Yakka hamaa uummatarratti raawwachuun ittuu jabaatee. Summiin uummata Oromoo daguun Waraana Wayyaanee Ajjeechaa Kaaraa Jijjiirrateen Socho’aa Jiru

[SQ,sadaasa,29,2017] Lixa Oromiyaa Begii keessatti uummanni balaaleffannaa Sirna wayyaaneerra turuu ganamaa kaasnee gabaasaa turre. Haalli Begiin ittiin uummata Oromoo daangaarraa buqqaa’aa jiruuf dirmannaa taasise hedduu hawwataa ture. Karaa nagaa ba’ee qabeenya kam utuu hinbarnadeessin harka qullaa sagalee dhageessisaa tureera. Kanaan ammoo Waraanni Wayyaanee hedduu aarii keessa galuun bishaan boonbaatti summii naqaa akka jiru dhagaa’ame. Balaa kanaan akka gabaasa argachaa jirruutti taanan lubbuun ilmaan Oromoof Oromoo gaaga’ama hamaa keessa galaa jira. Summiin ajjeefamuu oromoo 2 illee nuuf himanii jiru. Akka gabaasa kanaatti “Yeroo ammaa raayyaan ittisa biyaa begiitti Bishaan boonbaatti qoricha naqanii ijoolleen lama akka miidhaman odeeffannoon nu gahaa jira.kanaafis jiraattonni beegii hiriira balaaleffannaa guddaa gaggeessaa oolan jabeessanii jiru.” Jechuun sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoof (SQ) ibsan

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: