Wayyaaneen TPLF Raga Baatota Sobaa Maallaqaan Bitataa Jiraachuu Qeerroon Gabaase.

Waxabajjii 10,2017/ Wayyaaneen Ummata Mallaqaan bittee Ragaa Sobaa Qeerroo Karaa nagayaatiin Falmaa turerratti ragaa baasisaa jirti.Haaluma Oromiyaa guutuu keessatti godhaa jirtuun Godina Arsii Aanaa Balee Gasgaar keessattis Qeerrorratti Ragaa bahaa jettee warra isiin mallaqaan bitte keessaa muraasni kanneen maqaan isaanii barruu armaan gadii kanarratti argaman ta’uun beekamee jira

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s