Godina Wallaggaa Magaalota Qassoo,Moxee fi Yaamaa Hagaloo Jedhamu Keessatti Diddaan Sirna TPLF Itti Fufee Jira.

Fulbaana 21,2016 Godina Wallaggaa Bahaa Magaalaa Qassoo naannawaa mana barnoota sadarkaa lammaffaatti alaabaa Adda Bilisummaa Oromoo erga fannisanii booda, magaalicha guyya gabaa roobii waldaldalaa oolee wajjin ta’uun hanga halkan kanaatti mormii jabaa geggeessaa jiru.

Achuma Magaalaa Aanichaa Magaalaa Moxee irraa humnk waraanaa bakkichatti sochoosamaa fi tarkaanfii fudhachuu akka qaban ajjeechaa
ilmaan Oromoo irratti raawwachuuf tiki aanaa Waamaa Hagaloo Obbo Girmaa Gurmeessaa fi Tasfaayee Bantii akkasumas namni yeroo hedduu
uummatatti roorrisuun beekamu kaabineen tikaa Wayyaanee Takkaalliny Lammaa jedhama irratti walii galanii waraanni dhiiga uummata nagaa
akka lolaasuuf irratti walii galuu isaanii fi konkolaataan dhaqanii akka uummata goolan waajjira keessattiwal dhabuu. isaaniillee odeessi
waajjiricha keessaa ba’e dabalee addeessee jira.

Kana malees Godinuma Wallagaa Aanaa Waamaa Hagaluu jedhamu keessatti leejiin barsiisotaa jedhamee dabballoota Wayyaaneen waamane diddaa barsiisotaan fashalaa jira,barsiisota haala kana irratti gaaffii gaafatanii fi waraana Wayyaanee TPLF jidduu deddeemuun hojii basaastummaa kanneen hojjetanii barsiisota hiisisaa jiran keessaa dabballoota Wayyaanee armaa gadii ta’uu Qeerroon gabaase.

1,Biraanuu Furgaasa.
2 , Daamxoo Baqqalaa (basaastuu)
3,waaggaarii Bantii4_takka’aa daggafaa ( basaastuu)
5,Nigaatuu Ashaagiree ( kan oromoo hin taanee fi waayee uummata oromoo dubbachu kan hin dandeenye fi barsiisota doorsisaa kan jirudha )
6,Masarat Raggaasaa ( barsiistuu kan turtee fi yeroo ammaa daballee OPDO )7_ wadaajoo moosisaa ( basaastuu)8_ girmaa boruu ( basaastuu)

One response

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 (September) | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out / Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out / Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out / Change )

Google+ photo

You are commenting using your Google+ account. Log Out / Change )

Connecting to %s

%d bloggers like this: