jira.

Akka kanaan, kantiibaa lammaffaa fi gaafatamaan Biiroo Aadaa fi Beeksisaa Finfinnee kan ture Kaffiyaalawu Azazaa fi barreessaa EPRDF magaalaa Finfinnee fi gorsaan kantiibaa kan  dhimma qindeessaa ummataa, Li’ul Saggad Yifiruu fi qondaaltoti hedduun aangoo irraa akka aryataman beekameera.

Haala ammaa kana ilaalchisanii hayyuun siyaasaa tokko yaada gabaasaa Qeeroof kennaniin, dubbiin kun yoo dhugaa ta’e, diraamaa wayyaaneen ummata ittiin gowwoomsuuf gootuu dha. Wayaaneen kanaan dursa bakka hedduutti humnoota aangoof fiigan walitti dhiiftee yeroo dubbiin babbadu immoo akka fala fidduutti itti dhaqaa turte. Kunis damee diraamaa baranee keessaa tokko jedhanii jiru.

Qeerroon gama isaatiin, “sabni kamuu  bilisummaa isaatiin jiraachuuf mirga dhalootaan goonfate qaba. Sabooti biyyattii keessa jiraatanismirgoota uuamamaa kunneen waliif kabajaa fi waljaalalaan sirna isaan nyaataa fi dhiitaa jiru irratti bobba’uu qaban,” jechuun dhaamsa dabarsee jira.

 

The Topmost Anti Oromo Intelligence and Police Officers in TPLF Government

(Qeerroo News, Finfinnee, 14 October 2011) Qeerroo research team presented the topmost anti Oromo intelligence and police officers list  of the Woyane regime including their names, their position.

The researched study showed how the present intelligence and police chains of Meles Zenawi’s regime is totally dominated by one ethnic group where by some 95% of the top groups emanate from the Tigrian ethnic group representing about 6% of the population.

Currently the following tyrants of the regime are the Topmost Anti Oromo Intelligence and Police Officers in TPLF Government:

  1. Essayas W/Gorigouse

 He is the Vice Director of the Ethiopian Information and intelligence service. This Tigrean man is extremely dangerous and he is one of the few people who can make decision on the assassinations of Oromo Political leadership   and other serious decisions that affect lives millions of Oromo.  He is a shadow behind several intelligence strategies that TPLF is using against Oromos.

  1.   Hasen Shifa,

He is a vice General Director of federal police.  This Tigrean man is the master head of torturing, killing and other inhumane investigation technique in Maekelawi Investigative Centre for the last 15 years

  1. Yemane Gessese,

His responsibility is Head of Interpol in Ethiopia. He is mainly responsible for kidnapping and killing of Oromos refuges in Kenya and other neighboring Countries.

  1. Habtu Tesfaye,

Habtu is Head of Forensic Investigation in Federal Policy. This man is mainly responsible for all evidence fabrication and counter fit that TPLF propaganda agencies use against innocent Oromos.  This fabricated evidence has been also heavily used by the court to convict people that are not in crime scene at all.

  1.  Gremay,

He is a Head of Crime Prevention and control.  He is the commander of the Para Military policy that is known for the direct shooting of Oromos o civilians.

  1. Takelay,

This man is also from Tigray and his position is Assistant Commissioner in Federal Police.

This careful study reveals that the top intelligence and police officer of the Ethiopian state, although not directly proportional, was much more broadly representative of the country’s ethnic configuration than is commonly claimed today.

Moreover, it show the hypocrisy of this ethnocentric mafia group that claims to bring ethnic calculus as the sole criteria for distribution of power in the country while allocating the lion’s share of power to the benefit of its own minority ethnic group.

Qeerroo added that in order to remove this tyrant group from the power of the country, unity of action and purpose is the key factor. “In order to live as citizens of a free country whose rights are respected and who is ruled by people of our own choosing, we should have involved in all aspect of anti-woyane struggles. We should also have unity of action and purpose to remove the tyrant regime from the power.”

The Topmost Criminal TPLF Personalities in Ethiopian Criminal Justice System

Posted by Qeerroo ⋅ October 12, 2011

(Qeerroo News, Finfinnee, 12 October 2011)The Qeerroo Bilisummaa Research Team continued its intensified research to expose the topmost criminal TPLF personalities in the present Ethiopian Justice system.

Accordingly the team has disclosed the five topmost dangerous and illuminant individuals names as follows.

1. Ato Mikael Taklu

According to Qeerroo Bilisummaa Research team, this man was a TPLF fighter while they were in jungle. After TPLF assumed the power he worked in Tigriayi National Regional State Traffic Office. He is a graduate of Civil Service College. After his graduation he worked in anti-Corruption Commission. He played a great role in prosecution of leaders and supporters of CUD after 2005 Ethiopian election crisis. Now he is the Prosecution Head in Ministry of Justice.

