Gabaasa Qeerroo Hagayya, 03,2011 Finfinnee
Barattoota Oromoo University adda addaa keessaa gara maatii isaaniittii yeroo boqonnaa gannaaf galan hanga ammaa bakka bu’an walaalame. Sochiin dargaggoota biyyoolessaa(Qeerroo) irraa soda guddaa kan qabu mootummaan Wayyaanee,erga baatii Ebla 15,2011 irraa eegalee barattoota Oromoo heddumminaan mana hidhaatti geessaa jira,kanneen kaan miidhaa rasaasaan rukutuu fi biyyaa arihuuu,kaaniin ammoo summii nyaachisee akka walalchisuun beekamaa dha. Tooftaa qabu hundaan barattota Oromoo qaroo tahan kan fixuu eegale mootummaan wayyaanee, dargaggoota Universitylee adda addaa irraa boqonnaa gannaaf maatii isaaniittii osoo galanii kan bakka bu’an walalame garii keessaa:-
- Gammachiis Yoseef.. University Adaamaa irraa
- Abdiisaa Meshesha University Adaamaa
- Obsee Bekele University Adaamaa
- Solomoon Indaaluu Adaamaa
- Kumeessaa University Amboo
- Moyii Oljirra University Amboo
- Tariku Murmur University Haromaya
- Kumsaa University Haromaya
- Ibsa Gammachuu Haromaya
- Getu Rabbirraa University Hawaasaa
- Lalisee Joba University Hawaasa
- Lammii Taasisaa University Teeppii
- Ahimed Mohammed University Jimmaa
- Anuwaar Jundi University Jimmaa
- Lammii Gaaromaa University Jimmaa
- Akaluu Kebede University Jimmaa
- Dammaraa Qajeelaa University Wallaga
- Shitaayee University Wallagaa
- Malkaa University Arbamincii
Kanneen kun hanga har’aatti bakka bu’an hin beekamu. Maatii fi dargaggooti Oromoo kaan mootummaan Wayyaanee bakka barattooti kun jiran irraa akka daddaffiin gadhiisu naannoo naannoo isaanitti iyyachuu gabaasi qeerroo addeessa.
Qabsoon itti fufa! Gabaroomsaan ni kufa!