Ajaja TPLFn Gareen OPDO Godina Baalee Aanaa Gaasaraa fi Aanaa Dalloo Keessaa Abbootii Qabeenyaa Irraa Lafa Saamaa Jiraachuun Beekame.

Waxabajjii 11,2017/ Godina Baalee Aanaa Gaasaraa fi Aanaa Dalloo mannaatti OPDOn Abbootii Qabeenyaa Dhalootan Oromoo ta’an Lafa investmentii jettee duraan kadhattee kenniteef Irraa Lafa isaanii saamaa jiraachuun dhagayamee jira.akka gabaasni achii arganne addeessutti Abbootiin qabeenyaa kunniin miseensita Adda Bilisummaa Oromoo ABOti jechuun qabeenya isaanii irraa saamaa jiraachuu fi qabeenya isaanii qisaasessuuf akka ta’es dhagayamee jira

1 thought on “Ajaja TPLFn Gareen OPDO Godina Baalee Aanaa Gaasaraa fi Aanaa Dalloo Keessaa Abbootii Qabeenyaa Irraa Lafa Saamaa Jiraachuun Beekame.

  1. Pingback: Ajaja TPLFn Gareen OPDO Godina Baalee Aanaa Gaasaraa fi Aanaa Dalloo Keessaa Abbootii Qabeenyaa Irraa Lafa Saamaa Jiraachuun Beekame. – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s