This person has two offices in two different institutions: Ethiopian Ministry of justice and Ethiopian Information and Intelligence Service. He is the key man in connecting the prosecution and intelligence War against Oromos. He is also a member of several committees that are working on persecutions of political dissidents and independent Journalists.

He is officially in charge of the so called “Anti-terrorism Investigation and Prosecution Unite” in Ministry of Justice. He is among few individuals that makes critical decision on investigation and prosecution of Oromos in Ethiopia.

His hobby is drinking whisky and forcing Ethiopian women to have sex with him. He is very addictive of both alcohol and forced sex.

2. Berhu T/ Berhan

This person is Tigrean born and member of TPLF. He used to be Harromaya University Law School before he was dropped out for his extremely poor academic performance. While he was there his hobby was persecuting Oromo student along side with TPLF security Agents. Throughout his life he has been known for his anti Oromo activities and sentiments. After he dropped out from University Law School, he managed to graduate from St. Marry University college law School. All his class mates and his professors remember him for his supper idiocy and arrogance.

After he appointed as prosecutor in Ministry of Justice he was one of the notorious prosecutor that prosecuted numbers of political decedents and innocent Oromos. He was the one who prosecuted Dr. Behanu Naga and his colleagues in court. He won a lot of award for his sworn enmity of political opponents and rooms.

Currently he is working as active member of anti- terrorism investigation and prosecution Unite in Ministry of Justice.

His hobby is chewing Chat and boasting about his evil achievements in prosecuting and ensuring death sentence on Oromos and other political opponents.

3. Ato Mehdin Kiros,

This man was one of the senior TPLF commanders during their war against Derge Regime. After that he graduated from Civil Service College. He is an old and very dangerous man. He is the judge who sentenced Derge officials to death after one of funny trail in the history of Ethiopian legal system. He has a direct contact with Melse Zanawi and other senior TPLF leaders.

Currently, he is the Vice President of Federal Supreme Court. He is also in charge of all Judges working in Criminal Bench. He has been working very closely with his TPLF friends in Ministry of Justice. He supervises and controls all court trails of political dissidents and Oromos. Usually he is the one who make decision through his subordinate judges in Federal Courts. He is also a very close friend of Ato Mikael Taklu and Berhu T/ Berhan. Usually these are the people who make decisions on investigation, prosecution and adjudication of political opponents and Oromos.

4. Ato Zeresenay Misgina,

This is another criminal TPLF prosecutor who has been working under direct supervision of his close friend Ato Mikael Taklu. He is one of the members of infamous “Anti-terrorism Investigation and Prosecution Unite” in Ministry of Justice.  He is from Tigreay Regional State that has been trained in abhorrence and contempt of the other ethnic groups in Ethiopia. He has no respect for the rule of law and idea of human rights. Many of his closest friends know that he does not hesitate to go against all principles and practices of criminal law to get conviction of those he believes are against his Party: TPLF. Many TPLF members in the Ministry of Justice consider him as their “Legal Geniuses” thought he does not a single quality of professional prosecutor.

5. Ato Hagos Waldu,

This man is also from Tigreay Regional State. He is a man of old age even though he has been doing all he can to appear as an adult and energetic man. He used to be elementary teacher before he became a judge before became a judge. He became a judge during Derge Regime and joined TPLF only after it controlled Addis Ababa. Since then he has been a right hand man of Meles Zenawi’s criminal regime. Before his appointment as a senior judge to Federal Supreme Court, he used to be President of Federal High Court.

 Several people, including his own friends, agree that this man is the living symbol of injustice, corruption, inequality and total moral degeneration in Ethiopian Justice System. He has sentenced many innocent Oromos and other ordinary people to death or life imprisonment for the mere reason that they had dispute with their Tigrean neighbors or coworkers. He has been the most notoriously corrupted Judges in Ethiopia. He has two G+2 fancy and expensive residence house in Addis alone. He has more than two million Ethiopian Birr in his bank account. Many of his friends believe that most of this huge wealth comes from his Tigrean friends in favor of whom he has been rendering justice for the last 20 years. Many of Tigrean business men consider him as their hero employ in Federal Supreme Court for he has no fear to take money and the truth from non-Tigreans to give to them.

Basaasoti manneen barumsaatti ramadaman saaxilaman; diddaan Qeerroo immoo daran akka finiinu dhaamame.

