Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Haalli yeroon amma biyyi Oromiyaa keessa jirtu daran nama gaddisiisa.Warreen lukkee wayyanee taatee dhiiga obbolewwan keenyaa dhugdee barte har’as of baruu dhiiftee karaa itti daran dhugduuf haala mijeeffataa jirti.Isa kanaan dura motummaan nama nyaataan wayyannee dargaggeessa Oromoo miliyeenaan lakka’amaan hoji dhabaa godhee ture,gaafa FXG’n itti cimee jedhu kanaan booda qeerroof qarshii biliyoona 10’n ramadneerra jetterratti baatii amajjii hanga waxabajjiitti biliyoona 5 gad dhiifne jetturratti karaa ittiin qeerroo kiyyeeffaturratti shira danuu xaxaa jirachuun isaanii beekameerra.Kanaafuu qeerroon keenya martuu of eegannoo guddaan akka sochonuun dhaamsa dabarsa.
Haalli yeroon amma biyyi Oromiyaa keessa jirtu daran nama gaddisiisa.Warreen lukkee wayyanee taatee dhiiga obbolewwan keenyaa dhugdee barte har’as of baruu dhiiftee karaa itti daran dhugduuf haala mijeeffataa jirti.Isa kanaan dura motummaan nama nyaataan wayyannee dargaggeessa Oromoo miliyeenaan lakka’amaan hoji dhabaa godhee ture,gaafa FXG’n itti cimee jedhu kanaan booda qeerroof qarshii biliyoona 10’n ramadneerra jetterratti baatii amajjii hanga waxabajjiitti biliyoona 5 gad dhiifne jetturratti karaa ittiin qeerroo kiyyeeffaturratti shira danuu xaxaa jirachuun isaanii beekameerra.Kanaafuu qeerroon keenya martuu of eegannoo guddaan akka sochonuun dhaamsa dabarsa.injiifaanoon taan ummataa oromoot, gadaan gadaa bilisummati, qeerroo oromoo mootummaa wayyanee sodaaf bodatii hidebi’uu
2017-01-27 2:04 GMT+04:00 QEERROO :
> Yohanis Taresa Bako commented: “Haalli yeroon amma biyyi Oromiyaa keessa > jirtu daran nama gaddisiisa.Warreen lukkee wayyanee taatee dhiiga > obbolewwan keenyaa dhugdee barte har’as of baruu dhiiftee karaa itti daran > dhugduuf haala mijeeffataa jirti.Isa kanaan dura motummaan nama nyaataan ” >