(Oduu Qeerroo, Finfinnee, 11 Onkoloolessa 2011) Mootummaan Wayyaanee/OPDO/ namoota dhoksaatti HOJII TIKAAF/BASAASAAF/ qaamaa Federaalaatiin leenjifamanii barattoota Oromoo mana barumsaa sadarkaa ol aanaa/koollejjootaa fi Yuunversiittiitti bobbaasaa jiruun beekame.
Gabaasaan Qeerroo odeessa qabatamaa argateen akka mirkaneessetti, yeroo ammaa kanatti sochii diddaa ummataa to’achuuf mootummaan Wayyaanee Godinaalee Oromiyaa 17 irraa namoota hojii basaasaaf fo`ee leenjisee nama lama lama/02 Godina Godina irraa walumaa galatti namoota 34 hojii basaasaaf bobbaasee jira.
Akka kanaan namootni kun kan itti bobbaa`an Mana barumsaa sadarkaa Ol aanaa.Koollejjii fi Yuunversiitiitti ta`uun mirkanaa`eera. Godinaalee 17×2= Namoota 34 Godinaalee Oromiyaa keessa jiran walii gala keessaa fo`ee Leenjii addaa adada kenneefii qopheesseera.
Namoota kana keessaa kan ammatti maqaan isaanii nu dhaqqabe Godina Shawaa Kibba Lixaa keessaa ,1. Obbo Walabummaa Gunjee Aanaa Wancii bulchiinsa keessa kan hojjetu. Dirqamni isaa ykn kallattiin bobbaa isaa Wallaggaa Yuunversittii Godina Wallaggaa dhiyaatti hojii basaasaaf kan ramadame.
Obbo Al-amduu Bagidaad Itti gaafatamaa dhimma Dinagdee Aanaa Ammayyaa kan ta`e. Kallattiin bobbaa isaa ykn dirqamni isaa kallattii Walaayittaa Soddoo YKN Yuunveristii Arbaa Mincii tti kan ramadame.
Akka maddeen keenya irraa hubachuu dandeenyutti, namotni kun ammaan dura hojetaa mootummaa ta`anii kan hojii mootummaarratti ramadaamnii hojiirra jiranii dha . Yeroo mana barumsaa keessa jiranitti miindaan isaanii dhoksaan karaa mootummaan kaffalamaa, isaan akka baratattii sirnaa fi unkaa barataa/barnootaa guutanii utuu hin ta`iin mootummaati dirqama addaa itti kennee hojii basaasummaaf barattotatti bobaase dha.
Qeerroon akka hubachiisetti, dirqamni hojii bobbaa isaanii yoomii fi hangamiif? akka ta`e ammatti yoo beekamuu baatellee, yeroon bobaa isaanii amma Onkoloolessa kana irraa tu`uun beekameera.
Barataa fakkaataanii Barattootaa Oromoo waggaa haaraatti Barumsaaf gara mana barumsaa Koollajjii fi Yuunveristiitti dhufan isaanis akkuma barataatti/barataa haaraa fakkaatuun itti dhiyaatanii basaasuu fi sochii barattoota Oromoo hordofuu fi gabaasuu.
Namootni kun kan Mootummaa Wayyaanee/OPDO/ f amanamoo fi dirqama itti kennamu kan raawwatan ta`uu isaanii namootni kun sadarkaa Godinaatti filamuun leenjiin kennameefii bobbafaman. Dirqama adada aaddaa kan raawwatan ta`uunisaaniis beekameera.
Namootni 34 kun Koollejjii fi Yuunversittii Oromiyaa Keessa jiran maratti hojii basaasumma kana hojjechuu fi sochii QFDG QEERROON Oromiyaa eegalanii fi itti jiran kana mootummaaf gabaasuu. Sabboontota Barsiisotaa fi barattoota Oromoo hordofuu.
Mootummaan wayyaanee SOCHII QEERROO irraa sodaa fi birruu qaburraa kan ka`e bifaa fi humna danda`ameen dura dhaabbachuuf dinagdee guddaa /baajeta addaa ramadee namoota sirna isaaf amanamoo fi waardiyaa ta`an fo`ee sadarkaa feederaalaatti leejjii addaa addaa kennaa jiraachuu isaa akka ta`es gabaasni kun mirkaneesseera.
Wayyaaneen namoota hojii kanaaf fo`ate aangoo fi faayidaa addaa addaan sadarkaa addaa addaatti jijjiiruu fi mindaan /aangoon guddisuuf waan hin godhiin hin qabu.
Qeerroon Bilisummaa haala kana irratti akka ibsetti, Wayyaaneen gaaffii fi diddaa ummataa dhaamsuuf humna tikaa fi basaasaa kitilaan bobbaasuu irraa akka hin deebine hubachiise; garuu itti milkaa`uu fi sochii Qeerroo gufachiisuu hin dandeenye.
“Gara fuula duraattis hanga Sirni gabroofataa mootummaan Bulguu Wayyaanee kun burkutaa`utti QFDG QEERROON eegale cimee fi cichummaan /Seexaan itti fufa,” kan jedhe ibsi Qeerroo kun, “diidaa fi qabsoon keenysa  hanga bilisummaan galma isaa ga`utti daran jabaatee itti fufa; kanas hojiin ni mul`ifna,” jedhee jira.
Qeerroon itti dabaluunis, “humna sabaa fi sablammootaa ,cunqurfamtoota Itiyoophiyaa mara gamtaan qindeessee hanga humni gabroofataa kun hundeen buqqa`utti sodaa fi birruu tokko malee akka itti fufu irra deebinee ejjennoo keenya addeessina,’ jedheera.
Qeerroon yeroo kanatti dhimma  kanaan dahatee dhaamsa dabarseenis “barattootni sadarkaa ol aanaa koollejjii fi Yuunversiittii addaa addaa keessa jirtan kanneen duraan mana barumsaa keessa turatanii fi haaraatti gara mana barumsaatti dhuftan Ilmaan Cunqurfamtootaa dheebuu barnootaaf qabdanii fi barattanii of danda`uu fi maatii keessan garagaruuf sammuu keessan qopheessitanii gara mana barumsatti dhuftan, garuu mootummaan Wayyaanee mana barumsaa dirree lolaa fi mooraa waaranaa godhatee barattoota ajjeesuu fi hidhuun kaan barnoota irraa ukkaamsee gara dabarsuun maatii fi firoottan keessan boosisaa fi joorsaa turee fi ammallee itti jiru kunoo ammas utuu barumsa kee hin eegaliin dursee mana barumsaa keessaatti kiyyoo hidhee shiraa fi goolii addaa addaa uumuuf/jeequmsa kaasuuf basaasota garaaf bitamanii /sab gantootaa/ addatti dhoksaan leenjisee qopheessee mana barumsaatti bobaasaa jira.
“Kanaaf Qeerroon Jiruu jireenya gabrummaa fi gadaantummaa bara baaraan roorrifamaa jiraachuu irra Bilisummaa! ykn Du`a! jennee kaanee wareegama qabsoon nu gaafattu mara hanga lubbuutti itti kitimnee sirna gabroofataa kana jijjiiruuf sabootni cunqurfamootni gamtaan kaanee bilisummaa fi diimokiraasii dhugaaf akka waliin qabsoofnu Qeerroon waamicha keenya cimsinee dhaamna,” jdhee jira.

The Names of the Topmost Torturers in Maekelawi Investigative Centre

(Qeerroo News, Finfinnee, 10 October 2011) The Qeerroo Research and Study team reveals the names of the topmost torturers who tortured and subjected the Oromo, Ogaden and Amhara political prisoners who have been incarcerated in Maekelawi[i] investigation centre in connection with OLF, ONLFA and the Ginbot 7 Movement.

According to Qeerroo research team the following topmost tortures in the Maekelawi Investigation Centre are sadist individuals who enjoy the suffering of others and whose enthusiasm to subject others to suffering appropriately qualifies them in the category of the mentally sick patients.

         Name                              Position

1.  Getachew Aseffa-    Chief of Intelligence  

2.  Tadesse Meseret-    head of Maekelawi

3.  Yohannes –              inspector

4.  Tezerra Bogale –     inspector

5.  Moni Mengesha-     inspector

6.   Ketema –                inspector

7.  Seyid Ali –               inspector

8.  Tadesse Ayalew –  inspector

9.  Berhane –                inspector

10.              Belete –           inspector

11.              Gebre Medhin Nure – inspector

12.              Mulugeta – inspector

13.              Assefa Atikut vice inspector

14.              Reta Tesfaye- commander

Among these torturers, the ones who are notoriously famous for their boundless cruelty are Yohannes, Ketema, Berhane and Tezerra. For instance,Yohannes Ketema and Berhanu are the torturers who took different innocents to the Finfinne forest and subjected them to untold suffering.

According to the report revealed by the Qeerroo, most of the above torturers are the ones who hanged a plastic bottle filled with water unto male private organ thereby causing great pain and suffering to them.

According to the report these cruel individualists are not only torturing but also engaged in writing the alleged self-confessions of the prisoners and subsequently forced to sign them for the further self-incriminatory system in the country.

“Subsequently, these inspectors presented these allegedly voluntary self-confessions of the prisoners to the court thereby allowing the judges of the ethnicist regime to pass verdict ranging from life-time imprisonment to the death sentences,” says the report.

The Qeerroo team believes that the peace loving nations and compatriots would do all the best to see these notoriously cruel and ethnicist officials of the Central Investigation Office (CIO) would be brought to justice and be penalized for the suffering they have caused to innocent victims during the last years.

 [i] Maikelawi is the well-known detention and torturing center in Finfinnee, Ethiopia. It used to also be called Sostenga Police Tabiya (the Third Police Station) during Mengistu’s military regime. This is the place where Oromo sons and daughters experience the most atrocities committed by the EPRDF federal police, security services and anti-terrorism task force.